ูุงู ุนูู ุจู ุฃุจู ุทุงูุจ ุฑุถู ุงููู ุนูู: ุงูุฏููุง ุฏุงุฑ ู
ู
ุฑู ุฅูู ุฏุงุฑ ูุฑุงุฑุ ูุงููุงุณ ูููุง ุฑุฌูุงู: ุฑุฌู ุจุงุน ููุณู ูุฃูุจููุงุ ูุฑุฌู ุงุจุชุงุนูุง ูุฃุนุชููุง.
๐จ๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐
๐ซ๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐ซ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐ณ๐๐๐.
1.๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐.
2.๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐.
๐Gorsa bareedaafi Jechoota gaggaarii argachuuf๐https://telegram.me/httpsHamzamohammed

Telegram
Hamza mohammed๐offical
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ดjoin ๐ด godhaa
@hamzeshin
@hamzeshin
Haadhatu ulfa garaa qaba ๐คฐ
Mucaanshii inni
waggaa 4 garaa haadha ilaale gaffii gaafata
Mucaa.... mama..! Garaanke maal tahe?
Haadha... mucuma akka keeti kessa jira.
Mucaa... eessaa fidde?
Haadha... abbaa keetu naaf kenne!
yeroo kana Daa'imachi taa'ee amma
abbaan galutti eeguu jalqabe... akkamu
abbaan balbala baneen...
Daa'ima... baabba... harmeen mucaa ati
kenniteef liqimsitee.๐๐
https://telegram.me/httpsHamzamohammed

แแแตแ แ แ แ แแ แ แ แแ
แแแแ
แแฐ แตแณแฉ แ แแ แแแ
แแแ แ แแแแฑแแแ
แฅแแ แฐแต แฐแฐแแฐแ แแฅแฉแญ แฅแแแ แ แฐแซ 40 แแแแ แ แฅแ แฑแ แแตแจแแ แ แตแแแ แฃแจแจแแ แแฉแ แแฃแจแจ แ แแญแฉแ แแแแ แ แญแแฉแ
แฉแ แแ แธแญแญ
แฉแ แแ แธแญแญ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Deleted Account
โค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธโค๏ธ
๐จAkhi ๐ฉukhti
Yero ammatti rabbin maal akka sif khannu barbadda
Filadhu
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐จAkhi ๐ฉukhti
Yero ammatti rabbin maal akka sif khannu barbadda
Filadhu
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
hiriya kee Harkaa kana irraa baafate yeroo deema jirtuu mal siin jedha
.
.
maalii kuntalaa bachaa jira moo๐๐๐๐๐๐
channel keenya join godha
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
.
.
maalii kuntalaa bachaa jira moo๐๐๐๐๐๐
channel keenya join godha
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Telegram
Hamza mohammed๐offical
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ดjoin ๐ด godhaa
@hamzeshin
@hamzeshin
โโูุงู ุงููุงุฑูู ุนู
ุฑ ุจู ุงูุฎุทุงุจ ุฑุถู ุงููู ุนูู : ูุง ุชุดุบููุง ุฃููุณูู
ุจุฐูุฑ ุงููุงุณุ ูุฅูู ุจูุงุกุ ูุนูููู
ุจุฐูุฑ ุงููู ุชุนุงูู ูุฅูู ุฑุญู
ุฉ.
"Waa'ee namaa dubbattanii hin haasayinaa(yeroo teessan hin gubinaa). Nama hamachuun balaadha. Koottaa! Waa'ee Rabbii dubbadhaa. Rabbi yaadachuun rahmata."
Umar ibn al-Khaxxaab
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
"Waa'ee namaa dubbattanii hin haasayinaa(yeroo teessan hin gubinaa). Nama hamachuun balaadha. Koottaa! Waa'ee Rabbii dubbadhaa. Rabbi yaadachuun rahmata."
Umar ibn al-Khaxxaab
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Deleted Account
๐Shekko shekko๐
Guyya tokko namni sadi oso demu jiraaniti guddunfa takka lafa arkatan san boda............. ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Guyya tokko namni sadi oso demu jiraaniti guddunfa takka lafa arkatan san boda............. ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
YAA DHALA KOO MAAF GARAA JABAATTA ?
~ guddisa keen cabee
~ miixuu daha keerraa
~ guddisa keen cabee
~ harka qullaan hafe
~ of biraa si dhabee
~ garaa kootti caalaa
~ harka kootti si baadhe
~ moofaa dhaaf Fincaan kee
~ hundaa boraafadhee
~ gadameessi Ko hin fayyine
~ dhiigni sitti dhiige
~ yaadadhu si guddisuuf
~ sabbata sitti hiikee
~ tokko lamaan sittin himuu
~ Maal godha gadi diigee ร2๐ญ๐ญ๐ญ
~ ofii kootii daareen
~ sitti uwwisee mucaa
~ har'a bakka yaadde geesse
~ maaliif nattibaacca!
~ sabbata koo hiikeen
~ marxoon si barsiise
~ nadagatte? dhalakoo
~ buddeen bira geessee
~ lafaaf horii kankoo
~ sitti dhadhahadheen
~ ammas baar gamatti
~ dafqee si ergadhee ร2
~ Ani haadhi kankee
~ bakkichuman jiraa
~ rakkinaaf gadadoon
~ jirti na daradaa
~ yoo muman mucaa koo
~ sitti Aara galfadha?
~ sitti hirkadhee
~ yoomin boqonnaa fudha!
~imimmaan koo Roobee
~ taliilli akka bishaanii
~ Afuura keen dhabee
~ of dadhabe ani
~ innin si barsiiseen
~ boruu na fayyiftaaf
~ rakkootti na laatte
~ maaliif na ajjeefta ?ร2๐ญ
~yoomuu sirraan dhumu
~galanni Oolmaa koo
~ kutuu na ilaali
~ Maal taate dhala koo
~ maaliif na dagattee
~ utuun sin argineen du'aa ?
~ Halkaniifi Guyyaa
~ si arguufin booha ๐ญ
~ Narraa hin fagaatin
~ najjabaattee garaa
~ Jedhii naaf bilbilii
~ kunoo asin jiraa
~ Ani waanin siif tahe
~ akka nama taatuuf jecha
~ ibsuu hin dan deessuu
~ yoomiyyuu gochaan
~ ijuma kiyyumaan
~ si arguu bar baade
~ dhuguma na yaaddaa?
~ An hedduun si yaadee! ร2
~ erbittiima koo duriin
~ uffadha hammayyu
~ dhala hin qabu jechuuf
~ arge Akaakayyuu!
~ maaloo yaa Gooftaa koo
~ Ati na jabeessi
~ Obsa kee naaf kennii
~ na tasgabbeessi
~ dhala koo waliin
~ wal na agarsiisi
~ bakka gadda kootii
~ gammachuu naaf buusi ร2
Qopheessaan wlaloo Barataa #Umar_Ahmad
yuunivarsiitii Haroomaayaa irraayyi JZkll jennan.
Namni Harmee teessan Jaallattan #Like & #Share ๐"https://telegram.me/httpsHamzamohammed

