Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Aaya yoo yadatte si gammachistu siif sodaachistu 😟😟😟

By suheyba Adam
join 👇👇
@suheybaAdam
@suheybaAdam
Audio
ሱረቱል ካህፍ 🌸ተጋበዙ ልኝ🌸
🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸🌸

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (Suheyba Adam)
rabbi wajji irakachun hatta yaaduulleen gehaadha rahaa arakchuuf

@mustaqbal11
@mustaqbal11
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (mame jarba)
Ergaa galgala
ibnul joyziin rabbi haa araaramuufi akkana ja'aa Haala khee khana laali yoo kha du'aafi qabrii tahu tahe itti fuufi ammoo yoo laman khanaf tahuu baate dafii khara RABBII deebi'ii
@Mustaqbal11
@mustaqbal11
Forwarded from Robsan Mohammed
Namatti hin koflin😂
Namaas hin jejin😏
Qubaa👉namatti laattee ittin qoosin😁
Atis boru maal akka si mudatu hin beeytu😢

Warreen dhiraa🧍‍♂ammoo dubartiin🧍‍♀tun daima🙇‍♀ guddaadha yoo takka si jaalatte❤️ akka waan si malee namni biraa hin jirretti si jaalatti❤️
Ati isi fuutee nikaa godhatte jaalala❤️isii san bakaan gahuufi yoo hin dandeenye itti dhiyaatte akka isiin booda midhamtu😢hin godhin namni oboleeytii😢dhala qabu dubartii hin miidhu😢
Yoo dandeeysan tan jaalattan❤️ nikaa goradhaa fuudhaa yoo dadhabdan hujii tessanitti jabadha💪

Garuu dubartii miidhurraa of qusadhaa😢😢😢😢Plss

#Dubartiin_haadha👵🏻
#Dubartiin_obbolleeytidha👩
#Dubartiin_jaartiidha👸
#Dubartiin_wahunda wi 😊

Horaa bulaa
Carraa tolaa

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
‏﷽
۝ إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى
النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا
عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ۝ ﷺ
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (Suheyba Adam)
Forwarded from Mustaqbal Al-Jamiil (mame jarba)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
irra caala uuma
irra bareeda nama
jaalalle miliyoona
dasi ganda lama
rahmata aalama
irratti haa bu'uu rahmanni rabbi aalama
صلى الله عليه وسلم
صلى الله عليه وسلم
@mustaqbal11
@mustaqbal11
Forwarded from Deleted Account
Oboleeyan Rabbiin jannataan isin haa qananiisuu maati tana haa dhaqabnu rakkoo cimtuu kheysa jiranii share godha waliin gehaa
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jechi ilma nama jabeenya siif haa tahu male sababa dadhabina keeti hin tahin

Join 👇👇
@suheybaAdam
@suheybaAdam
Eyba salah namu afermtaan wa harka qabadha kotta🤣