Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
โค๏ธWalaloo jaalalaa,mudannoo jaalalaa,seenaa jaalalaa fi meesage jaalalaaf, durba si didde harkatti galfachuuf qophii jaalalaa hunda fi ddaddaraarooโค๏ธโค๏ธ๏ธargachuuf

๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘ˆ
@bashannanaafibeekumsa
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘ˆ
@bashannanaafibeekumsa
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†


Bashannana quubsaa kolfitee kolfatti duwwaatti hin hafneef

๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘ˆ
@bashannanaafibeekumsa
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘ˆ
@bashannanaafibeekumsa
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†


Beekumsa gahaa iddoo hondaatti si barbaachisu fi mala xaaliyaanii caalaa kan mallasis kan caaluufi eenyuun dubbii/haasaa kee keesstti amansiisuufi mala adda tae argachuuf

๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘ˆ
@bashannanaafibeekumsa
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘ˆ
@bashannanaafibeekumsa
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†

Saayikooloojii
Uumama haasaa
Rakkoo dhalootaa
Mala jireenyaa
Toofta fi jiruu kee
Hunda hiika itti gochuf

๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘ˆ
@bashannanaafibeekumsa
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘ˆ
๐Ÿ‘‰๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘ˆ
@bashannanaafibeekumsa
โคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธโคด๏ธ
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘† https://t.me/joinchat/AAAAAFMnr73ll15Ka3qO6g
Waa afur (4) : jireenya kee kessatti hin lakkisin..!!

โˆš rabbiif Galata galchuu hin lakkisin ,yoo lakkifte ida"aminsa dhabdaa...
Rabbiin (sw) : akkana ja"a..
‏"ูˆู„ุฆู† ุดูƒุฑุชู… ู„ุฃุฒูŠุฏู†ูƒู…"
" yoo waaniin isiniif kannerratti Galata naaf galchitan ta biraatin isiniif itti ida"a.."

โˆš rabbi yaadachu hin lakkisin rabbiin si yaadachuudha dhabdaa..!!
Rabbiin (sw) akkana ja"a...
‏"ูุงุฐูƒุฑูˆู†ูŠ ุฃุฐูƒุฑูƒู…"
" na yaadadhaa aniis isiniin yaadadhaa.."

โˆš rabbi kadhachuu hin lakkisin qeebaltiidha dhabdaa...!!
Rabbiin (sw) akkana ja"a...
" ุฃุฏุนูˆู†ูŠ ุฃุณุชุฌุจ ู„ูƒู…"
" na kadhadhaa ,waan na kadhattan isiniifin qeebalaa."

โˆš istikfaara hin lakkisin nagaya bahuudha dhabdaa...!!
Rabbiin (sw) akkana ja"a...
"ูˆู…ุง ูƒุงู† ุงู„ู„ู‡ ู…ุนุฐุจู‡ู… ูˆู‡ู… ูŠุณุชุบูุฑูˆู†" !

" rabbiin uummata mu"uminaa osoo isaan istikfaara kadhatanii ka isaan halaaku hin taane.."
โ‡จโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข
โ‡จโ•โ•โ• โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ•โ•โ•
โ‡จBashannana๐Ÿคฃ
โ‡จBeekumsa ๐ŸŒน
โ‡จ Jaalalaโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โค๏ธ
โ‡จwalalooโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโœ
โ‡จ gorsaโ•โ•โ•โ•โš ๏ธ

Telegram irratti argachuf

โ˜ž๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โ˜œ


โ–’โ–“โ‡จJOIN โ–บโ–“โ–’
โ–’โ–“โ‡จJOIN โ–บโ–“โ–’
โ–’โ–“โ‡จJOIN โ–บโ–“โ–’


 โ•โ•โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ•โ•โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ•โ•
Kaliifaan islaamaa suleeymaan binu Abdul malik ka"abaadhaan osoo xawaafutti jiruu saalim binu abdallaah binu umar binu kaxxaab isaa kopheen isaa duraa muramtee waan uffatu dhabee harkatti fudhatee deemu ,huccuun isaa huccuu dhumte tan dirhama sadihu hin geenye arke....!!

#suleeymaan gama isaa achi dhihaateti salaamta irratti qara"e ..yaa saalim haajaan siif guutuu ni qabdaa ja"en..?!

#saalim dallaneeti gama isaa laalee..osoo mana Rabbii kessa jirruu haajaa tiyya akkamittin rabbi maletti himadha akkana naan jachuu hin qaanfattuu ja"en..!!
Fuula kaliifaa irratti qaanfiin mullatteeti irraa achi gara galee xawaafa isaa guttachutti seene.

#suleeymaan ,saalim isaa harmarraa gad bahee itti dhaqqabeeti..yaa saalim haajaa tee harama kessatti na gaafachuu didde ammaan tana sii harama ala jiru na gaafadhu ja"en..!?

#saalim haajaa duniyaati moo tan Aakiraatin si gaafadha ja"en.!?
Kaliifaan : yaa saalim haajaa duniyaati,haajaa Aakira rabbi malee namni gaafatan hin jiru ja"en...!!

Saalim: yaa suleeymaan haajaa duniyaa Rabbii duniyaa San qabuuhu hin gaafanne,akkmittin
Nama duniya hin qabne gaafadha ja"en...!?

