Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Bisharo Abdi official
Umaamni lafa rabbii
Hundinuu wal addaa
Lafti takka gammoojji
Tan ammoo baddaa
Takka hoo'an guutamtee
Taan garuu bishaantu kheeysa madda
Ammalli namaatiis akkasi
Hundinuu wal addaa
Kanaaf haala namaa laalte
Jiruu tee hin godhin gadda

TA NAMAA HIN LAALIN

Nama kheeysa gariin
Hammeeyse si aarsa
Inni khaan ammoo
Haala khe bareeda siif himee si faarsa
Nama si aarsu hin laalin
Hallayyarraa si qaarsa

HAMILEE NARRAA HIN CABSIN

Hamilee te bareedu
Narra hin cabsinii
Jireenyi gammachuun tolaa
Firraa hin dabsinii
Hamtuu namaa laalte
Ifin rakkisini

Haala namaa hin laalin
Torba jijjiirama
Afaan si dhungateen
Si ciniina ilmi namaa
Gaarii namaa arkkachuun
Obsatti haajama

Khalee si gammachiise
Ardha si mufachiisa
Amma si boochisee
Booda si khofalchiisa
Ammalli nama garii ni ulfaata
Qalbii si dadhabsiisa
nama gatii tiyya hin beeyneef
Maafin if rakkisa
Namni gatii namaa hin beeyne
Ifiifu rakhisha

#JOIN_Share
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
t.me/Suhye_bi
Forwarded from Bisharo Abdi official
ARJUMMAA TEE NAMA 4 IRRAA HIN MURIN

1 Haadha manaa te
2 Joollee te
3 Rahima khe
4 Hiriyyaa ykn shariikha khe

NAMA 4 HIN AARSIN
1 ulamaa'i
2 barsiisoota
3 warra rabbi sodaatu
4 manguddoota

WAA 4 HIN MURIN
1 SALAATA
2 QUR'AANA
3 ZIKRII
4 RAHIMA

WAA 4 AMALA HIN GODHATIN
1 oftuulummaa
2 daguu
3 haasidummaa
4 hinaaffaa

HAALA 4 RIIN FAAYAMI
1 obsa
2 beekkumsa
3 arjummaa
4 ba'aa qabaachu

WAA 4 IRRAA FAGAADHU
1 sheeyxaana
2 lubbuu jala deemu
3 fedhii
4 hiriyyaa ykn waahela badaa

Join_ShareπŸ™
t.me/Suhye_bi
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
RAMADAANA GAARI KA BARAKA KA KEYRI KA MILKI ISNIF HA AGODHU MISLIMA MARAAFU

AFOONAA LALLAHI AHIBBATI ❀❀
JOIN πŸ‘‡πŸ‘‡
@suheybaAdam
@suheybaAdam
Forwarded from Robsan Mohammed
https://youtube.com/watch?v=ZYHR-V6MFUk&feature=share


Marsa semi final khana na dorgomsisa jalawwan ROBSAN MOHAMMED JECHUN inshallah jalawwan SAGALE naf taha mee jzk
Forwarded from Robsan Mohammed
Halal Concert
BaatiiRamadaanaa Sababeeffachuun Sagantaa Addaa taateeQophooytee isiinEegaa jirti Irraa hinhafiina Hundi kessan Afeerramtanii jirtan
Guyyaa Alhadaa 3/08/2013Sa.aa 2:30Iddoo Ethioxaliyan
Forwarded from Moaz Moha
● Oduu Gammachiisaa.
#Share....

:Halal Concert
Baatii Ramadaanaa Sababeeffachuun Sagantaa Haala Adda taateen Qopheeytee isin Eegaa waan jirtuuf Irraa hin hafiinsa Hundi kessan Afeerramtanii jirtan.

