Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Robsen Sufian
Yeroo tarkaanfattu suuta tarkaanfadhu akkkasuma yeroo dubbattuus laalladhuu dubbadhu

Nama of qusateetu manan waliif galaa

@Robertoyee
@Robertoyee
Forwarded from Qadde Naik Oro officials
Oromoon Maal Jedha !


Osoo Jawar hidha jiru
Akkamin usnee teenyaa ?
Callisnee ta'uu kanaa
Akkin dandeenyee !
~
~
Osoo Shamsudiin Tehaa
Hidhaa keessaa cinqamuu
Osoo Baqallaa Garbaa
Oromodhaaf rakkamuu !
~
~
Osoo Abdii Ragassaa
Dhukkubsatee aaduu
Osoo oromiyaa keessa
Raasasnii qeerroo waaduu
~
~
Nutti maaliif callisenee
Manatti galee teenyaa
Miidhaan warra Harargee
Nuttifiis miidhaa keenyaa !
~
~
Daba lagatte malee
Daba cooma midhaanii
Shawwaaf birmatte malee
Bara #Maaster_Pilaanii !
~
~
Harargeen haa dhumuu
Jettanni hin ta'innaa !
Saba keessaan dhiistanni
Orma jala hin fiiginaa !
~
~
Osoo Arsiin boo'aa jiru
Yoo Baaleen callisee !
Diina warra Wallaggaa
Jimmaan yoo nyaachisee !
~
~
Akkamin tokkoo taanee
Diina offirraa ittisnnaa !
Nutti wal hin dhageenyuu
Abiyii akkamin kuufisnaa !
~
~
Gafa saba kee ajjeesstee
Diinaf aarsaa kafaltuu !
Gafa dhiiga Haccee nyaatee
Lubbuu gootatiin daldaltuu !
~
~
Mee Rabbin maal sin jedha
Lubbuu goota dhangalaastee
Oromoo nagaa dhorkitee
Ummata nagayaa ofitti kaastee !
~
β˜†Joinβ˜†
βœ―β”„β”…
Forwarded from Robsan Mohammed
Namni garin kha si midha jiru wan akka tola sitti olu jiru if fakkassa rabbin nama akkanatirra nun godhin amiin ja'a mee
@officialrobsan
@officialrobsan
Audio
Tan namaa itti dhiisi by Muaz Nazif
Badiin guddoon ibidda Jahannamitti nama qaarsitu Shirkii dha. Shirkii irraa akka baraaramnuuf ammoo ergamaan Rabbii Muhammad ο·Ί kadhaa armaan gadii tana nu barsiisanii jiran.


*Allaahumma innaa na'uuzu bika min an nushrika bika shey'an na'lamuhuu, wa nastaghfiruka limaa laa na'lam*

*Ψ§Ω„Ω„Ω‘ΩŽΩ‡ΩΩ…Ω‘ΩŽ Ψ₯ΩΩ†Ω‘ΩŽΨ§ Ω†ΩŽΨΉΩΩˆΨ°Ω Ψ¨ΩΩƒΩŽ مِنْ Ψ£ΩŽΩ†Ω’ Ω†ΩΨ΄Ω’Ψ±ΩΩƒΩŽ Ψ¨ΩΩƒΩŽ Ψ΄ΩŽΩŠΩ’Ψ¦Ω‹Ψ§ Ω†ΩŽΨΉΩ’Ω„ΩŽΩ…ΩΩ‡Ω ΩˆΩŽΩ†ΩŽΨ³Ω’ΨͺΩŽΨΊΩ’ΩΩΨ±ΩΩƒΩŽ Ω„ΩΩ…ΩŽΨ§ Ω„ΩŽΨ§ Ω†ΩŽΨΉΩ’Ω„ΩŽΩ…ΩΩ‡*

Hikkaan isiitis:- β€œYaa Rabbi! Waan beynuufi hin beynerraa sitti waa qindeessuu irraa sitti maganfanna! Badii teenya irra nuuf dabri”

Kadhaa tana qomatti qabannee yeroo hunda jechuun faayidaa guddoo qabdi.
Forwarded from Robsan Mohammed
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
😒wan akkan qalbi nama tuqu khana dawwadha 😒
Chanela khenyas obaleyyan khessanif #sher godha
@officialrobsan
@officialrobsan
Forwarded from Hamdi abdujabar
Waa hundaf gura hin kenin

@Hamdi_abdujabar
@Hamdi_abdujabar
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†join πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Audio
Obsi furmaata jiruuti 🌹
@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from Qadde Naik Oro officials
Iccitii balaa ( musiban nama tuquu)
------------------------------------------------------
2faa.qormataf
Qormataf hogga januu wan nama keysaa jiruu laluf wan inni jalanee itti busuudha . Qormani kun imana isanifi wan isan keysa jiruu adda basaa
Quranaa keysati rabbin s.w.t ni jae suraa baqaraa ayata 155:157
.
.
Dhigumati sodaa fi belaa irra wan tokkon isin fatana akkasuma qabenyaa lubbu fi fudralee irra hir'isun isin mokoraa ykn isin fatana .warra obsan gamachisi. Isan yeroo balan isan tuqee. Dhugumati nuti kan rabbiti dhugumati garaa isaa debi'oodha jedhanidha isan waraa faruu fi rahmani goytaa isanii irra ta'ee isan irra jirudha warii sun isan ummata qajelfamodha.
.
πŸ‘‰ yeroo kanati wanti namara egamuu obsuu, abdii qabachu,iimana irrati gadi dhabachuu,fi wantota badii hojachuu irra if qusachuu
Rabbbin nama qajelfama rabbi hordafee janata senuu nu ha godhuu 🀲
3ffa itti fufaa...

3ffa fi 1ffa arkachuf join godha
β˜†Joinβ˜†
βœ―β”„β”…β”…βœΏβ€β™₯οΈβ€βœΏβ”…β”…β”„βœ―
https://t.me/joinchat/AAAAAFb8ZDMDeDWzRy9Bvw