Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Ergaa Fi Miira Namoota Onneen Isaanii J***a*n Miidhamte Haala Bareedaa Ta'een Maxxansuu Eegaluuf Yoo Xiqqaate Hordoftoota Nama 100 Barbaanna

Hiriyoota Keessaniif Forward Gochuun Ykn Group Keessa Jirtan Keessatti Share Nu Godhaa Nu Beeksisaa

https://t.me/QalbiMidhamte/2
Channel photo updated
Camera duratti akka nama amantii cufa walqixatti laaluu of fakkeysaa, ulamaa'ii waliin seeqqachaa suuraa ka'aa , hulaa cufattanii shira amantii teenyarratti shira xaxuu fii filannoo majlisaa of duubatti deebisuu abadan duunee dabarra malee isiniif hin hayyamnu!!

Suuraan ati seeqqachaa ulamaa'ii waliin khaatuu fii gochi khee wal faalleysaa jira, namana of sirreysi!
πŸŽ‹An siinin fedhe.πŸŽ‹
Rabbiin Siif Haa kennuu:-


Jireenya -- Gaarii

Umrii -- Dheeraa

Maati -- Gammachuu

Qabeenya -- Dachaan

Haalaf amala --- miidhagaa

Hiree --- Bareedduu

Akhiraa keetiif ---Jannata
Jiruu kee Hundaaf--- Halaal.

Rabbiif jecha si jaaladheen An du'aa'ii tana siin fedhee. Atilleen Nama obboleyan keetif Share godhi Anallee tahu.
🌴🌴🌴❀️❀️❀️❀️❀️❀️🌴🌴🌴🌴🌴
@Humnagaariiyaduu
Ee jaalala na qabe.

Dhukkubni hin fayyu hin fayyu yoonif dawaa dhabe.
Dawaa hin arkatuu himataas yoo dhabe.
Saniifu himadhuu waan jiru waliti qabee..
Ee yaa obbolaa koo jaalala na qabee.!!!

Jaalalli tun hedduu addan
qoqqoodamtu.
Tan ana qabde tun bar
akkaani hamtuu.
Dubbiin ille iccitii namuuti
Hin himamtuu.
Doctor dhibdeen tuni
Akka naa furamtuu.
Qaba natti qabii yeroo
ha nu ballamamtu.!!
Ee yaa Doctor bar jaalalti tun tuulaa.
Irruma na qabdee bar..
Rabbii fi rassuula.
Akkamiitti arkadha laata
Kan Rabbii fuula.
Mee ulamaan kenya isin gorsa narra tuulaa.!!!!!

Ee atillen qophawi fakkin koo
Yoo jiraatte.
Firra hohoqatta bakka si nyanyaatte.
Keessati of laalta daawwitii godhattee.
insha'a Allah wal garra
Yoo rabbirran taate.;!!!!!
Kalama rabbi dhageffadha ikhwaani πŸ‘‡πŸ‘‡
Har'a iddoon ani jiru
Ifaan ni jiraπŸ’‘,
Bishaan ni jira🚰,
InterneetiinπŸ“Ά ni jira,
Yeroo tokko tokko akka maraataa na gogodhaa, Wahiin otoon hin Beekin
Keeniyaa seene lata?
πŸ˜πŸ€­πŸ€—πŸ˜†πŸ˜‚πŸ€—
@Orosarcasm
@Orosarcasm
Wanni akkaan na jaalachiisu Islaamummaadha!

Wallah osoo islaamummaa malee uumamee numaan khasaare!

#Alhamdulillaah!
@DrZakirNaikAfaanOromoo
πŸŒ΅πŸŽ„πŸŒ²πŸŒ³πŸŒ΄πŸŒ±πŸŒΏβ˜˜πŸ€πŸŽπŸŽ‹πŸƒπŸ‚πŸ
🌳Biqiltuu Dhaabi Yoo dhaabu didde, hafuura(Co2) kee qabadhu nutti hin Baasin.

🌴Namni tokko Biqiltuu tokko

🌳Miirri bilasaa sitti dhageefamuuf Biqiltuu dhaabi.

🌴Biqiltuu dhabuun jireenya kee keessatti Hiriyaa ida'adhu.

🌳Jireenya boruu bareedaaf, arra Biqiltuu dhaabi.

🌴Biqiltuu hin jiru, Jireenyi fulduraa hin jiru.

🌳Oksijiin ni barbaaddaa? Biqiltuu Gaafadhu.

🌴Qilleensa barbaadda tanaan, Biqiltuu galatoomfadhu.

πŸŽ‹πŸƒπŸŽπŸ€πŸŽ„πŸŒ³πŸŒ΅πŸŒ²πŸŒ³πŸŒ²β˜˜πŸŒΏπŸŒ±πŸŒ΄πŸ‚πŸƒπŸ€πŸ„πŸŒΎπŸ₯€πŸ€πŸŒ΅πŸŽ„πŸŒ³πŸŒ³
@OromoDJ
Obboleesa kiyya obboletti tiyya xinxali me dubbi tana πŸ‘‡πŸ‘‡
Mobaili ati harka qabdu tikeeta kee tan jannataati ykn tikeeta kee kan azabati tana beekhi SANIFU IKHWAANI NAMU IF GAAFADHU ME ANI ESSAN JIRA JAI'I IF GAAFADHU
ZUl-HIJJAA

Guyyaan ZUl-HIJJAA ¹⁰nan kun irra caalaa guyyaa Addunyaa tanaati ja'ame , Keyriin ati guyyoota kana kessa daleydu keyrii guyyoota kaanii hunda caala .