Guyyaa Alhadaa 3/08/2013
Sa.aa 2:30
Iddoo Ethio Xaaliyaan
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jummaaa gaari ka keyri ka milki ka rizqiii

join πŸ‘‡πŸ‘‡
@suheybaAdam
@suheybaAdam
Forwarded from SALAH MOHAMMED
As wr wb Jaalawwan insha allah wan harayan isiniif qabadhe dhufe KESUMMAN NUF EENYU jatti haala addaatin video dhan kan dalagame wan taheef insha allah boru guyya alhadaa oole halkanirra sa'a 1:00
Forwarded from SALAH MOHAMMED
Watch "keeysumma nu eeynu best nasheed by salah mohammed 2021" on YouTube
https://youtu.be/_H5sfgF3e9g


Khabajamo khenya heddu dhifama isin gafachu Barbada wanin yero dabrsef connectionatu heddu dua turefi amma gad lakkifame jira #sher godhu hin dagatina galatoma
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (ABDINUR USMAN)
πŸ€I πŸ€
🌷Just🌷
πŸ€WantπŸ€
🌷To🌷
πŸ€WishπŸ€
🌷You🌷
πŸ€AπŸ€
🌷Very🌷
πŸ€happyπŸ€
🌷Ramadan🌷
πŸ€And aπŸ€
🌷Happy🌷
πŸ€lovelyπŸ€
🌷Ramadan 🌷
πŸ€I πŸ€
🌷Just🌷
πŸ€WantπŸ€
🌷To🌷
πŸ€WishπŸ€
🌷You🌷
πŸ€AπŸ€
🌷Very🌷
πŸ€happyπŸ€
🌷Ramadan🌷
πŸ€mbarkeπŸ€
🌷Happy🌷
πŸ€RamadanπŸ€
🌷mubarke🌷
πŸ€I πŸ€
🌷Just🌷
πŸ€WantπŸ€
🌷To🌷
πŸ€WishπŸ€
🌷You🌷
πŸ€AπŸ€
🌷happy🌷

🌷Ramadan🌷
πŸ€And aπŸ€
🌷Happy🌷
πŸ€RamadanπŸ€
β€’βœ¨πŸŒΉβœ¨β€’
β€’βœ¨πŸ’ πŸ’βœ¨β€’
β€’βœ¨ βœ¨β€’
β€’βœ¨ 🌻 πŸŒ»βœ¨β€’
β€’βœ¨πŸŒΊ πŸŒΊβœ¨β€’
β€’.β€’β€’.β€’*β€’.β€’*β€’.β€’*β€’.β€’*β€’.β€’*β€’.β€’*β€’.β€’*
β€’βœ¨πŸŒ΄ πŸŒ΄βœ¨β€’
β€’βœ¨πŸŒΈ πŸŒΈβœ¨β€’
✨⭐✨⭐✨⭐✨⭐✨
⭐🌹🌹🌹⭐🌹🌹🌹⭐Ramadan
🌹⭐✨⭐🌹⭐✨⭐🌹mubarak
🌹✨⭐✨⭐✨⭐✨🌹Ramadan
✨🌹✨⭐..⭐✨🌹✨mubarak
⭐✨🌹✨⭐✨🌹✨⭐All of Muslim
✨⭐✨🌹✨🌹✨⭐✨❀I love you Allah and prophet Muhammed❀
⭐✨⭐✨🌹✨⭐✨⭐l
πŸƒπŸ‚πŸƒhappy πŸƒπŸ‚πŸƒ
πŸ‚πŸƒ Ramadan πŸƒπŸ‚
πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒπŸ‚πŸƒ
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~
~~~~~~~~~~~~~~~~~~~🌜🌜🌜🌜🌜🌜🌜🌜🌜🌜🌜🌜🌜🌜
@Mustaqbal11🌜🌜🌜🌜🌜🌜🌜🌜🌜🌜
Forwarded from Robsan Mohammed
Watch "Ramadan Nasheed; Nashiida afaan oromo ; Islamic Nasheed; by AL ANSAR INSHAD DAWA GROUP NEW NESHID" on YouTube
https://youtu.be/qhLP9duA5Ew