Dubbisii hiriyoota kee fb muslimaaf hanga dandesse ergiif
HADIISA AJAAYIBAATI
Guyyaa tokko Aa'ishaan akkana jachuun rasuula (SAW) gaafatte!
Yaa ergamaa rabbii! Guyyaa qiyaamaa dachiin yaroo baqeeyxee, harcaate Eysa geeyfamti ? Jannaan rasuul (SAW) akkana ja'een.
Guyyaa qiyaamaa dachiin yaroo baqeeyxee, harcaate SIRAAX gubbaadha geeyfamti.
Guyyaa qiyaamaa Iddoo sadi qofaatu jira.
1. Jannata.
2. Jahannam fi
3. Siraax..
Namni hundi jannata seenuuf dildila/riqicha RIRAAX gubbaa dabaruun dirqama. Siraax gubbaa yaroo dabru Yoo diliin isaa guddoo taate, Deemuu dadhabeeti hudduun shorroqa. Gariin osoo shorroquuti jahannam keysatti kufa. Gariin immoo eega qaamni isaa cicciramee booda jannata seena.
Namni dilii hin qabne (kan diliin isaa waa xiqqoo) Akka hangaasuutti, hanga libsuu ijaatti SIRAAX dabree jannata seena.
Rasuul (SAW) xarafa siraax dhaabbateeti Yaa rabbi ummata kiyya naaf baasi, Yaa rabbi ummata kiyya naaf baasi ja'a!
Nama hunda dura ummata isaatu siraax dabaree jannata seena.
Siraax Maal Fakkaata?
1. Jala isaa ibiddaatu jira..
2. Cuubeerra qara..
3. Shiggiree/haadduu rra qara..
4. Isa gubbaa hookkoo qaama namaa cirtuutu jira..
Anaa fi isiniis warra hanga libsuu ijaatti, akka hangaasuutti SIRAAX irra dabru RABBI nuhaa godhu..
Yaroo kana Aa'ishaan guyyaa qiyaamaa yaadattee booche!
Ergamaaniis (SAW) maaltu siboochisa ja'ee gaafate.
Isiiniis akkana jatteen
yaa ergamaa rabbii! Guyyaa qiyaamaa yaadadheetiin boohe!
Guyyaa san FIRRI, FIRA isaa niyaadataa ?! Jattee gaafannaan rasuul (SAW) akkana ja'een..
Eee wal yaadatan. Garuu iddoo 3tti namni tokko wal hin yaadatu.
1. Yaroo hojiin namaa madaalamtu.
2. Yaroo sartifikeetni namaaf hiramu.
3. Yaroo siraax gubbaa jiran..
Iddoo 3n tanatti namni tokko wal hin yaadatu!
Kanaaf addunyaarratti kheeyrii haa carraaqannuu..
Risaalaa bareedduu tana sadaqaadhatti niyyadhuu SHARE godhi. sababa ati SHARE gooteef obbaleeysi kee tokko qaceeluutu waa hundarra siif caala Jzk..
@hamzanaik123

โถ yeroo kharaa nama cufu yaadu๐๐ qulfiin harka rabbi jira yaadadhu
๐๐๐ ๐@httpsHamzamohammed
๐๐๐ ๐@httpsHamzamohammed
๐งฉViidiyoo daqiiqaa lamaa addunyaa boossise barumsa guddaa qabu kana ilaalaa
๐๐๐๐๐๐
๐ต ๐ฑ ๐ฆ ๐พ ๐ป ๐ฎ ๐ฉ ๐ช ๐ด
๐๐๐๐๐๐
๐ HUBANNOOLEE
โฃDurba durbummaa qabdu tokko utuu bira hin gahin maloota akka isheen durbummaa qabdu ibsan 7 dubbisuuf. Barreeffama kana Tuqi.
๐Dhiirota amanuun baayyee rakkisaadha kanaaf maloota dhiirri tokko dhugaadhaan nu jaallachuuf dhiisuu isaa afaan isaarraa gaafannee maloota ittiin adda baafannu 6 dubbisuuf.
๐Maloota dhukkuba suusii akka sigaaraa,caatii,alkoolii,Facebook,fi wantoota suusii ta'an hunda maloota ittiin ofirraa ittifnu 8 dubbisuuf.
๐Walaloowwan jaalalaa jechoota jaalala garaa nama qabbaneessaniifi nama amansiisan argachuuf.
๐Asoosamoota ajaayibsiisoo fi dinqisiisoo ,jechamoota jaalalaa ,saayikooloojii , hubannoofi kaka'umsaa๐บ

Warren kuta 8 qormaata biyoolesa fudhatan jirtoota dire dawa qormmani biyyolessa gad dhifame wan jiruuf hundii kessanuu akka lalatan
Gammanuman baratoota madrasa tiyya jadida warri tatn hundii baga rabbin isin gammachise isini gammanne congera๐๐ท๐
๐@httpsHamzamohammed

Forwarded from Odaa Electronics
Group face book Erga join gootanii nama 100 gara groupichatti invite gootanii yoo fiddan qarshii $100 argattu.
๐๐๐๐๐๐๐
https://m.facebook.com/groups/2113950025485685
๐๐๐๐๐๐๐๐
JOIN & SHARE

โจ๏ธdubbiftoota afaan oromoo qofaafโจ๏ธ
akkuma beekamu yeroon ammaa kun gannadha kanumaan wol qabatee namni bayyeen kitaaba dubbisuun ganna kana dabarsuu barbaada..
nutis kitaabota kana isiniif qabannee dhiyaanneerra kitaabota barbaaddan armaan gaditti filachuun dubbisaa
๐๐๐ป๐๐ผ๐๐ฝ๐๐พ๐๐ฟ๐