ุนู ุฃุจู ูุฑูุฑุฉ ุฑุถู ุงููู ุนูู ูุงู: ยซ ุญุฌุจุช ุงููุงุฑ ุจุง ุดููุงุชุ ู ุญุฌุจุช ุงูุฌูุฉ ุจุง ุงูู
ูุงุฑูยป ู
ุชูู ุนููู.
Abaa Hureeyraa irraa odeeyfamee(ra) ergamaan rabbii (saw) "Azaabni waan namni jaalatuun marfamte, Jannanni waan namni jibbuun marfamte" jedhan. (Bukhaarii fi Muslim).
Kana jechuun waan lubbuun tee feetu qofa hojjettee kan rabbiin jaalatu yoo dhiifte kun dalagaa Azaabatti si ooftu. Waan lubbuuntee feetu dhiiftee waan rabbiin fedhu yoo hojjette tun dalagaa Jannatatti si ooftu. Azaaba seenuufis Jannata seenuufiis dalagachuu qabda. Azaaba seenuu yoo feete Zinaa, ribaa, khijiba,... ( gabaabumatti waan haraam ta rabbii fi rasuulli irraa dhoorkan) dalagachuu qabda. Jannata seenuus yoo feete waan halaal ta rabbii fi rasuulli (saw) itti si ajajan hanga dandeessuun dalagattee, waan haraam ta isaan irraa si dhoorkan irraa fagaachuu qabda.
โFiladhu bakka seenuu feetu hulaan lachuu banaadha!
โ Yaa rabbi warra jannataa wajiin nu godhi, warra fedhii lubbuu ofii jala deemu osoo hin taane warra karaa ati jaalattuu fi itti nu ajajjerra deemee jannatul firdows argatu nu gadhi. Aamiin!

Wan Barbaadan hunda issinif dhiheesuf qopoynera.Gosaa meshalee-Kobee,Bidilibsi,Shita or bijaama.All of you 0921335592