Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Odaa Electronics
๐ŸคAshamaa akkam jirtu๐Ÿค

Afaan oromoo kan jaallattaniif dhageessan maraaf:-


Akkuma beekamu Afaan oromoo Afaan saba guddaa akka ta'e beekamaadha.
Gama tekinooloijiitiin garuu yoo ilaalle baayyee gadi bu'aadha.
Kunis nama beekumsa qabutu dhabame utuu hin taane nama irraa baratutu dhabame.
Gama afaan biraatti yoo deebine gama tekinooloojiitiin baayyee nu caalu sababa kanaafidha kan namoonni keenya technology irratti oromoi ta'anii Afaan kan biraadhaan hojjetaniif.

Nutis Kan kanaan duraa haasa'uu qofa osoo hin taane gama hundumaanuu tekinooloojiitti jabaannee beekumsa fagoo fagoorra jiru wolirraa haa barannu.
Ammuma kanneen Aartii oromoo cimsuufi Afaan oromoo guddisuu barbaaddan You tube keenya armaan gadii Sabscribe nuuf godhaa.


ABDI TECH
Afaan oromootiin qophiiwwan faayidaa
gurguddaa qabaniifi barsiisoo ta'an kan beeknu isin barsiisuufii tekinooloojiitti Afaan keenya guddisuudhaaf hojenna.
Chanela keenya kanarratti namni tekinooloojiitti dhiyoo hin jirre kamiyyuu tekinooloojiitti dhiyeessinee wantoota baruun ta'u barsiifnee nama tekinooloojii isa gochuuf qophiidha.
akkasumas:-
โ€ขQoosaawwaniif koomeediiwwan
โ€ขwalaloo garaa nama qabbaneessuuf nama
hawwatu
โ€ขTooftaalee milkaayinaa
โ€ขdandeettii dubbatanii amansiisuu fi
โ€ขwantoota haala yeroon wol qabatan isin biraan geenya.

NUTTI DHIYAADHAA YAADA NUUF KENNAA
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡sabscribe nuf godhaa
๐Ÿ‘‡
https://m.youtube.com/Abditechno
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†link arman olii tuqaa๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†
Aah!Aah! garaan nu gubatee maalgoona.Rabbiin Diinii ofii Yeroo namni billionaan laakkaโ€™amu jiru kana dhiisii yeroo nama lama qofaa sanuu Rabbumatu tiyssee asiin gahate Hardhas Rabbuma gaafsaniitu jira Rabbii biraatii miti
Masjiinni Rabbii diigame jechuun Islaamummaan diiggamte jechuu miti Masjiinni Rabbii boru ganama ijaarama
Hubadha:Musliimni adaduma musiibaan isa mudatuun imaana dabalata malee waan irraa dubbatti deebu akka isinitti fakkaanne.yaa ummata mataa furrii kan amantaa ofiituu wollaalaafi Alaabaa yookaa baandiraa mana amantaatitti galfattanii gabbartan yoo Rabbiin jedhe badii isin dalagdan kana yoo mootummaan jiraate mootummaa gaafanna yoo mootummaan hin deebisu taโ€™e Nutuu sodaaf osoo hin taane seera kabajuudhaaf malee waan isaan dalagan sanii oli dhukkee irraa kaafna
Ummata furriin qofti mataa Abaarsi Rabbii isin irra haa jiraate
Rabbiin balaa isin hin qaabanne woyii isinitti haa buusu
Masjiinni Rabbii akkanatti gubatee isinillee akkanatti hin haftanii garaa hidhadhaa
Yaadachiisa:ammaafi mee koreen fala barbaadduu hawaasa musliimaa maal akka jedhan obsaan haa eeggannuu achi booda maalummaa keenya itti agarsiifna.iinshaalllaah dandeettii Rabbiitiin
Laal Maal siffakaate jarri sun Isa Haalaan sodaataniin, Tanaaf 'Akraarii' ,' Ashabbaarii' 'zaranyaa' maal maal ja'anii Maqaa inni haqan godhanne maagaazina lamaa ol isa gubbatti fi'an!

โ—Innis Isaan hin dhagahu! waca isaaniitiif jecha takkumaatuu ejjannoo isaa jijjiiree hin beekhu, inni Goota...Akkuma maqaa isaati khaa! Inni Gaara Gaarri immoo yeruma ijaan laaltuuhuu nama sodaachisa, gaarri bakkaahis hin sossa'u.

Jarris Beekkumsa, Bilchina, Ejjannoo, Dhageytii, Tasgabbii, Fi gocha Korma khanaa waan sirritti beekhaniif Akkatti Batachaa jiran.

๐Ÿ›‘Goota jaarraa 21ffaa iraahin dubbachaa jira.
(Ustaaz Ahmaddiin jabalโฃ)
Waa islaamaa!!!!!!!!!!
Xiiqii irraa hin hafan!!
ยคยคยคยคยคยคยคยคยคยคยคยค
Beeysisa ariifachiisaa jiraattota muslimaa magaalaa #dirree_dhawaa hundaaf boru guyyaa alhadaa xiqqaa guddaan dhiiraa dhalaan mormii masjiida naannoo amaaraatti gubachaa jiru dhageeysissuf hundi kheenya masjiida #taaaywaanitti ykn juuditti salaata #zuhrii akka salaannu isin beeysifna.
(Koree qindeysituu hiriiraa)
This is not fair
Ustaaz Yaassiin Nuuruu fi Ustaaz Badruu Huseen magaalaa Gondar akka hin seenne dhoorkaman

Odeeyfannoo #Nuuralhudaa
December 24,2019

Majlisni magaalaa Gondar Ustaaz Yaassiin Nuuruu fi Ustaaz Badruu Huseen 'magaalaa dhaloota isaanii akka hin seenne' jechuun waajjira bulchinsaafi nageenya naannichaa gaafate. 'Yoo isaan gara magaalichaa dhufan ammoo tohatamanii akka hidhaman' jechuun xalayaa kan barreesse tahuu gabaafame.

Dararaa Muslimoota naannichaarratti raawwatamaa jirtu Ulamaafi ummanni Muslimaa bakka jiruu ka'ee hadheeffatee balaaleeffataa jiraachuun ifa.

Haqa isaanii sarbameef diddaan Muslimoonni dhageessisaa jiran bulchinsa naannoo Amaaraa hin gammachiifne. Kanaaf hayyoota Muslimaa naannichatti dhalatan maqaa balleysuufi gara-jabeenyaan tarkaanfii irratti fudhachuuf dhama'aa jiraachuu odeeyfannoon ni addeessa.

NUURALHUDAA
Soora Qalbii Muslimaa
Harargee, Dirree Dhawaa
Dhaamsa kana waliif dabarsaa

Hiriirri mormii Jum'aa boruu gaggeyfamuuf ka'e, guyyaa birootti dabree jira. Boru hiriirri hin jiru. Sababni, ayyaana waggaa amantaa Kiristaanaa Qullubbii Gabrieeliin walirra waan dhufeefi. Qaamoonni jeequmsa amantaa kaasuuf dhama'aa jiran kanatti milkaawuuf qophirra jiraachuun saaxilame. Kanaaf warri Dirree Dhawaa guyyaa 'Isniinaa' dirree Iidaatti, warri magaalota Harargee biroo ammoo guyyaa 'Salaasaa' dirree itti baaylamattanitti akka baatan yaamicha dhiheysina.
Mahir:
MAHER ZAIN โ˜ž Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa jzk kheyran
https://t.me/Maherzain123