Forwarded from Bahar Abdii β Official
Biyyi Ethiopia kun
Jibbisiistuudhaam badduu
Torban tokko gammadan
Waggaa guutuummoo gaddu
Bakkattafaan rabbi
Hunduun jijjiiramaa
Gammachuukee ammaatu
Eger gaddat-jijjiramaaaaaa
Gaaf gaaf abdii guutuudhaan
Kolfaa taphachaa fiiguuuuuu
Gaaf gaaf abdii kutuudhaan
Isa jaaranuu diiguuuuuuuuu
Wagguma lama dura yoona kana
Gammannee kolfaan turree?
Hardha gaddaan boquu buufnee
Dhibba wal hin abaarree?
Hardha gammachuu dhabnee
Hulaan bannee gaddaa?
Kun amala duuniyaati
Beeki yeroo hundaa
Kan hin jijjiiramne garuu
Gooftaa uume wanta hundaa
Osoo haqni jiraatee
Silaa achi dhaqatuu
Biyya akka dhabde kana
Eessumaatti baqatuu?
π’π’π’π’π’π’π’π’π’
YAA ALLAH NUUF DIRMADHU !
@Miyaahabiibii
@Miyaahabiibii
@Miyaahabiibii
Jibbisiistuudhaam badduu
Torban tokko gammadan
Waggaa guutuummoo gaddu
Bakkattafaan rabbi
Hunduun jijjiiramaa
Gammachuukee ammaatu
Eger gaddat-jijjiramaaaaaa
Gaaf gaaf abdii guutuudhaan
Kolfaa taphachaa fiiguuuuuu
Gaaf gaaf abdii kutuudhaan
Isa jaaranuu diiguuuuuuuuu
Wagguma lama dura yoona kana
Gammannee kolfaan turree?
Hardha gaddaan boquu buufnee
Dhibba wal hin abaarree?
Hardha gammachuu dhabnee
Hulaan bannee gaddaa?
Kun amala duuniyaati
Beeki yeroo hundaa
Kan hin jijjiiramne garuu
Gooftaa uume wanta hundaa
Osoo haqni jiraatee
Silaa achi dhaqatuu
Biyya akka dhabde kana
Eessumaatti baqatuu?
π’π’π’π’π’π’π’π’π’
YAA ALLAH NUUF DIRMADHU !
@Miyaahabiibii
@Miyaahabiibii
@Miyaahabiibii
Jawar Mohammed Docter Fayyaa Dhuunfaa isaatiin akka yaalamu manii murtii ajaaja dabarsee jira!
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Walaa_promotoin
π₯π₯Channel dhuga kan yaroo duraatif telegram gubbaati baname join goraadha filachuudhan join godhaπ₯π₯
Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
Watch "Walaloo Mi'oytuu Jawar Mohammed || Jawwee Koo||" on YouTube
https://youtu.be/GumqKOiD0i4
https://youtu.be/GumqKOiD0i4
YouTube
Walaloo Mi'oytuu Jawar Mohammed || Jawwee Koo||
Forwarded from Walaa_promotoin
π₯π₯Channel dhuga kan yaroo duraatif telegram gubbaati baname join goraadha filachuudhan join godhaπ₯π₯
Audio
Ibsa Abdi
New wedding π©ββ€οΈβπ¨
πΆ Nasheed β€οΈ
Dhufee guyaan (2020)
New wedding π©ββ€οΈβπ¨
πΆ Nasheed β€οΈ
Dhufee guyaan (2020)
Forwarded from Deleted Account
Akkam jirtan hordoftota khenya channela khenya warren irra gammadan ^ok^ xuqun jaalala channela khenyaf qabdan nuf ibsa
Gorsale babbareda fi akkasumas qoppile boharsitu tate arkachuf π<click>πtuqun nu hordofa
Hanqam akka channela khenyarra fayyadamtan nu garsisuf mallatto ^like^jaadhu khana tuqa "π"
Odule haraya akkasumas gofatale adda adda wan nama boharsu mara arkachuf JOIN godha irra fayyadama ππππππππππ
Gorsale babbareda fi akkasumas qoppile boharsitu tate arkachuf π<click>πtuqun nu hordofa
Hanqam akka channela khenyarra fayyadamtan nu garsisuf mallatto ^like^jaadhu khana tuqa "π"
Odule haraya akkasumas gofatale adda adda wan nama boharsu mara arkachuf JOIN godha irra fayyadama ππππππππππ
Hayaty Haluwa Yangu (Official Video)
Brother Nassir
@YTAudioBot - 02:55, 2.72 MB
Forwarded from β€ Ψ£ΨΨ¨Ω ΩΨ§ Ψ±Ψ³ΩΩ Ψ§ΩΩΩ β€ (Hanaadi Mohammed)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Bisharo Abdi official