Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from MAHER AHMEDโ˜ž Official via @like
๐ŸŽ™Luqman Ahmed
Dire dawa๐Ÿ—ฃ

@Maherzain123
Forwarded from MAHER AHMEDโ˜ž Official via @like
๐ŸŽ™Roobsan sufiyaan
From Dire Dawa๐Ÿ—ฃ

@Maherzain123
Muca khana jajabeysa obboleyan nama jaba dha
Forwarded from Deleted Account
Aferamaaaaa
Forwarded from Deleted Account
๐Ÿ˜Chaneloota Gurguddoo fi jaalatamoo kanneen join godhuun irraa fayyadamaa !!!
๐ŸŒน๐ŸŒท๐ŸŒน๐ŸŒท๐ŸŒน๐ŸŒท๐ŸŒน๐ŸŒท๐ŸŒน๐ŸŒท๐ŸŒน
๐Ÿ‘‰Hedduu Barattan
๐Ÿ‘‰Hedduu Buhaartan
๐Ÿ‘‰Hedduu jaalattan
โ€ขยฐโ€ขยฐโ€ขยฐโ€ขยฐโ€ขยฐโ€ขยฐโ€ขยฐโ€ขยฐโ€ขยฐโ€ขยฐโ€ขยฐโ€ขยฐโ€ขยฐโ€ข
Galmeef ๐Ÿ‘‰@Bahar_Abdii
ยถยถยถยถยถยถยถยถยถยถยถยถยถยถยถ
Galatoomaa ๐Ÿ™
Shammaarran muslimaa hundaahu Rabbiin Khaatimaa isin haa tolchu wlhi....Aammiiiiin

@hbbi11 @hbbi11
@hbbi11 @hbbi11
Forwarded from Suheyba Adam(su) (Suheyba Adam 9B)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ godhi waan gaggari afaan keetin arkachuf barachuf sher godhunis nama biran naaf gahi

Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@suheybaAdam
@suheybaAdam
Ergaman rabbii (s.a.w)Akkkana ja'e
โ˜…Qura'aana qara'a innii guyyaa qiyaama magantaa isinif tahaa ja'e
โœ”Rabbiin warraa quraana qara'e quraani raga bahuf nuha godhu...Aammiiin

@hbbi11
@hbbi11 @hbbi11
๐Ÿ‘‰Sababaafin dhufee addunyaa tanarraa
๐Ÿ‘‰Abdiin tiyya Rabbi ani waan hundarraa
๐Ÿ‘‰Ittin rakkadhu takkallee,tiyya isumarraa
๐Ÿ‘‰Simalee Rabbii kho murame hundarraa.

@hbbi11
@hbbi11
@hbbi11
๐‡๐€๐€๐‹๐€๐€๐… ๐€๐Œ๐€๐‹๐Ž๐Ž๐“๐€ ๐๐€๐๐ˆ๐ˆ ๐Š๐„๐„๐๐˜๐€๐€ (๐’๐€๐–)

1. Akkuma waan fuul-duree Isaanii jiru agaranuutti, Waan isaan duuba jiruus ni
agaran

2. Funyaan isaanii Foolii urgooytuu malee, Foolii ajooytuu hin dhagayu!

3. Yaroo aduu keysa deeman Gaaddidduu hin qaban!

4. Yaroo aduu keysa deeman Malaa'ikaatu aduurraa Isaaniif gaaddiddeeysa!

5. Arrabni isaanii Dubbii haqaa malee soba hin dubbatu.

6. Qomti isaanii Malaa'ikaa jibriiliin yaroo afur baqeeyfamtee (Operation)
godhamtee jirti!

7. Huurkaan isaanii shittoo caala urgaawa. Sahaaboonni huurkaa isaanii akka
shittootti dibachuu turan!

8. Yaroo 1 samii bahan.

9. Yaroo hedduudha, Manaamaaniis zaahiraan jannataa fi ibiddaas agaran!

10. Rifeensa mataatii fi rifeensa areedaa keysaahiis aarriin (rifeensi adiin)
isaan qaban 20 osoo hin caalin addunyaarraa deeman.
11.Raamadaana 9 qofa sooman

12.Hajjii tokko qofa godhan

13. Takkaa dubartii harka hin fuune

14. Rakkoo isaan irra gahuuf takkaa hin dallanne

15. Yoo namaan miidhaman haaloo hin bahatan irra namaaf taran

Sallallaahu aleeyhi wasallamโ™ก๏ธŽ

Share godha
@hayatulmusilm