Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
You tube keenya khana subscribe godhaa da'awalee adda adda fi dirmalee ba babarda ittin bohratan irra arkatan
JABALUU FII BEETIIN ARRA AKKNATTI WAL SALAAMAN !!!
==========================================
By: Ibsaa Dhugaa

Rasuulli Rabbii S.A.W ani dubartii harka hin fuudhu jedhe.

Ustaaz Ahmaddiin jabaliis Jechuma Rasuulaa San dhugoomsuun Jaartii Dr. Abiy taate akkasuma gaazeexeessituu beekkamtuus harka hin fuudhu jadhee dide.

Yoo ati if kabajje namni hundi si kabaja akkasuma yoo ati daangaa amantii teetii eeggattee amantii tee kabajje RABBIIN addunyaa fii aakhiratti kabajaa sitti godha.

Dargaggoonni keenya hundi Ustaaza keenya kana fakkeenya godhadhaa amantii teessaniif Dhugaan dhaabbadhaa falmaa.

Galatoomaa
Rasulii keenya saw akkana ja'an namni guyyatiุณุจุญุงู† ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุญู…ุฏู‡ (subhan allah wa bi hamdihi) yeroo100 ja'e osoo diliin isa akka ommacha bahara kanalle taate diliin isa irra haqamti ja'an sanifuu ikhwani jecha lafa khana guyyarra yeroo 100 jechu dhan dilii teenya firra ha haynu (ุณุจุญุงู† ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุญู…ุฏู‡)
Yeroon Seenuufi Yeroon galuu Wanti Abbaan kee fuula natti guuraa oluuf Maaltu Jira?, ani siin gaafadhe malee yoomin Harmee tee gaafadhe?๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜ณ
๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜œ

@Orosarcasm @Orosarcasm
Forwarded from Mr. Geme ๐Ÿ”…
Akkamitti user name fb keessanii akka jijjiirtaniifii akkamitti akka fb keessanitti liinkii gootan viidiyoo kanarraa ilaalaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/ToJRaiJ8Ge8
ALLAAHU YA RABBII๐ŸคฒSi BONYEE๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญYA RAHMAAN.
HADAARA AKKA NUN GUBNE AZAABNI KHEE SAN HAMMAAN. ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ๐Ÿ”ฅ

@Maherzain123
@Maherzain123