Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Hamdi abdujabar
Waa hundaf gura hin kenin

@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†join πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Audio
Obsi furmaata jiruuti 🌹
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Qadde Naik Oro officials
Iccitii balaa ( musiban nama tuquu)
------------------------------------------------------
2faa.qormataf
Qormataf hogga januu wan nama keysaa jiruu laluf wan inni jalanee itti busuudha . Qormani kun imana isanifi wan isan keysa jiruu adda basaa
Quranaa keysati rabbin s.w.t ni jae suraa baqaraa ayata 155:157
.
.
Dhigumati sodaa fi belaa irra wan tokkon isin fatana akkasuma qabenyaa lubbu fi fudralee irra hir'isun isin mokoraa ykn isin fatana .warra obsan gamachisi. Isan yeroo balan isan tuqee. Dhugumati nuti kan rabbiti dhugumati garaa isaa debi'oodha jedhanidha isan waraa faruu fi rahmani goytaa isanii irra ta'ee isan irra jirudha warii sun isan ummata qajelfamodha.
.
πŸ‘‰ yeroo kanati wanti namara egamuu obsuu, abdii qabachu,iimana irrati gadi dhabachuu,fi wantota badii hojachuu irra if qusachuu
Rabbbin nama qajelfama rabbi hordafee janata senuu nu ha godhuu 🀲
3ffa itti fufaa...

3ffa fi 1ffa arkachuf join godha
β˜†Joinβ˜†
βœ―β”„β”…β”…βœΏβ€β™₯οΈβ€βœΏβ”…β”…β”„βœ―
https://t.me/joinchat/AAAAAFb8ZDMDeDWzRy9Bvw
Forwarded from Sif ye baba
Halalii wlh sirra hin aaru insha Allah πŸ™ˆπŸ˜Š

Join πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@sif_ye_baba
@sif_ye_baba
Forwarded from Bisharo Abdi official
❣Haadha to Ya ummi tiyya
Fidaa teeti lubbun tiyya
Ati bar jiruu tiyya siifin khadhaa rabbi khiyya

❣I loVe YoU MaMa❣

JOIN πŸ‘‡
@Suhye_bi
@Suhye_bi
Eenyu jiraa Sample

Coming Soon...
#Share

@Mamme4k
@Mamme4k
Forwarded from Badrudin Ahmed
Asalamu aleykum wr wb Ahbaabi😊
Insha allah πŸ‘† Guyyaa Alhada nashiidaa Haaraya ☺MOHAMMED s.a.wπŸ’ŸπŸ’Ÿ jattu Anaa fii Obbaleessa khiyya Ibsa Abdi Rashid wajji hojanne YouTube irra nu eegadha.
#SHARE #SUBSCRIBE
https://www.youtube.com/channel/UCml0plTp0cNwRPf-GfvFIKw?view_as=subscriber
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Jirruu tee khesati qalbbin tee xuma'ininaa akka arkkatuu yoo barbbaadee rabbii khee qabadhu #
gize san akka nama wan hunda arkkateetti gammachuun jirraata 😊❀

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Jummah Mubarak Nasheed | 3D Islamic Cartoon
Omar Esa
🌹JuMa MubaRakπŸ•‹
Ahbaabii❣
Isin afeere😊

JOIN πŸ‘‡πŸ‘‡
@Suhye_bi
@Sureya_ra
SΔƒllΕ― ΔƒllΔƒ Γ‘ΔƒbΔ«Δ« ❣ﷺ❣
Ψ§Ω„Ω„Ω‘ΩŽΩ‡ΩΩ…Ω‘ΩŽ Ψ΅ΩŽΩ„Ω‘Ω وَ Ψ³ΩŽΩ„Ω‘ΩΩ…Ω’ ΩˆΩŽΨ¨ΩŽΨ§Ψ±ΩΩƒΩ’ ΨΉΩŽΩ„ΩŽΩ‰ Ω†ΩŽΨ¨ΩΩŠΩ‘ΩΩ†ΩŽΨ§ Ω…ΩΨ­ΩŽΩ…Ω‘ΩŽΨ―Ωο·Ί
Ψ§Ω„Ω„Ω‘ΩŽΩ‡ΩΩ…Ω‘ΩŽ Ψ΅ΩŽΩ„Ω‘Ω وَ Ψ³ΩŽΩ„Ω‘ΩΩ…Ω’ ΩˆΩŽΨ¨ΩŽΨ§Ψ±ΩΩƒΩ’ ΨΉΩŽΩ„ΩŽΩ‰ Ω†ΩŽΨ¨ΩΩŠΩ‘ΩΩ†ΩŽΨ§ Ω…ΩΨ­ΩŽΩ…Ω‘ΩŽΨ―Ωο·Ί
Ψ§Ω„Ω„Ω‘ΩŽΩ‡ΩΩ…Ω‘ΩŽ Ψ΅ΩŽΩ„Ω‘Ω وَ Ψ³ΩŽΩ„Ω‘ΩΩ…Ω’ ΩˆΩŽΨ¨ΩŽΨ§Ψ±ΩΩƒΩ’ ΨΉΩŽΩ„ΩŽΩ‰ Ω†ΩŽΨ¨ΩΩŠΩ‘ΩΩ†ΩŽΨ§ Ω…ΩΨ­ΩŽΩ…Ω‘ΩŽΨ―Ωο·Ί
Watch "Oromo Drama SHEK/DOCTOR 2 comedy haarawa 2020" on YouTube
https://youtu.be/NKsdoo7vZLQ
Duuti😒ulamaa baayyataa dhufe kuni mallattoo qiyaamaan😭 dhihaachuu nama agarsiisaπŸ₯Ί . Torban tokko kheeysatti ulamaa'ootaπŸ‘³β€β™‚πŸ‘³β€β™‚gurgudda 2 dhabne shekhπŸ‘³β€β™‚. Waliyyii aloo Guyyaa arraa gama gandaa Aakhiraa godaanan😭😭😭

RABBIIN qubsuma isaanii jannata haa taasisuu.

JOINπŸ‘‡πŸ‘ŒπŸ˜­
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Watch "MOHAMMED official video clip Nasheed by Ibsa Abdi & Badrudin Ahmed 2020" on YouTube
https://youtu.be/qHw5VUDybnY
Forwarded from Robsan Mohammed
As wa wb obaleyyan khenya qaqqali link Asin oli khana tuqun nashida aja'iba tan MOHAMMED jettu obaleyan Khanya #ibsa abdi fi #Badrudin ahmedin hojjetamte tana yo dandenye namutu #contact qabufi #Group qabu irratti #sher godhaf wal gargaru amala ha godhannu obaleyyan galatoma
By Robsan Mohammed
@officialrobsan
@officialrobsan