Wanni 10nan boodaa ka Ramadanaatiif 10nan duraa ka ZUl-HIJJAA kana adda godhu , 10nan Ramadaanaa irra caalaa halkaniiti 10nan ZUl-HIJJAA irra caalaa guyyaati.

Namni dandehe guyyaa (1 - 9) Haa soomanuu Namni guyyaa sagal soomanuu hin dandahin saglaffaan akka isa hin dabarre

GUYYAA SAGLAFFAA KUN guyyaa "Araafaati"

Guyyaa Kana keessa rabbiin gama samii Addunyaa gad bu'ee gabroota isaatiin maleykootatti dhaaddata , Ammas Guyyaa kana Gabroottan saa Hedduu tokko ibaddarraa bilisoomsa ,

Rassuulli S.A.W

ΨΉΩ† أبي Ω‚ΨͺΨ§Ψ―Ψ© Ψ§Ω„Ψ£Ω†Ψ΅Ψ§Ψ±ΩŠ رآي Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨͺΨΉΨ§Ω„Ω‰ ΨΉΩ†Ω‡: Ψ£Ω†Ω‘ΩŽ Ψ±Ψ³ΩˆΩ„ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω… سُئل ΨΉΩ† Ψ΅ΩˆΩ… ΩŠΩˆΩ… عرفة، فقال: Β«ΩŠΩΩƒΩΩ‘ΩΨ± Ψ§Ω„Ψ³Ω†Ψ© Ψ§Ω„Ω…Ψ§ΨΆΩŠΨ© ΩˆΨ§Ω„Ψ¨Ψ§Ω‚ΩŠΨ©Β». Ψ±ΩˆΨ§Ω‡ Ω…Ψ³Ω„Ω….
Namni guyyaa 9ffaa kana soomane rabbiin " Dilii Amaata dabreetii fi dilii Amata dhufuu Araaramaaf "

Keyrii tana dubbiftee of birattin hanbisin...SHARE...Godhi...jzk

@Naiftube @abdulatifman
♨️dubbiftoota afaan oromoo qofaaf♨️

akkuma beekamu yeroon ammaa kun gannadha kanumaan wol qabatee namni bayyeen kitaaba dubbisuun ganna kana dabarsuu barbaada..

nutis kitaabota kana isiniif qabannee dhiyaanneerra kitaabota barbaaddan armaan gaditti filachuun dubbisaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ»πŸ‘‡πŸΌπŸ‘‡πŸ½πŸ‘‡πŸΎπŸ‘‡πŸΏπŸ‘‡
Forwarded from Odaa Finfinnee N2
πŸ’°Hayyee hordoftoota keenya, akkam jirtu? har'a marsariitii tokkon isin barsiisa na hordofaa!!

Marsariitiin kun maallaqa ni kaffala. Na amanaa, hiriyyaan koo amma ammaatti doolaara 200 argateera!! Sin sobees maal na fayyada.
πŸ’΅πŸ’΅πŸ’΅πŸ’΅πŸ’΅
Jalqaba liinkii kanaa gadiitiin seentu, ergasii gara irraa 'Register' kan jedhu jira, isarra takkaa cuqaastu. Kana booda 'username' , 'password' , 'email' 'Address' fi 'Your Name' kan jedhu isiniif dhufa.

Bakka 'username' jedhutti, maqaa gabaabaa kan barbaaddan itti guuttu.

Bakka 'password' jedhutti, jecha darbii kan hin dagatamne itti galchitu.

Bakka 'Email' jedhutti, warri 'email' qabdan itti galchitu warri hin qabnemmoo lakk. bilbilaa keessan itti galchitu.

Bakka 'Address' jedhutti, bakka jiraattan itti galchitu. Fknf, warri Itoophiyaa keessa jiraannu ingiliffaan Ethiopia jennee itti galchina.

Bakka 'Your Name' jedhutti, maqaa keessan isa sirrii itti galchitu.

Kana booda, irra keessa bakka 'Register' jedhu bira 'Login' kan jedhu jira. Achirra takkaa cuqaastanii yeroo inni isiniif fidu, 'username' fi 'password' keessan itti galchitu. Kana booda, liinkii isiniif fida. Liinkii kana copy gootanii, miidiyaalee hawwaasaa kanneen akka Facebook, Instagram, YouTube, Telegram fi kkf keessatti maxxansitu. Yeroo namni tokko liinkii keessaniin gara marsariitii sanaa deemu, marsariitichi isiniif doolaara 1 kenna!! Yeroo doolaara 20 irra geessan maallaqa keessan karaa 'MoneyGram ykn 'Western Union' akka isiniif ergamu gochuu ni dandeessu!!

πŸ‘‡πŸ‘‡Liinkii ittiin seentanπŸ‘‡πŸ‘‡
http://thejoby.com/?code=11049

Gaaffii yoo qabaattan karaa @Abdii16 nuuf barreessuu ni dandeessu!!

Carraa gaariin isiniif hawwa!!