Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from  أحبك يا رسول الله  (Hanaadi Mohammed)
❤️بارك الله لكما وبارك عليكما وجمع بينكما في خير ❤️
Bultii faaximaa fi aliyyi isiniif haa godhu 🌹akhii Khiya Riaz Shafi baga rabbin si gamachisee ❤️insha allah😍😍😍😘❤️🌹💐
Namni maalif nan jalaanne jatte hin cinqamin dalagaan tee bareddu tanan funyaan qurquriti si jaalata
Nama qiimaa khe hin beyne guyya takka miti daqiiqa takkan khaninif😂😂
KANA BEEKTUU LAATA?
Ummanni roomaa ilkaan ofii qulqulleessuuf fincaan akka fayyadamaa turan.
Nama tokko jaalachuuf ykn jibbuuf daqiiqaa 4 keessatti murteesita.
Sammuun ilma nama laafaa( laaftu ) akka dhadhaa ta'uu.
Leenci waggaa 25 qofa akka adduunyaa irra turu ( jiraatu ).
Osoo ijji ilma namaa dijiitaal kaameeraa tahee,megapixel 576 qabdi.
Hantuutni gamoo( fooqi ) 5ffaa irraa utaaluu dandeessi osoo hin miidhamin.
Daa'imman dandeettii waa urgeeffachuu ga'eessota(dargaggeessota ) caala qabu.
Osoo ija keenya hin cufamin haxxifachuun hin dandaahamu.
Sammuun keenya guyyaa caala halkan kaka'umsa qaba.
Ati yeroo dhalattu lafee 300 wajjin dhalatte,garuu yeroo ga'eessa taate lafee 206 qofa qabda.

👌 @AbduljalilRedwan
👌 @AbduljalilRedwan
Audio
New Hijaab Nasheed ❤️
By Asma & Saliha👌

@Hanuudi_Mohamed
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
#Na_Dhaga'i.

💫 Yeroo Dachiin sitti dhippatte Gara samii deemi.🤲🏿

إذا ضاقت بك الأرض انطلق الى السماء


#Yoo_Deemuuf_deemte, forward godhii bira dabri.

Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123