Forwarded from Mr. Geme 🔅
Namni maalif jaalalaan qabamaa? sababoota gurguddoo namni jaalalaan qabamuuf beektonni saayikooloojii maal kaa'u
Viidiyoo kanarraa ilaalaa: 👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/0byeX0bePLs
Viidiyoo kanarraa ilaalaa: 👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/0byeX0bePLs
Forwarded from Odaa Electronics via @Hopeprobot
VIIDIYOOLEE DINQISIISOO ARMAAN GADII ILAALAA:
⚜Namni maalif jaalalaan qabamaa? Sababoota gurguddoo namni jaalalaan qabamuuf beekuuf barreeffama kana cuqasuun viidiyoodhaan daawwadhaa⚜
♨️Asoosama gabaabaa SI-MALEE kutaa 1ffaa - asoosama ajaayibaaf seenaa hawwataa qabu barreeffama kana cuqasuun daawwadhaa♨️
🌟Akkamitti user name fb keessanii akka jijjiirtaniifii akkamitti akka fb keessanitti liinkii gootan barreeffama kana cuqasuun viidiyoo kanarraa ilaalaa🌟
📲Face book fi telegramiin keessan akka hack tae yookiin hatame maaliin beektu? Yoo hatameera t'emmoo maaliin ofirraa kaaftu? Akkamittimmoo akka isin jalaa hin hatamne ykn hack isin jalaa hin taane gootu? Barreeffama kana cuqasuun ilaalaa📲
⌛️Akkamittiin application (moosaajii) moobaayila android fayyadamnee create akka goonu ykn akkamitti akka uumnu barreeffama kana cuqasuun viidiyoo kanarraa deemaatii ilaalaa⏳
▶️DHUGUMAAN VIIDIYOON KUN BARSIISAADHA ERGA ILAALTANII YAADA NUUF KENNAA▶️

Ni yaadatta garuu gaafa duranii gaffiin nuti dubartii gaafannu Dubrummaa ni qabda dha ture........garuu Yeroo ammaa kallittiidha gaffiin keenya gara........ Ilma ni qabdatti cehee jira.
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@Orosarcasm
😂😂😂😂😂😂😂😂😂😂
@Orosarcasm
Watch "Haasawa Jawar Mohamed Dirree Dhawaa irraatti godhe Guutuu isaa" on YouTube
https://youtu.be/PsKLciPovwU
https://youtu.be/PsKLciPovwU
YouTube
Haasawa Jawar Mohamed Dirree Dhawaa irraatti godhe Guutuu isaa
Warren channel keenyaaf Haaraya taatan Subscribe godhuu hin dagatinaa
Forwarded from Deleted Account
🎤Nashida afan oromo group tami barbaddu 🎧
Filladha caqasa
🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧
Filladha caqasa
🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧🎧
Forwarded from Mr. Geme 🔅
Namni maalif jaalalaan qabamaa? sababoota gurguddoo namni jaalalaan qabamuuf beektonni saayikooloojii maal kaa'u
Viidiyoo kanarraa ilaalaa: 👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/0byeX0bePLs
Viidiyoo kanarraa ilaalaa: 👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/0byeX0bePLs
Qiyaamaan Dhufuun Haqa

