Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Robsan Mohammed
Namni garin kha si midha jiru wan akka tola sitti olu jiru if fakkassa rabbin nama akkanatirra nun godhin amiin ja'a mee
@officialrobsan
@officialrobsan
Audio
Tan namaa itti dhiisi by Muaz Nazif
Badiin guddoon ibidda Jahannamitti nama qaarsitu Shirkii dha. Shirkii irraa akka baraaramnuuf ammoo ergamaan Rabbii Muhammad ο·Ί kadhaa armaan gadii tana nu barsiisanii jiran.


*Allaahumma innaa na'uuzu bika min an nushrika bika shey'an na'lamuhuu, wa nastaghfiruka limaa laa na'lam*

*Ψ§Ω„Ω„Ω‘ΩŽΩ‡ΩΩ…Ω‘ΩŽ Ψ₯ΩΩ†Ω‘ΩŽΨ§ Ω†ΩŽΨΉΩΩˆΨ°Ω Ψ¨ΩΩƒΩŽ مِنْ Ψ£ΩŽΩ†Ω’ Ω†ΩΨ΄Ω’Ψ±ΩΩƒΩŽ Ψ¨ΩΩƒΩŽ Ψ΄ΩŽΩŠΩ’Ψ¦Ω‹Ψ§ Ω†ΩŽΨΉΩ’Ω„ΩŽΩ…ΩΩ‡Ω ΩˆΩŽΩ†ΩŽΨ³Ω’ΨͺΩŽΨΊΩ’ΩΩΨ±ΩΩƒΩŽ Ω„ΩΩ…ΩŽΨ§ Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩŽΨΉΩ’Ω„ΩŽΩ…ΩΩ‡*

Hikkaan isiitis:- β€œYaa Rabbi! Waan beynuufi hin beynerraa sitti waa qindeessuu irraa sitti maganfanna! Badii teenya irra nuuf dabri”

Kadhaa tana qomatti qabannee yeroo hunda jechuun faayidaa guddoo qabdi.
Forwarded from Robsan Mohammed
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
😒wan akkan qalbi nama tuqu khana dawwadha 😒
Chanela khenyas obaleyyan khessanif #sher godha
@officialrobsan
@officialrobsan
Forwarded from Hamdi abdujabar
Waa hundaf gura hin kenin

@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†join πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Audio
Obsi furmaata jiruuti 🌹
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Qadde Naik Oro officials
Iccitii balaa ( musiban nama tuquu)
------------------------------------------------------
2faa.qormataf
Qormataf hogga januu wan nama keysaa jiruu laluf wan inni jalanee itti busuudha . Qormani kun imana isanifi wan isan keysa jiruu adda basaa
Quranaa keysati rabbin s.w.t ni jae suraa baqaraa ayata 155:157
.
.
Dhigumati sodaa fi belaa irra wan tokkon isin fatana akkasuma qabenyaa lubbu fi fudralee irra hir'isun isin mokoraa ykn isin fatana .warra obsan gamachisi. Isan yeroo balan isan tuqee. Dhugumati nuti kan rabbiti dhugumati garaa isaa debi'oodha jedhanidha isan waraa faruu fi rahmani goytaa isanii irra ta'ee isan irra jirudha warii sun isan ummata qajelfamodha.
.
πŸ‘‰ yeroo kanati wanti namara egamuu obsuu, abdii qabachu,iimana irrati gadi dhabachuu,fi wantota badii hojachuu irra if qusachuu
Rabbbin nama qajelfama rabbi hordafee janata senuu nu ha godhuu 🀲
3ffa itti fufaa...

3ffa fi 1ffa arkachuf join godha
β˜†Joinβ˜†
βœ―β”„β”…β”…βœΏβ€β™₯οΈβ€βœΏβ”…β”…β”„βœ―
https://t.me/joinchat/AAAAAFb8ZDMDeDWzRy9Bvw
Forwarded from Sif ye baba
Halalii wlh sirra hin aaru insha Allah πŸ™ˆπŸ˜Š

Join πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@sif_ye_baba
@sif_ye_baba
Forwarded from Bisharo Abdi official
❣Haadha to Ya ummi tiyya
Fidaa teeti lubbun tiyya
Ati bar jiruu tiyya siifin khadhaa rabbi khiyya

❣I loVe YoU MaMa❣

JOIN πŸ‘‡
@Suhye_bi
@Suhye_bi