Forwarded from Robsen Sufian
Yeroo tarkaanfattu suuta tarkaanfadhu akkkasuma yeroo dubbattuus laalladhuu dubbadhu
Nama of qusateetu manan waliif galaa
@Robertoyee
@Robertoyee
Nama of qusateetu manan waliif galaa
@Robertoyee
@Robertoyee
Forwarded from Qadde Naik Oro officials
Oromoon Maal Jedha !
Osoo Jawar hidha jiru
Akkamin usnee teenyaa ?
Callisnee ta'uu kanaa
Akkin dandeenyee !
~
~
Osoo Shamsudiin Tehaa
Hidhaa keessaa cinqamuu
Osoo Baqallaa Garbaa
Oromodhaaf rakkamuu !
~
~
Osoo Abdii Ragassaa
Dhukkubsatee aaduu
Osoo oromiyaa keessa
Raasasnii qeerroo waaduu
~
~
Nutti maaliif callisenee
Manatti galee teenyaa
Miidhaan warra Harargee
Nuttifiis miidhaa keenyaa !
~
~
Daba lagatte malee
Daba cooma midhaanii
Shawwaaf birmatte malee
Bara #Maaster_Pilaanii !
~
~
Harargeen haa dhumuu
Jettanni hin ta'innaa !
Saba keessaan dhiistanni
Orma jala hin fiiginaa !
~
~
Osoo Arsiin boo'aa jiru
Yoo Baaleen callisee !
Diina warra Wallaggaa
Jimmaan yoo nyaachisee !
~
~
Akkamin tokkoo taanee
Diina offirraa ittisnnaa !
Nutti wal hin dhageenyuu
Abiyii akkamin kuufisnaa !
~
~
Gafa saba kee ajjeesstee
Diinaf aarsaa kafaltuu !
Gafa dhiiga Haccee nyaatee
Lubbuu gootatiin daldaltuu !
~
~
Mee Rabbin maal sin jedha
Lubbuu goota dhangalaastee
Oromoo nagaa dhorkitee
Ummata nagayaa ofitti kaastee !
~
โJoinโ
โฏโโ
Osoo Jawar hidha jiru
Akkamin usnee teenyaa ?
Callisnee ta'uu kanaa
Akkin dandeenyee !
~
~
Osoo Shamsudiin Tehaa
Hidhaa keessaa cinqamuu
Osoo Baqallaa Garbaa
Oromodhaaf rakkamuu !
~
~
Osoo Abdii Ragassaa
Dhukkubsatee aaduu
Osoo oromiyaa keessa
Raasasnii qeerroo waaduu
~
~
Nutti maaliif callisenee
Manatti galee teenyaa
Miidhaan warra Harargee
Nuttifiis miidhaa keenyaa !
~
~
Daba lagatte malee
Daba cooma midhaanii
Shawwaaf birmatte malee
Bara #Maaster_Pilaanii !
~
~
Harargeen haa dhumuu
Jettanni hin ta'innaa !
Saba keessaan dhiistanni
Orma jala hin fiiginaa !
~
~
Osoo Arsiin boo'aa jiru
Yoo Baaleen callisee !
Diina warra Wallaggaa
Jimmaan yoo nyaachisee !
~
~
Akkamin tokkoo taanee
Diina offirraa ittisnnaa !
Nutti wal hin dhageenyuu
Abiyii akkamin kuufisnaa !
~
~
Gafa saba kee ajjeesstee
Diinaf aarsaa kafaltuu !
Gafa dhiiga Haccee nyaatee
Lubbuu gootatiin daldaltuu !
~
~
Mee Rabbin maal sin jedha
Lubbuu goota dhangalaastee
Oromoo nagaa dhorkitee
Ummata nagayaa ofitti kaastee !