“(1)-Wal duraa duubaan [bubbeewwan] ergamaniin; (2)-Humnaan bubbisuu bubbisaniin; (3)-Faffacaastota faffacaasaniin nan kakadha; (4)-Adda baastota adda baasaniin, (5)-Yaadannoo darbitootaan nan kakadha, (6)- sababa dhabamsiisuuf yookiin akeekachisaaf. (7)- Dhugumatti wanti isin waadaa galamtan ni argama.” Suuratu Al-Mursalaat 77:1-7
Jecha “mursalaat” jedhu ilaalchise hayyoonni hiikota beekkamo lama kennanii jiru. Isaanis, bubbee fi malaykoota. Garuu harki caalaan hayyootaa, “bubbee” jedhanii jiru.[1] Kanaafu, nutis gara Afaan Oromootti yommuu deebisnu bubbee jechuun fayyadamne jirra.
“Wal duraa duubaan [bubbeewwan] ergamaniin” Kana jechuun bubbee wal duraa duubaan qananii fi rahmataan ergamaniin Nan kakadha. Bubbeen tuni rooba rahmata Rabbii ta’een nama gammachiisti. Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa ni jedha:“Inni bubbee gammachiisa taasisee rahmata Isaa dura Kan erguudha.” Suuratu Al-A’araaf 7:57 (Asitti rahmanni Isaa rooba)
“Humnaan bubbisuu bubbisaniin” Ammas bubbee humnaan bubbistuun Nan kakadhaa. Aayaata keessatti jecha heddumminna agarsiisu waan fayyadameef akkuma jiruutti gara Afaan Oromootti deebise. Garuu ibsa keessatti akka namaaf galuuf jecha tokke (singular) fayyadame. Bubbeen humnaan bubbistu tuni wanta dachi irra jiru fuutee bakka tokko irraa bakka biraatti geessun hojii adda addaa hojjatti. Hojii kana keessaa namoota kan fayyadu jira, ammas isaaniif qormaata kan ta’uu fi isaan adabuufis kan ta’u jira. Bubbeen humnaan bubbistu tan adabbii fiddu akka aadaa fi seeraa Rabbiitti bubbee rahmataa fi qananiin ergamtu booda dhufti.
“Faffacaastota faffacaasaniin nan kakadha” Kana jechuun bubbee faffacaastu taaten nan kakadha. Bubbeen tuni hurka bishaani ni faffacaasti. Hurka kanarraayis duumessi ni uumama. Akkasumas, bubbeen tuni sanyii biqiltootaa fi daakuu habaaboo bakka tokko irraa bakka biraatti faffaacasun biqiltoonni akka bilchaatanii fi wal horan gahee taphatti. Ammas, bubbeen tuni gaazi fi wantoota nama ukkaamsan ni faffaasti.[2] Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa haqa guddaa gara fuunduraatti dhufu tokko mirkaneessuf bubbeewwan faayda guddaa fi baay’ee qaban tanniinin kakate.
“Adda baastota adda baasaniin” Kana jechuun Malaaykota wanta dhugaa fi soba addaan baasu fidaniin nan kakadha.[3]
“Yaadannoo darbitootaan nan kakadha” Kana jechuun Malaykoota ergaa fi beeksisa (wahyii) Rabbii gara Ergamtootatti geessaniin kakadha.[4] Wahyiin (ergaa fi beeksisni) Rabbiin irraa gabrootatti dhufu isaaniif yaadannoo ta’a. Wahyi kana keessatti faayda isaanii isaan yaadachiisa.
“sababa dhabamsiisuuf yookiin akeekachisuuf.” Ergaa fi beeksisni Rabbiin irraa gara namootaa dhufe kuni wantoota sodaachisoo gara fuunduraatti isaanitti dhufu akeekachiisu, ammas, sababa isaan dhiyeefatan dhabamsiisu. Kanaafu, Rabbiin biratti ragaa ittiin mormatan hin qaban.[5] Guyyaa Qiyaamaa, “Rabbiin irraa ergaan nutti hin dhufne” jechuun akka sababa hin dhiyeefanneef Rabbiin subhaanahu kitaabban ni buuse, ergamtoota ni erge. Keeyyattoonni Rabbii erga isaaf ibsamanii booda namni kafaruun adabbiif of saaxile, sababa dhiyeefatu hin qabu. Mataa ofii malee eenyullee hin komatu.
Rabbiin subhaanahu wa ta’aalaa wantoota armaan oliitin kan kakatuuf haqa shakkiin keessa hin jirre namootaaf mirkaneessu fi isaan amansiisuufi. Haqa kanas akkana jechuun ibse: “Dhugumatti wanti isin waadaa galamtan ni argama.” Kana jechuun “Guyyaa Qiyaamaa xurunbaan ni afuufama, qaamonni du’an ni kaafamu, namoota jalqaba irraa kaasee hanga dhumaa jiran dirree tokko irratti walitti qaba, hunda isaanitiifu jazaa Nan kafala” jechuun waadaan Ani isiniif gale ni argama. “ni argama” kana jechuun wanti waadaa galame kuni dirqamaan ni ta’a, shakkii hin qabu.

Assalamu'aleeykum★10
Warahamatullahi★10
Wabarakaatuh★10
Obbolleeyyan Muslima ♥♥♥mee Hangam Takka Addunyaa Jaalanna Hadiisa kanan wal cinaa if ha qabnu!
وعن أبى هريرة رضى الله عنه ★عن رسول الله صلى الله عليه وسلم★:- (( الدنيا سجن المؤمن وجنة الكافر)) رواه مسلم
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
Abu Hureeyirraan oddeesse( R.a) ♥Ergamaan Rabbii صلى الله عليه وسلم Akkana ja'e♥ ((Addunyaan Mu'uminaaf mana Hidhaatti ykn Kharshalleedha Kaafiraaf Ammoo Jannataa ja'e )) muslimii gabaasee
★★★♥♥♥★★★♥★♥
Kanaaf obbolleeyyan khiyyaa Addunyaan tun Nutif mana Hidhaa waan taatef Akka mana hidhaa jirrutti beeynee kheeyirrii Carraqachuu nu qabdi
☞☜☞☜☞☜☞☜☞☜☞☜☞
Rabbiin warraa Addunyarratti toltu dalagattee Aakhiratti milkaahu nuhaa godhu...Aammiiiiin Allahummaa Aammiiin

Watch "Diraamaa Islama Haarawa Afaan oromootiin " Fuudhi New Islamic short film አጭር ኢስላማዊ ፊልም " ለምን አታገባም" on YouTube
https://youtu.be/JmqtPjYRu0Q
https://youtu.be/JmqtPjYRu0Q
Forwarded from Mr. Geme 🔅
Foolii afaan keenyaa maaltu ajaawu godha, ykn maaltu nutti fida
Furmaanni saahoo maali
Viidiyoo kanarraa ilaalaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/CxrULJ4A5_s
Furmaanni saahoo maali
Viidiyoo kanarraa ilaalaa
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://youtu.be/CxrULJ4A5_s
Watch "Diraamaa Islaamaa Gabaabaa Afaan Oromootiin kijiba hin kijiba" on YouTube
https://youtu.be/y4SCgdUEhuQ
https://youtu.be/y4SCgdUEhuQ
YouTube
Diraamaa Islaamaa Gabaabaa Afaan Oromootiin kijiba hin kijiba