Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Laal Maal siffakaate jarri sun Isa Haalaan sodaataniin, Tanaaf 'Akraarii' ,' Ashabbaarii' 'zaranyaa' maal maal ja'anii Maqaa inni haqan godhanne maagaazina lamaa ol isa gubbatti fi'an!

โ—Innis Isaan hin dhagahu! waca isaaniitiif jecha takkumaatuu ejjannoo isaa jijjiiree hin beekhu, inni Goota...Akkuma maqaa isaati khaa! Inni Gaara Gaarri immoo yeruma ijaan laaltuuhuu nama sodaachisa, gaarri bakkaahis hin sossa'u.

Jarris Beekkumsa, Bilchina, Ejjannoo, Dhageytii, Tasgabbii, Fi gocha Korma khanaa waan sirritti beekhaniif Akkatti Batachaa jiran.

๐Ÿ›‘Goota jaarraa 21ffaa iraahin dubbachaa jira.
(Ustaaz Ahmaddiin jabalโฃ)
Waa islaamaa!!!!!!!!!!
Xiiqii irraa hin hafan!!
ยคยคยคยคยคยคยคยคยคยคยคยค
Beeysisa ariifachiisaa jiraattota muslimaa magaalaa #dirree_dhawaa hundaaf boru guyyaa alhadaa xiqqaa guddaan dhiiraa dhalaan mormii masjiida naannoo amaaraatti gubachaa jiru dhageeysissuf hundi kheenya masjiida #taaaywaanitti ykn juuditti salaata #zuhrii akka salaannu isin beeysifna.
(Koree qindeysituu hiriiraa)
This is not fair
Ustaaz Yaassiin Nuuruu fi Ustaaz Badruu Huseen magaalaa Gondar akka hin seenne dhoorkaman

Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
December 24,2019

Majlisni magaalaa Gondar Ustaaz Yaassiin Nuuruu fi Ustaaz Badruu Huseen 'magaalaa dhaloota isaanii akka hin seenne' jechuun waajjira bulchinsaafi nageenya naannichaa gaafate. 'Yoo isaan gara magaalichaa dhufan ammoo tohatamanii akka hidhaman' jechuun xalayaa kan barreesse tahuu gabaafame.

Dararaa Muslimoota naannichaarratti raawwatamaa jirtu Ulamaafi ummanni Muslimaa bakka jiruu ka'ee hadheeffatee balaaleeffataa jiraachuun ifa.

Haqa isaanii sarbameef diddaan Muslimoonni dhageessisaa jiran bulchinsa naannoo Amaaraa hin gammachiifne. Kanaaf hayyoota Muslimaa naannichatti dhalatan maqaa balleysuufi gara-jabeenyaan tarkaanfii irratti fudhachuuf dhama'aa jiraachuu odeeyfannoon ni addeessa.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
Harargee, Dirree Dhawaa
Dhaamsa kana waliif dabarsaa

Hiriirri mormii Jum'aa boruu gaggeyfamuuf ka'e, guyyaa birootti dabree jira. Boru hiriirri hin jiru. Sababni, ayyaana waggaa amantaa Kiristaanaa Qullubbii Gabrieeliin walirra waan dhufeefi. Qaamoonni jeequmsa amantaa kaasuuf dhama'aa jiran kanatti milkaawuuf qophirra jiraachuun saaxilame. Kanaaf warri Dirree Dhawaa guyyaa 'Isniinaa' dirree Iidaatti, warri magaalota Harargee biroo ammoo guyyaa 'Salaasaa' dirree itti baaylamattanitti akka baatan yaamicha dhiheysina.
Mahir:
MAHER ZAIN โ˜ž Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa jzk kheyran
https://t.me/Maherzain123
Forwarded from Mr. Geme ๐Ÿ”…
Asoosama ajaayibaa SI-MALEE kutaa 1ffaa.

Asoosama seenaa namatti toluuf nama hawwatu qabudha daawwadhaa hamma dhumaatti hordofaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/P7z6OxtA-1s
Forwarded from Mr. Geme ๐Ÿ”…
Asoosama ajaayibaa SI-MALEE kutaa 1ffaa.

Asoosama seenaa namatti toluuf nama hawwatu qabudha daawwadhaa hamma dhumaatti hordofaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/P7z6OxtA-1s