Forwarded from Ummy Art PROMOTION
Forwarded from Ummy Art PROMOTION
😍Ukhtaayyee khoottu Bari darajaa tantee
☝️Khaaliqni olfuudhee khabajaa tee Qur'aanaan dubbatee !!!
❤Wanta Islaaminnaa tee siif caalu osoo barbaadde wlh Hin agartu
🌹Kharaa rabbii qabadhu !!!

Forwarded from Anas mohammed☞Official
Sagantaan amma itti aanu
Dorgommiidha😍
Shamarran Fi dhiira jidduutti
gaggeeffama Walitti qoosuun
waliin mirkachuu Yoo ta'u
jachoota qoosaatiin.😂
Taphataa haa bohaarru😂
Male $ females challenge😊
Jalqabaa dorgommii kana arkachuf chanala kana Join 👉 @hbbi11

Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
Watch "DUBARTII BUTUUN ( RAPE ) GUDEEDUUN HAA HAA DHAABBATU ‼ || Maatii Milkiitiin" on YouTube
https://youtu.be/kPmQAwJnlRc
https://youtu.be/kPmQAwJnlRc
YouTube
DUBARTII BUTUUN ( RAPE ) GUDEEDUUN HAA HAA DHAABBATU ‼ || Maatii Milkiitiin
Videoleen keenya akka saffisaan isin dhaqqabduuf Channel keenya #Subscribe godhaa Galatoomaa !
Forwarded from Bishaara (Bïšhü Hãpïpti)
Rabbiin erga Nabiyyii isaatiif Nuuhiin, Ibraahiim, Is-haaq, Ya’aquub,
Daawud, Suleymaan, Ayyuub, Yuusuf, Muusaa, Haaruun, Zakariyyaa,
Yahyaa, Iisaa, Ilyaas, Ismaa’iil, Alyasa’i, Yuunusiifi Luuxiin dubbatee
ni jedhe:
أُولَٰئِكَ الَّذِينَ هَدَى اللَّهُ ۖ فَبِهُدَاهُمُ اقْتَدِهْ ۗ قُلْ لَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ أَجْرًا ۖ إِنْ هُوَ إِلَّا ذِكْرَىٰ لِلْعَالَمِينَ
“Isaan warra Rabbiin qajeelcheedha. Qajeelfama isaanii hordofi.”
(Al-An’aam: 90).
Amantiin nabiyyootaa bu’uura irratti waliif gala. Dameelee garii
keessatti wal dhaba; garuu hundaa miti. Dameeleen ni jijjiirama.
Bu’uurri immoo hin jijjiiramu. Rabbiin Banii Israa’iliif Muusaafi Iisaa
ergeera. Injiil isa Iisaa irratti buufameen garii waan Tawraat isa Muusaa
irratti buufame keessa jiruu shaare. Iisaan ummata isaatiin ni jedhe:
وَمُصَدِّقًا لِمَا بَيْنَ يَدَيَّ مِنَ التَّوْرَاةِ وَلِأُحِلَّ لَكُمْ بَعْضَ الَّذِي حُرِّمَ عَلَيْكُمْ ۚ وَجِئْتُكُمْ بِآيَةٍ مِنْ رَبِّكُمْ فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
“WAAN NA DURA TURE TAWRAATIIN KANAN DHUGOOMSU TA’EE GARII WANTOOTA
DHORGAA ISIN IRRATTI TAASIFAMANII HALAALA ISINIIF TAASISUUF JECHAN RAGAA
Gooftaa keessan irraa ta’een isinitti dhufe. Rabbiin sodaadhaatii
anaaf ajajamaa.” (Aali Imraan: 50).
@Groupkhadiijaa

Forwarded from Deleted Account
🛑Oduu simbirttu🛑
Amma daqiqaa 30 dura magala finfinneti doctari namota vayirasi COVID 19 yaala ture tokko osoo hin beekin ......read more

Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like

20200611_230620_Normal.m4a
972.4 KB
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official via @like
Recording 13.wav
3.2 MB
Forwarded from Øřø ķìñğ (《Ãñëx》💯 Power)
💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓💓
Waamicha guddaa namoota channel qabdan maraaf!!
Promotion chaanaali oromotaaf
namoonni creator channel taatan maraaf link channel keessan erguun galmaa'i dandeessu
👉@VVIP_2020
👉@VVIP_2020
Oromiyaa guddoo keenya kallatti hundumaam haa guddisnu!
Chanaalotni afaan oroomoo afaan oromoo giddiisuu keessatti gahee guddaa qabu afaan keenyaan odeeffannoo, bashanana fi barnoota addaa addaa dabarsuun kanaaf chanalota afaan keenyaaf iddoo haa laannu!!
Galmaa'uuf👉@VVIP_2020
HUB:
Channee keessaan miseensa 10,000 gadi kan qabdanii yeroo gabaabatti gatii madaalawan ni hojjena
@VVIP_2020 @VVIP_2020