~
โJoinโ
โฏโโ
Watch "Turtii gaafii fi deebii munshid Eid Abdusalam|| DIRE ENTERTAINMENT || waliin taasise" on YouTube
https://youtu.be/kYkwhPUeZOM
https://youtu.be/kYkwhPUeZOM
YouTube
Turtii gaafii fi deebii munshid Eid Abdusalam|| DIRE ENTERTAINMENT || waliin taasise
Gaafii isiniis nagaafachuu barbaaddan yoo jiraate comment jalatti naaf barreeysaa
Gamanumaan link armaan gadii khana seenuun DIRE ENTERTAINMEN subscribe godhaaf
https://youtu.be/PQEC5i-0_d8
#Eidabdusalam #oromonashiidaa #Alihsan
Gamanumaan link armaan gadii khana seenuun DIRE ENTERTAINMEN subscribe godhaaf
https://youtu.be/PQEC5i-0_d8
#Eidabdusalam #oromonashiidaa #Alihsan
Forwarded from Robsan Mohammed
Namni garin kha si midha jiru wan akka tola sitti olu jiru if fakkassa rabbin nama akkanatirra nun godhin amiin ja'a mee
@officialrobsan
@officialrobsan
@officialrobsan
@officialrobsan
Watch "Trailera Filima "Tuffii"" on YouTube
https://youtu.be/tciCG-dwYZY
https://youtu.be/tciCG-dwYZY
YouTube
Trailera Filima "Tuffii"
Badiin guddoon ibidda Jahannamitti nama qaarsitu Shirkii dha. Shirkii irraa akka baraaramnuuf ammoo ergamaan Rabbii Muhammad ๏ทบ kadhaa armaan gadii tana nu barsiisanii jiran.
*Allaahumma innaa na'uuzu bika min an nushrika bika shey'an na'lamuhuu, wa nastaghfiruka limaa laa na'lam*
*ุงููููููู ูู ุฅููููุง ููุนููุฐู ุจููู ู ููู ุฃููู ููุดูุฑููู ุจููู ุดูููุฆูุง ููุนูููู ููู ููููุณูุชูุบูููุฑููู ููู ูุง ููุง ููุนูููู ูู*
Hikkaan isiitis:- โYaa Rabbi! Waan beynuufi hin beynerraa sitti waa qindeessuu irraa sitti maganfanna! Badii teenya irra nuuf dabriโ
Kadhaa tana qomatti qabannee yeroo hunda jechuun faayidaa guddoo qabdi.

This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
๐ขwan akkan qalbi nama tuqu khana dawwadha ๐ข
Chanela khenyas obaleyyan khessanif #sher godha
@officialrobsan
@officialrobsan
Chanela khenyas obaleyyan khessanif #sher godha
@officialrobsan
@officialrobsan
"แจแแถแฝ แแต" แ แฒแต แแบแณ แแแบแตแขแตแชแต แธแญแแ แจแฐแฃแ
แชแจแญแตแต 2012/2020
Sebah Records แฐแฃแ
แชแจแญแตแต
แจแแแบแตแฝ แแต" แ แฒแต แแบแณ แจแแแบแต แขแตแชแต แธแญแแ
#แฐแฃแ _แชแจแญแตแต
๐๐
#แฐแฃแ _แชแจแญแตแต
๐๐
Forwarded from โค ุฃุญุจู ูุง ุฑุณูู ุงููู โค (Hanaadi Mohammed)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
S.a.wโค
The Latest๐ฅ Trendingโจ and Hottest๐ฅ video! Watch it to catch up with the current trends!๐คฃ๐คฃ#Likee #HelloLikee
https://l.likee.com/v/r6JMHP
https://l.likee.com/v/r6JMHP
Likee
hamzishaa123(@572129109) on Likee: wedding
hamzishaa123 has created a short video on Likee with music original sound - hamzishaa123
Forwarded from Hamdi abdujabar
The Latest๐ฅ Trendingโจ and Hottest๐ฅ video! Watch it to catch up with the current trends!๐คฃ๐คฃ#Likee #HelloLikee
https://l.likee.com/v/kFVU2F
https://l.likee.com/v/kFVU2F
Likee
hamzishaa123(@572129109) on Likee: jumma jamil
hamzishaa123 has created a short video on Likee with music original sound - hamzishaa123
Forwarded from Deleted Account
Akkam jirtan hordoftota khenya channela khenya warren irra gammadan ^ok^ xuqun jaalala channela khenyaf qabdan nuf ibsa
Gorsale babbareda fi akkasumas qoppile boharsitu tate arkachuf ๐<click>๐tuqun nu hordofa
Hanqam akka channela khenyarra fayyadamtan nu garsisuf mallatto ^like^jaadhu khana tuqa "๐"
Odule haraya akkasumas gofatale adda adda wan nama boharsu mara arkachuf JOIN godha irra fayyadama ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