Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Salaata jabeefachuu fi tolfachuun dirqama nama muslimaati!


Salaatni Addunyaa fi akhirattis bu'aa heddu qaba. Hamtuu fi dalagaa fokkattuu irraa nama dhoorkti. Namni muslima ta'ee hin salaatne yookaan ammoo salaata yeroo fedhe salaatee yeroo fedhe dhiisu, salphatti dilii keessatti kufa; jiruu fi jireenyi isaatis kan warra kaafiraatiin adda miti.


Nabiin kheenya Muhammad ๏ทบ akkana jedhan:- "Warra Rabbitti amaneefi Rabbitti kafare jidduu salaata dhiisuu malee wanni takka (garaagarummaan) hin jiru"

ุนูŽู†ู’ ุฌูŽุงุจูุฑูุŒ ู‚ูŽุงู„ูŽ ู‚ูŽุงู„ูŽ ุฑูŽุณููˆู„ู ุงู„ู„ูŽู‘ู‡ู ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… ‏ "‏ ู„ูŽูŠู’ุณูŽ ุจูŽูŠู’ู†ูŽ ุงู„ู’ุนูŽุจู’ุฏู ูˆูŽุจูŽูŠู’ู†ูŽ ุงู„ู’ูƒููู’ุฑู ุฅูู„ุงูŽู‘ ุชูŽุฑู’ูƒู ุงู„ุตูŽู‘ู„ุงูŽุฉู ‏"‏ ‏.‏

Nuuralhudaa
Soora Qalbii Muslimaati
Forwarded from MAHER AHMEDโ˜ž Official via @like
Hhhhh mee Nashiida OBN kanaa caqafadhaa..ittiin bohaara...xiqqollee taatuu naa kolfaa me๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

JOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Forwarded from Eid Ali Musa
Jechaan namattii fiigu dura
Ati eenyu akka taate if dubbisi
Jechaan namatti fiigu dura maal akka dubbattu beeki
Nama qeequu duraa maalif akka qeequu deemtu beeki

Waan maraafu jerjerri gaarii miti
Hin jerjerin
By edu ali musa
t.me/edualimusa
ุฌู…ุนุฉ
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam)
As wr wb hordoftota suheyba Adam akkam na jirtan jaallowwan alh an nagyaa wlh isinis bakka jirtanitti nagaya naaf arkadha rahamnni rabbi isinirraa haa jiraatu

Wannin jechu barbaade akkuma gartan linki as olitti isiinif erga kana jama'an an keessatti baradhe ilmi garagaraa nama barsisu ammalle qama bira kute qilleesarrattille barumsa adda addaa isinii qooduf tattafachu jiran join hodhuun barnoota adda adda arktattan je'etin yaada heddu na galatoma jzk

@mustaqbal11
@mustaqbal11
Join โ˜โ˜โ˜
Atฤซ nฤƒmฤƒ Gฤƒrฤซฤซ yoo taate
Nฤƒmni ฤƒtฤซ dhฤƒbdรป hin jiru
Gฤƒrลซ namani si dhabu jira
Gฤƒrฤซฤซ ta'i garumaman abumafi!
Gลซyyฤƒ Gฤƒrฤซฤซ ๐Ÿ’š
โ˜†Joinโ˜†
โœฏโ”„โ”…โ”…โœฟโ€โ™ฅ๏ธโ€โœฟโ”…โ”…โ”„โœฏ
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam)
Yeruma maraahu wa hunda keessatti if dura nama dursi atis ka wahundan si yaadatu qabda...
Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@suheybaAdam
@suheybaAdam