Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Ngy debine alh
Akkam Jirtan Maatiin Channeli kiyyaaa Sababa tajaajilli Internetii addaan citeen Gargar badne kunoo amma irraa jalqabe insha allah wajjin jirra hanga Rabbiin wajji jirtan ja'ee Nuuf barreyse...
AKKA RABBIITIN ARRA GEENYE
🌹ALHAMDULILLAH🌹
NAGAYA NAAF TAHAA
ISINIIN JAALADHA !!
BY MIYAA
YAADA QABDAN
@Bahar_Abdii

JOIN πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https:t.me/Miyaahabiibii
Forwarded from Deleted Account
#Oduu_Ammee
Mummeen Ministera Itoophiyaa Dr. Abbiy Ahmad Angoo gad dhisuu Addee keeriyaa Ibrahim ilaalchisee hasawa Taasisan
Ψ§Ω„Ω„Ω‘ΩŽΩ‡ΩΩ…Ω‘ΩŽ Ψ΅ΩŽΩ„Ω‘Ω وَ Ψ³ΩŽΩ„Ω‘ΩΩ…Ω’ ΩˆΩŽΨ¨ΩŽΨ§Ψ±ΩΩƒΩ’ ΨΉΩŽΩ„ΩŽΩ‰ Ω†ΩŽΨ¨ΩΩŠΩ‘ΩΩ†ΩŽΨ§ Ω…ΩΨ­ΩŽΩ…Ω‘ΩŽΨ―Ωο·Ί
Ψ§Ω„Ω„Ω‘ΩŽΩ‡ΩΩ…Ω‘ΩŽ Ψ΅ΩŽΩ„Ω‘Ω وَ Ψ³ΩŽΩ„Ω‘ΩΩ…Ω’ ΩˆΩŽΨ¨ΩŽΨ§Ψ±ΩΩƒΩ’ ΨΉΩŽΩ„ΩŽΩ‰ Ω†ΩŽΨ¨ΩΩŠΩ‘ΩΩ†ΩŽΨ§ Ω…ΩΨ­ΩŽΩ…Ω‘ΩŽΨ―Ωο·Ί

WΓ»b jΓ»mmΔƒ ❣


βœ―β”„β”…β”…βœΏβ€β™₯οΈβ€βœΏβ”…β”…β”„βœ―
Yaa rabbi ☝ati dukka amma keess jiru khana kessa ifatti nu baasi mowlanaπŸ™πŸ™πŸ™
Channel photo updated
🌹Kalaamaa khaaliqati ya qur'aanaa jecha rahmaniti khaliqaa ol aanaa...
🌹Addunyaa Aakhiraa isan najaa baanaa khottaa haa barannu lafzidhafi ma'anaa...
β˜†.......❣.......❣.......β˜†
@Miyaahabiibii
Forwarded from AL ANSAR INSHAD GROUP
Nashida amma dura bellama isinif seenne amma daqiqa murasa booda khara you tube khenyatin nu egadha walifis #sher godha jzk

https://www.youtube.com/channel/UCKi2OT0VtzOxwQquOie0wnw
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
gama khee deebi’e ilaahi πŸ™πŸ˜­πŸ™πŸ˜­

Nashiidaa Al Ansar group ta akka malee qalbii ❀️ Nama senttu 😒

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
~Nama jiruu addunyaa tanarraa Guyyaa tokko sigammachiseehu Hoggu meeqa galata galchita ah atimoo jattee....
☝️Rabbii Dhabamarraa si arkamsiisee Fayyaa guutuu siif kanne kaffaltii tokko dhaba Hangam takka Waan sirraa jaalatu hojjachaa jirta...πŸ˜“

πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡JOIN πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
@Miyaahabiibii
Nutti jabaduu fakkati male rabbi biratii laaftu dha waan nu jabate hunda nuf ha laafisu mowlanaan