Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
ูุฅู† ู…ุน ุงู„ุนุณุฑ ูŠุณุฑุง
ุงู† ู…ุน ุงู„ุนุณุฑูŠุณุฑุง
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Deleted Account
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
๐Ÿ‘จAkhi ๐Ÿ‘ฉukhti
Yero ammatti rabbin maal akka sif khannu barbadda
Filadhu
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
hiriya kee Harkaa kana irraa baafate yeroo deema jirtuu mal siin jedha
.
.
maalii kuntalaa bachaa jira moo๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
channel keenya join godha
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
โ€‹โ€‹ู‚ุงู„ ุงู„ูุงุฑูˆู‚ ุนู…ุฑ ุจู† ุงู„ุฎุทุงุจ ุฑุถู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ : ู„ุง ุชุดุบู„ูˆุง ุฃู†ูุณูƒู… ุจุฐูƒุฑ ุงู„ู†ุงุณุŒ ูุฅู†ู‡ ุจู„ุงุกุŒ ูˆุนู„ูŠูƒู… ุจุฐูƒุฑ ุงู„ู„ู‡ ุชุนุงู„ู‰ ูุฅู†ู‡ ุฑุญู…ุฉ.
"Waa'ee namaa dubbattanii hin haasayinaa(yeroo teessan hin gubinaa). Nama hamachuun balaadha. Koottaa! Waa'ee Rabbii dubbadhaa. Rabbi yaadachuun rahmata."
Umar ibn al-Khaxxaab

https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Deleted Account
๐Ÿ˜‚Shekko shekko๐Ÿ˜‚
Guyya tokko namni sadi oso demu jiraaniti guddunfa takka lafa arkatan san boda............. ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
YAA DHALA KOO MAAF GARAA JABAATTA ?

~ guddisa keen cabee
~ miixuu daha keerraa
~ guddisa keen cabee
~ harka qullaan hafe
~ of biraa si dhabee

~ garaa kootti caalaa
~ harka kootti si baadhe
~ moofaa dhaaf Fincaan kee
~ hundaa boraafadhee
~ gadameessi Ko hin fayyine
~ dhiigni sitti dhiige
~ yaadadhu si guddisuuf
~ sabbata sitti hiikee
~ tokko lamaan sittin himuu
~ Maal godha gadi diigee ร—2๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

~ ofii kootii daareen
~ sitti uwwisee mucaa
~ har'a bakka yaadde geesse
~ maaliif nattibaacca!
~ sabbata koo hiikeen
~ marxoon si barsiise
~ nadagatte? dhalakoo
~ buddeen bira geessee
~ lafaaf horii kankoo
~ sitti dhadhahadheen
~ ammas baar gamatti
~ dafqee si ergadhee ร—2

~ Ani haadhi kankee
~ bakkichuman jiraa
~ rakkinaaf gadadoon
~ jirti na daradaa
~ yoo muman mucaa koo
~ sitti Aara galfadha?
~ sitti hirkadhee
~ yoomin boqonnaa fudha!
~imimmaan koo Roobee
~ taliilli akka bishaanii
~ Afuura keen dhabee
~ of dadhabe ani
~ innin si barsiiseen
~ boruu na fayyiftaaf
~ rakkootti na laatte
~ maaliif na ajjeefta ?ร—2๐Ÿ˜ญ

~yoomuu sirraan dhumu
~galanni Oolmaa koo
~ kutuu na ilaali
~ Maal taate dhala koo
~ maaliif na dagattee
~ utuun sin argineen du'aa ?
~ Halkaniifi Guyyaa
~ si arguufin booha ๐Ÿ˜ญ
~ Narraa hin fagaatin
~ najjabaattee garaa
~ Jedhii naaf bilbilii
~ kunoo asin jiraa
~ Ani waanin siif tahe
~ akka nama taatuuf jecha
~ ibsuu hin dan deessuu
~ yoomiyyuu gochaan
~ ijuma kiyyumaan
~ si arguu bar baade
~ dhuguma na yaaddaa?
~ An hedduun si yaadee! ร—2

~ erbittiima koo duriin
~ uffadha hammayyu
~ dhala hin qabu jechuuf
~ arge Akaakayyuu!
~ maaloo yaa Gooftaa koo
~ Ati na jabeessi
~ Obsa kee naaf kennii
~ na tasgabbeessi
~ dhala koo waliin
~ wal na agarsiisi
~ bakka gadda kootii
~ gammachuu naaf buusi ร—2

Qopheessaan wlaloo Barataa #Umar_Ahmad
yuunivarsiitii Haroomaayaa irraayyi JZkll jennan.

Namni Harmee teessan Jaallattan #Like & #Share ๐Ÿ‘Œ"https://telegram.me/httpsHamzamohammed
ุนู† ุฃุจูŠ ู‡ุฑูŠุฑุฉ ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ ู‚ุงู„: ยซ ุญุฌุจุช ุงู„ู†ุงุฑ ุจุง ุดู‡ูˆุงุชุŒ ูˆ ุญุฌุจุช ุงู„ุฌู†ุฉ ุจุง ุงู„ู…ูƒุงุฑู‡ยป ู…ุชูู‚ ุนู„ูŠู‡.
Abaa Hureeyraa irraa odeeyfamee(ra) ergamaan rabbii (saw) "Azaabni waan namni jaalatuun marfamte, Jannanni waan namni jibbuun marfamte" jedhan. (Bukhaarii fi Muslim).

Kana jechuun waan lubbuun tee feetu qofa hojjettee kan rabbiin jaalatu yoo dhiifte kun dalagaa Azaabatti si ooftu. Waan lubbuuntee feetu dhiiftee waan rabbiin fedhu yoo hojjette tun dalagaa Jannatatti si ooftu. Azaaba seenuufis Jannata seenuufiis dalagachuu qabda. Azaaba seenuu yoo feete Zinaa, ribaa, khijiba,... ( gabaabumatti waan haraam ta rabbii fi rasuulli irraa dhoorkan) dalagachuu qabda. Jannata seenuus yoo feete waan halaal ta rabbii fi rasuulli (saw) itti si ajajan hanga dandeessuun dalagattee, waan haraam ta isaan irraa si dhoorkan irraa fagaachuu qabda.
โ—Filadhu bakka seenuu feetu hulaan lachuu banaadha!
โ— Yaa rabbi warra jannataa wajiin nu godhi, warra fedhii lubbuu ofii jala deemu osoo hin taane warra karaa ati jaalattuu fi itti nu ajajjerra deemee jannatul firdows argatu nu gadhi. Aamiin!
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Wan Barbaadan hunda issinif dhiheesuf qopoynera.Gosaa meshalee-Kobee,Bidilibsi,Shita or bijaama.All of you 0921335592
Forwarded from Deleted Account
๐Ÿ‘ฌnu dhihadha
โคjalalan nurra qabamtan
๐Ÿ˜‚heddu nurra gammaddan
๐ŸŽงnashida caqasun relax of gootu
๐Ÿ‘‡ Duba maltu filachu si ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡dhorka
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐Ÿ‘ฌWalin taane channela ๐Ÿ‘ฌmuslima ha guddifnu