Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
#MallattooJaalalaNabiiﷺ
Jafer Beyan Irraa.

1- Nabiyyii ﷺ Jaalachuun hundee amantiitii, Jaalalti bakki Isii Qalbii taatus Jaalalaa Isaatiif mallattoo fii Ragaa adeemsa Muslimaa irraa mul’atuun beekamti. Mallattoo jaalalaa guddaan nama jaalattuuf tumsuudha.
2-Rasuulli ﷺ akkana je’e:
“Tokkoon kheeysan haga ani Ilmaan Isaa, Haadhaa fii Abbaa Isaa akkasumas Ilmaan namaa hundarra Isa biratti jaalatamaa tahuu hin amanne.”
Bukhaarii gabaase.
Kaampaanii faransaa kan asii gadii kanarraa abadan waa hin bitin. Lubbuun teenya fidaa Nabiyyii keenyaa haa taatu.
Forwarded from  أحبك يا رسول الله  (Hanaadi Mohammed)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
فِـَـــَـــََدِاَكََ اَبٓٓٓي وََ اَِمَــََــيِ ياََرَســَــــوََِلَ اَللَه
♥️

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Badrudin Ahmed
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jaalalaa rasulaa rabbin nuuf haa khanu ☝️😭
Audio
Nashiidaa haaraya akkaan namatti toltu
Dhaggeeffattu malee bira hin dabrin.
(illaa habiiballaah )
#_by munshid najash_#
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
😍😍❣️❣️🌹🌹🌹اللهم صل وسلم على نبينا محمد وعلى آله وصحبه أجمعين يارب ❣️🌹
Warroonni Ergamaa keenya Arrabsan sun haa galatoomanii...

🖋 Ammaar sh. Amiin

👉 Galatoomaa iimaana qalbii teenya keessa jiru dammeessitanii, Ergamaa keenya jala Akka hiriirru waan nu gootaniif!
👉 Galatoomaa ummanni muhammad S.A.W ni dhukkubsatte malee Akka hin du'in firaa fi Diinaafis waan mirkaneessitaniif!
👉 Galatoomaa Jibbaa islaamummaaf qabdan waan mul'ifattaniif...

🔴 Wanni bareechitanii beekuu qabdan Hanga barbaanne diloynus, Sheyxaanaa fi lubbuun teenya Nu injifattus Ergamaa keenya Lubbuu teenya caalaa jaalanna!

Waan Ajaa'ibaa Isaan hamtutti yaadanii Rabbiin gaaritti nuuf jijjiire fakkaata!

Yaa Rabbii keenya Yaa Abbaa Rahmataa keyrii hedduu dalagannee qabaachuullee baannu Ergamaa kee Ni jaalanna, jaalaluma tanaan Warra jannataa nu godhii ollaa isaanii nu qubsiisi! Aaamiiin!

Nagayaa fi Rahmanni hanganan ja'amne Ergamaa keenyarratti haa jiraatu ❤️❤️❤️
صلى الله عليه وسلم

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam 9B)
Namayyun naaf gehaa himaa enyummaa sa haa baru adaawwin saa cufti 👍👍
Join 👇👇
@suheybaAdam
@suheybaAdam
Forwarded from  أحبك يا رسول الله  (Hanaadi Mohammed)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nabiyyi Rahamata
Irratti salawaata buusa!
ﺍﻟﻠﻬﻢ ﺻﻞ ﻭﺳﻠﻢ ﻭﺑﺎﺭﻙ ﻋﻠﻰ ﻧﺒﻴﻨﺎ ﻣﺤﻤﺪ !!

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
I Love Prophet Muhammad Peace be upon him ❤️
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
Audio
Habibi Yaa Muhammad

By tofiq yusuf

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed