Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Sฤƒllลฏ ฤƒllฤƒ ร‘ฤƒbฤซฤซ โฃ๏ทบโฃ
ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุตูŽู„ู‘ู ูˆูŽ ุณูŽู„ู‘ูู…ู’ ูˆูŽุจูŽุงุฑููƒู’ ุนูŽู„ูŽู‰ ู†ูŽุจููŠู‘ูู†ูŽุง ู…ูุญูŽู…ู‘ูŽุฏู๏ทบ
ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุตูŽู„ู‘ู ูˆูŽ ุณูŽู„ู‘ูู…ู’ ูˆูŽุจูŽุงุฑููƒู’ ุนูŽู„ูŽู‰ ู†ูŽุจููŠู‘ูู†ูŽุง ู…ูุญูŽู…ู‘ูŽุฏู๏ทบ
ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุตูŽู„ู‘ู ูˆูŽ ุณูŽู„ู‘ูู…ู’ ูˆูŽุจูŽุงุฑููƒู’ ุนูŽู„ูŽู‰ ู†ูŽุจููŠู‘ูู†ูŽุง ู…ูุญูŽู…ู‘ูŽุฏู๏ทบ
แˆ˜แˆแŠซแˆ แŒแˆแ‹“
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Muhammad โค yaa rasulaah โคMuhammad โค si hunda caalaa โค
Nin deemmaa faanna khee jalaa โค
Arkkachuuf โค jirruu jaalallaa โค

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Qadde Naik Oro officials
........
Hundaatu nu,adamsa
Akka kuruphee baddaa
Guyyaa gammachuun dansaa
Galgalli keenya gaddaa!
~
Hundaatu nutti tufa
Taane gad galoo saree!
Hundaatu nu,hurgufa
Shaashiin walinu maree!!
~
Jechaaniis nu waraanu
Eeboo afaan qaratanii
Iyyanis nutti caraanu
Akka waan baratanii!
~
Nama taane dhalannee
Jiraannuus akka bineensaa
Boqqolloo gannaa taane
Hundi,nun kaayu qeensa
.
Yaa sabaa ko rabbuman nuraa ha gutuuu ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ

โ˜†Joinโ˜†
โœฏโ”„โ”…โ”…โœฟโ€โ™ฅ๏ธโ€โœฟโ”…โ”…โ”„โœฏ
https://t.me/joinchat/AAAAAFb8ZDMDeDWzRy9Bvw
#MallattooJaalalaNabii๏ทบ
Jafer Beyan Irraa.

1- Nabiyyii ๏ทบ Jaalachuun hundee amantiitii, Jaalalti bakki Isii Qalbii taatus Jaalalaa Isaatiif mallattoo fii Ragaa adeemsa Muslimaa irraa mulโ€™atuun beekamti. Mallattoo jaalalaa guddaan nama jaalattuuf tumsuudha.
2-Rasuulli ๏ทบ akkana jeโ€™e:
โ€œTokkoon kheeysan haga ani Ilmaan Isaa, Haadhaa fii Abbaa Isaa akkasumas Ilmaan namaa hundarra Isa biratti jaalatamaa tahuu hin amanne.โ€
Bukhaarii gabaase.
Kaampaanii faransaa kan asii gadii kanarraa abadan waa hin bitin. Lubbuun teenya fidaa Nabiyyii keenyaa haa taatu.
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
ููู€ูŽู€ู€ู€ูŽู€ู€ู€ูŽูŽุฏูุงูŽูƒูŽูŽ ุงูŽุจู“ู“ู“ูŠ ูˆูŽูŽ ุงููŽู…ูŽู€ู€ูŽูŽู€ู€ูŠู ูŠุงูŽูŽุฑูŽุณู€ู€ูŽู€ู€ู€ู€ูˆููŽูŽู„ูŽ ุงูŽู„ู„ูŽู‡
โค๏ทบโ™ฅ๏ธ

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Badrudin Ahmed
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jaalalaa rasulaa rabbin nuuf haa khanu โ˜๏ธ๐Ÿ˜ญโค
Audio
Nashiidaa haaraya akkaan namatti toltu
Dhaggeeffattu malee bira hin dabrin.
(illaa habiiballaah )
#_by munshid najash_#
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐Ÿ˜๐Ÿ˜โฃ๏ธโฃ๏ธ๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒนุงู„ู„ู‡ู… ุตู„ ูˆุณู„ู… ุนู„ู‰ ู†ุจูŠู†ุง ู…ุญู…ุฏ ูˆุนู„ู‰ ุขู„ู‡ ูˆุตุญุจู‡ ุฃุฌู…ุนูŠู† ูŠุงุฑุจ โฃ๏ธ๐ŸŒน
Warroonni Ergamaa keenya Arrabsan sun haa galatoomanii...

๐Ÿ–‹ Ammaar sh. Amiin

๐Ÿ‘‰ Galatoomaa iimaana qalbii teenya keessa jiru dammeessitanii, Ergamaa keenya jala Akka hiriirru waan nu gootaniif!
๐Ÿ‘‰ Galatoomaa ummanni muhammad S.A.W ni dhukkubsatte malee Akka hin du'in firaa fi Diinaafis waan mirkaneessitaniif!
๐Ÿ‘‰ Galatoomaa Jibbaa islaamummaaf qabdan waan mul'ifattaniif...โ—

๐Ÿ”ด Wanni bareechitanii beekuu qabdan Hanga barbaanne diloynus, Sheyxaanaa fi lubbuun teenya Nu injifattus Ergamaa keenya Lubbuu teenya caalaa jaalanna!

Waan Ajaa'ibaa Isaan hamtutti yaadanii Rabbiin gaaritti nuuf jijjiire fakkaata!

Yaa Rabbii keenya Yaa Abbaa Rahmataaโ— keyrii hedduu dalagannee qabaachuullee baannu Ergamaa kee Ni jaalanna, jaalaluma tanaan Warra jannataa nu godhii ollaa isaanii nu qubsiisi! Aaamiiin!

Nagayaa fi Rahmanni hanganan ja'amne Ergamaa keenyarratti haa jiraatu โค๏ธโค๏ธโค๏ธ
ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed