Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Audio
Nashiidaa haaraya akkaan namatti toltu
Dhaggeeffattu malee bira hin dabrin.
(illaa habiiballaah )
#_by munshid najash_#
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
😍😍❣️❣️🌹🌹🌹اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين يارب ❣️🌹
Warroonni Ergamaa keenya Arrabsan sun haa galatoomanii...

🖋 Ammaar sh. Amiin

👉 Galatoomaa iimaana qalbii teenya keessa jiru dammeessitanii, Ergamaa keenya jala Akka hiriirru waan nu gootaniif!
👉 Galatoomaa ummanni muhammad S.A.W ni dhukkubsatte malee Akka hin du'in firaa fi Diinaafis waan mirkaneessitaniif!
👉 Galatoomaa Jibbaa islaamummaaf qabdan waan mul'ifattaniif...

🔴 Wanni bareechitanii beekuu qabdan Hanga barbaanne diloynus, Sheyxaanaa fi lubbuun teenya Nu injifattus Ergamaa keenya Lubbuu teenya caalaa jaalanna!

Waan Ajaa'ibaa Isaan hamtutti yaadanii Rabbiin gaaritti nuuf jijjiire fakkaata!

Yaa Rabbii keenya Yaa Abbaa Rahmataa keyrii hedduu dalagannee qabaachuullee baannu Ergamaa kee Ni jaalanna, jaalaluma tanaan Warra jannataa nu godhii ollaa isaanii nu qubsiisi! Aaamiiin!

Nagayaa fi Rahmanni hanganan ja'amne Ergamaa keenyarratti haa jiraatu ❤️❤️❤️
صلى الله عليه وسلم

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam 9B)
Namayyun naaf gehaa himaa enyummaa sa haa baru adaawwin saa cufti 👍👍
Join 👇👇
@suheybaAdam
@suheybaAdam
Forwarded from  أحبك يا رسول الله  (Hanaadi Mohammed)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nabiyyi Rahamata
Irratti salawaata buusa!
ﺍﻟﻠﻬﻢ ﺻﻞ ﻭﺳﻠﻢ ﻭﺑﺎﺭﻙ ﻋﻠﻰ ﻧﺒﻴﻨﺎ ﻣﺤﻤﺪ !!

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
I Love Prophet Muhammad Peace be upon him ❤️
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Audio
Habibi Yaa Muhammad

By tofiq yusuf

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Sif ye baba
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jecha obbaletti tenya qaali heddu si fayyada dhagefadhuu itti naf fayyadamii obbaletti tiyya qaali 😍😍😍

Join 👇👇👇
@sif_ye_baba
@suheybaAdam
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam 9B)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dhuguma san me rabbin guddina saati wajji jaalala inni siif qabu gad lallali

Join 👇👇
@suhehbaAdam
@suheybaAdam
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Gorssa hedduu qalbii nama seenu 😭 obaleeytin tiyya tuni dhugaa jatte wlh ... rabbin warra duniyaa fi akhiratilee milkaawee guyyaa borruu fula rahman arkkuu nuhaa taasisuu rahman rahmata isaatin 😭🤲🤲