*Akkanatti duniyaan IJA nama dhugaan Rabbii beekuu kessaa kufte..maali Arra haalli keenya
Duniyaaf jecha wal lolla,isiif jecha wal jaalanna,isiif wal jibbina...duniyaan hallayyaa isii kessatti nu kuffisteeti jirti.*

@alfannn
@alfannn
@alfannn
SAGANTAA EEYBISA NASHIIDAA

Oduu gammachiiftuu jiraatoota magaalaa dire dawa fi naannawa isii maraaf munshid badrudin ahmed albama haarawa (GAMMANNE) Ja'u haala ajaa'ibaa taheen hojjatee munshidoota adda addaa waliin tahee haala addaatiin eybisuuf qoppii isaa xumuree jira
guyyaa ; 12/05/2011 alhada ganama 2:30ti
iddoon ; galma ogaaz hassen

gatiin seensaa ; 30 qofa
๏ฟผ
=====================
HUBADHAAโ€ผ๏ธ
=====================
โœRasuulli sallallaahu Aleyhi wasallam akkana jedhan:-

"Yeroon Gabrichi Rabbii isaatti irra dhihaatu yeroo sujuudaati, du'aa'ii heddummeessaa" jedhan.

๐Ÿ’ŠKanaaf yaa nama rakkatee rakkooo keeessa jiru,rakkoon kee rakkoo duniyaa ykn rakkoo Aakhiraas haa ta'uu yeroo sujuuddu eega SUBHAANA RABBIYAL A'ALAA Jetteen booda du'aa'ii barbaadde godhachuu dandeessa waan haraama hi ta'iniin wanni ati kadhattu sun.
du'aa'iin achi keessatti godhamus qeebalamaadha. Kanaaf of dagachuu hin qabnu,obboleessa keenyaafis du'aa'ii gochuu qabna...baarakallaahy fiikum
Sheena # qur"anarratti.!!

# Sheekni islaama ibnu teeymiyaan guyyaa du"uu deemu San akkana ja"e...:
Yeroo tiyya hedduu qur"ana qara"un maletti balleeysurraa hedduun sheenawe ja"e.!!

# Sheeyni guddaan Abu ishaaqal huwwyniin akkana ja"a gaafa dhukkubni isatti jabaate..:
Way sheenaa tiyya osoonifin umrii tiyya guutuu qur"anaaf kanne.!!

โ€ขIbnu useeymiin guyyaa duniyaa tanarraa deemuf deemu akkana ja"e...:
Osoonifin qur"ana guutuu guututti tafsiira godhehiin hawwe,akkasuma osoonifin qur"ana barachuu fi barsiisuun beekumsa kiyya ka duraa taheehin hawwe ja"ee.!!

( ka nama aja"ibsiisu isaan hundinuu ka akkana ja"an hadiisa rasuulaatin shaakalamaniiti..,kanuma wajjiin ni sheenawan osoo yeroo saani hunda qur"anarratti fixnee ja"anii.)

ุงู„ู„ู‡ู… ุงุฌุนู„ ุงู„ู‚ุฑุขู† ุงู„ุนุธูŠู… ุฑุจูŠุน ู‚ู„ูˆุจู†ุง ุŒ ูˆู†ูˆุฑ ุตุฏูˆุฑู†ุงุŒ ูˆุฌู„ุงุก ู‡ู…ูˆู…ู†ุง ุŒ ูˆุฐู‡ุงุจ ุฃุญุฒุงู†ู†ุง ูˆุบู…ูˆู…ู†ุง..

@alfannn
@alfannn
@alfannn
Forwarded from Odaa Electronics
Oduuf odeeffannoo akka mana Oduutii bahetti argachuuf madda oduu BBC,OBN,OMN,ONN,ODUU argachuuf oduu shakki hin qabne ni argatta
Qiphii sportii guutumaatti ni argatta.
Chanela haqa qabeessaaf
Sagalee uummataa
Haqaaf dhugaa qofa kan argattu
Oduu sobaan beeksifamaa jiru adda baasee kan sutti himu
chanela armaan gadii join godhi

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://telegram.me/OPress
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
โ‡จโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ•โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข
โ‡จโ•โ•โ• โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ•โ•โ•
โ‡จBashannana๐Ÿคฃ
โ‡จBeekumsa ๐ŸŒน
โ‡จ Jaalalaโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข โค๏ธ
โ‡จwalalooโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโœ
โ‡จ gorsaโ•โ•โ•โ•โš ๏ธ

Telegram irratti argachuf

โ˜ž๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡โ˜œ


โ–’โ–“โ‡จJOIN โ–บโ–“โ–’
โ–’โ–“โ‡จJOIN โ–บโ–“โ–’
โ–’โ–“โ‡จJOIN โ–บโ–“โ–’


 โ•โ•โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ•โ•โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ•โ•
Kawaathir

Sadaqaan mallaqa qofaa miti..

โ€ขobbolessa kee fuula banaan dubbisun sadaqadha.
โ€ขjecha gaari dubbachuun sadaqaadha...
โ€ข nyaata nama nyaachisuun sadaqaadha...
โ€ขnama muslimaa boodatti du'aii godhonif sadaqaadha.
โ€ขzikriilee jechuun sadaqaadha.

@EidAbdusalam