Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Mr. Geme ๐Ÿ”…
Akkamitti user name fb keessanii akka jijjiirtaniifii akkamitti akka fb keessanitti liinkii gootan viidiyoo kanarraa ilaalaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/ToJRaiJ8Ge8
ALLAAHU YA RABBII๐ŸคฒSi BONYEE๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญYA RAHMAAN.
HADAARA AKKA NUN GUBNE AZAABNI KHEE SAN HAMMAAN. ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

@Maherzain123
@Maherzain123
Forwarded from Deleted Account
โคnashidan
๐Ÿ˜senale sahaban
โคhadisa rasulatin
๐ŸŒณ Qalbi if qabbanessuf๐ŸŒณ
Filanno asin gadi khana
Filadha
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡



๐Ÿ˜˜Ittin buhara ๐Ÿ˜˜
Mootummaan naannoo Amaaraa miidhaa Mooxaa sanaaf jecha Muslimootuma irratti tarkaanfii fudhachuuf qophaa'aara
โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…โ˜…

Itti gaafatamtoonni sababa shororkaa Mooxaa hidhamanii turan hiikamaniiru

Naannichi daldaltootaaf beenyaa kennuu dhiisee gibira kafaluu gaafataara.

Wixata Muddee 27/2012 Finfinnee Itoophiyaa

@ Sagaleen keenya haadhaga'amu

Miidhaa magaalaa Mooxaatti aangawoota mootummaafi poolisoota dabalatee masjida afuriifi dhaabbilee daldala Musljmaa irratti raawwatame ilaalchisee gaaffiin 5 manni marii dhimma Islaamaa isaaniif dhiheesse hanga ammaatti hin deebine. Miidhaa sanaan wal qabatee aangawoonni afur hidhamanii turanis hiikamaniiru.
Miidhaa kanaan dura masjidota naannichaa irratti raawwatameef kan godhames kanuma. Naamnicha keessatti masjidni baay'een gubatee baay'een diigameera. Garuu namni itti murteeffame tokkollee hin jiru. Fafakkeessuu qofaaf guyyaa murtaa'aa namoonni murtaa'oon hidhamanii ba'u.

Miidhaa Mooxaa kanaan manneeniifi suuqii 400 ol akka gubaman godhameera. Garuu mootummaan naannichaa warri harka keessa galfatan dura bu'ootas dabalatee warra miidhameef beenyaa kafaluufi gadi dhaabuu dhiisanii ariitiin gibira akka kafalan ajaja dabarsaniiru. Warra daldalee qaraxa kafalu tiksuu dhiisanii warra saamame gibira gaafachuun namooma dhabuudha.

Miidhaan kun hundi ga'uu didee rakkoo dhaqqabeef itti gaafatamaa muslimootuma gochuun baay'ee nama gaddisiisa. Har'a bulchaan naannichA Ob. Tamasgen Xiruneh ibsa kennaniin "warri majlisa seera qabeessa diiguuf socho'aa turan gubaa masjidichaatti hirmaataniiru" jedhee ibse. Kana jechuun naannichi Muslimootuma irratti tarkaanfii fudhachuufi erga saamichaatii tarkaanfii mootummaatiif saaxilamuuf deemu. Akkuma Mooxaa isaan kaan irrattis tarkaanfiin ni fudhatamaa akeeka.

Miidhaa kana hundaaf bulchaan naannichaa warra ergama addaa qabu jalatti kufee Muslimoota qoqooduuf hojjataa jiruuf majlisni naannoo Amaaraa yeroo wayyaaneetii kaasee hin jijjiiramintu itti gaafatama; seenaattis galmaa'ee taa'uu qaba.

Lammii dhugaatti dabuufi haqaaf qabsaa'u uumuudhaan biyya keenya gara qaroominaatti ceesifna.
Forwarded from Deleted Account
โคmal arkachu barbaddan


๐ŸŒณFilannon tessani๐ŸŒณ

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐ŸŒณ Yaa Rabbii Adduniyaa tana irratti bishaan zamzamaa nu obaasii

Aakiritti bishaan laga kowsar nu obaasi kan namni isa dhuge lamuu Hin Dhoobane jedhan Nabiin ๏ทบ‎

Ollaah Ergamaa Rabbii ๏ทบ‎๏ทบ‎๏ทบ‎๏ทบ‎๏ทบ‎๏ทบ‎๏ทบ‎ nu qubsiisii yaa Allaah
#Oduu_Aammee ๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”

Dammaqi dammaqi " jecha kana yeroo hedduun itti deddeebi.aa jira

Akkuma suuraa Armaan gadii irratti argitanitti itti aanaan kaantiibaa finfinnee enjiner takkala uumaan

Manni amanataa betakiristiyaanni 15n akka ijaaramuuf dachii kaarre meetira kuma 325 kannee jira isaaniif gammachuun haala kanaan badhaasaniiru .

Nuti Asii masjiida keenya gubaa beetakiristiyaana 15 yeroo tokko ijaaruun maal jachuudha ???

Masjiidni akka ijaaramuuf dachii kaarre meetira kuma 3 gumaachee bahati tokko boodaa ijarraa ni regalia ja.ae ijaarsi eegalamees hin jiru dura bu.aan majlisa federaalaa xalayaa itti erguu dhageettii hin arganne

Yaa Rabbi silaa simalee maal qabnaa miti isaan Amantii islaama dhabamsiisuudha kaayyoon isaanii atummaan nuuf dirmadhu

Share Share godhaa waliin gahaa
Channel name was changed to ยซHamza mohammed๐Ÿ‘‰officalยป
Dalagaan Ilma Nama Guyyaa Kamisaa Gara Samii Ol Fuudhamti Rabbiin Galmee keeyrii Irraati Isiin Haa Galmeessu Ergamaa Rabbii ๏ทบ Irratti Salawata Buusa {S.A.W }
"Ergamaan Rabbii ๏ทบ Akkii Jedhee
Salawataa Narrati Heeddummeesa Halkaan Kamisaa fi Guyyaa Jumu'aa Namnii Salawataa Takka Irrati Buusee Rabbii Rahamata Kudhii Isinii Irraati Buusaa"
โœุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุตูŽู„ู‘ู ูˆูŽ ุณูŽู„ู‘ูู…ู’ ูˆูŽุจูŽุงุฑููƒู’ ุนูŽู„ูŽู‰ ู†ูŽุจููŠู‘ูู†ูŽุง ู…ูุญูŽู…ู‘ูŽุฏู ๏ทบโค