Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Seeqi mee al takka πŸ˜†

Gurbaa tokkootu ja'e Anaafi haati mana khiyyaa amata 25 wajji jirra takkaa wal hin khilaafne πŸ‘Š

Sababnis gaafa dura wal fuuneπŸ‘©β€β€οΈβ€πŸ‘© Aruuza kheysa wajji deemneπŸ‘« Turizimiif Bakka takka dheyne Isiin fardaan🐎 deemu jirti ture Gizee xiqqo deemne fardaatu Lule(ol kha'een ) Fardarraa khufte Achi booda lafaa khaatee dhaabbattee Farda san Harka matarra babaastee Akkana jatteen Yeroo jalqabaatiifi Na darbuun kee garuu lamada (ganaa) ittin deebi'in...

Ammaas fardi lulatee firraa darbe Irraa khufte Lafaa khaatee yeroo sadaffaaf ittin deebi'in jatteenii irratti deebite...

Yeroo sadaffaatis firraa darbe Achi booda haati manaa khiyya BoorsaaπŸ‘œ Deemtun keysaa Shuguxii as baafattee farda achitti ajjeefte...😳

Achi booda akkanaan ja'een πŸ‘‡
πŸ™†β€β™‚πŸ™†β€β™‚πŸ™†β€β™‚πŸ™†β€β™‚πŸ™†β€β™‚πŸ™†β€β™‚πŸ™†β€β™‚πŸ™†β€β™‚πŸ™†β€β™‚
Haadha mana khiyyaa
maali gowwummaan tun☹️
Aylii hin qabdu!😠
maalif ajjeefta miskiina πŸ˜–

Sana booda haati manaa khiyya Natti as dhihaattee Harka matarra na babaastee akkana naan jatte...πŸ‘‡
Yeroo jalqabaatiif Na arrabsuu kheeti Lammata Akka itti hin deebine...

Achi booda Takka waa hin balleysine wii πŸ˜‚πŸ€£πŸ˜‚πŸ€£πŸ˜‚πŸ€£

Wantoota Nama Buhaarsan fi Akkasumas Nama Seeqqachiisan πŸ˜„
JOIN GODHUUN NUTTI DHIHAADHAA !!!
JOIN πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡JOIN

@Miyaahabiibii
@Miyaahabiibii
Watch "አሽαˆͺፍ - αˆšαˆ΅α‰΄αŠ• αˆ°αˆ­α•αˆ«α‹­α‹ αˆ‹α‹°αˆ­αŒ‹α‰΅ αŠα‹! - TikTok -Ethiopian Funny Videos compilation #2 TikTok Habesha 2020" on YouTube
https://youtu.be/akB8xYNr2tE
Watch "Coming Soon Nasheed β™‘ SIIN JAALADHA β™‘ | 2020" on YouTube
https://youtu.be/0l1a76kuLtY
Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
Watch "BARAKIINAA || Comedy Afaan Oromoo β€’β€’β—‹ New Oromic Short Video comedy" on YouTube
https://youtu.be/KSn6T_70WxE
β˜†Ya kha akkaan garaa laafu ☝️
Rabbii khoo ya ra'uufu
Jaalaala ❀️ Te naf khenni β—‡Akkaa kheysi khoo iifu.....❣
@Miyaahabiibii
YAA ALLAAH !!! YAA ALLLAAH !!! YAA ALLAAH !!!

YAA ALLAAH Islaama Nu Godhi
YAA ALLAAH Badii Balleessaa Teenya Nuuf Araarami
YAA ALLAAH rakkataa rakkoo baasi.
YAA ALLAAH kennataa bakka buusiif.
YAA ALLAAH dhabaa biratti cabsi.
YAA ALLAAH qabaataa kannachiisi.
YAA ALLAAH waliif nu galchi.
YAA ALLAAH walittiis nu tolchi.
YAA ALLAAH qalbii nu qulqulleessi.
YAA ALLAAH qalbittiis waa nuuf qabi.
YAA ALLAAH sabaata nuuf kanni.
YAA ALLAAH daba nurraa qabi.
YAA ALLAAH rakkoo qabnuus furi.
YAA ALLAAH shakkiiss nurraa fuudhi.
YAA ALLAAH Haqa Nuuf mullisi
YAA ALLAAH tokkummaa ummata keenyaa cimsi.
YAA ALLAAH hamturraa nu qabi.
YAA ALLAAH hamtuus nurraa qabi.
YAA ALLAAH jajjabduus laaffisi.
YAA ALLAAH kan qabnees nyaachisi.
YAA ALLAAH kan qabnees deessisi.
YAA ALLAAH wallaalaa barsiisi.
YAA ALLAAH beekaas dabaliif.
YAA ALLAAH Nagaya Nu Godhi.
YAA ALLAAH moohaan waa hundumaa si tahuus beeysisi, ittiis garsiisi, jallataa f jallisaa of isaan barsiisi.

Aamiin Aamiin Aamiin
Aammiin Aammiiin
SHARE GODHUU HIN DAGATIN
πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
@Miyaahabiibii
@Miyaahabiibii