Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
👉 Rasuulli Rabbii (Sallallaahu Aleyhi Wa Aaliihi Wasallam) akki jedhan, "Gabriichaaf Allaahaan #Rahmata haa godhu #Kheeyrii je'ee ka #Saammate (#Milkaawe) yookaa #Hamturraa callise ka #Nagaya bahe." #Milkii
Forwarded from AL IHSAN INSHAD GROUP
Oduu gammachiiftu

Garee al ihsan inshad group albama haarawa keenya kan 2ffaa( ANI MUSLIMA ) kan ja’u isin biraan gahuuf qoppii kheenya xumurree jirra .
Yeroo muraasa booda kan channel YouTube keenyaa gubbatti isiniif gad dhiifnu yommuu tahu link armaan gadii tuquun subscribe godhuun maatii keenya tahaa isiniin janna
Share godhuuniis wal biraan nuuf gaha

https://www.youtube.com/channel/UCYBBiR_CZNnJaib_1h6A38Q
Forwarded from Anas mohammed☞Official
اللهم صل على محمد وعلى آل محمد كما صليت على إبراهيم وعلى آل إبراهيم إنك حميد مجيد اللهم بارك على محمد وعلى آل محمد كما باركت على إبراهيم وعلى آل إبراهيم إنك حميد مجيد
Forwarded from Anas mohammed☞Official
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
اللهم صل على محمد وعلى آل محمد كما صليت على إبراهيم وعلى آل إبراهيم إنك حميد مجيد اللهم بارك على محمد وعلى آل محمد كما باركت على إبراهيم وعلى آل إبراهيم إنك حميد مجيداللهم صل على محمد وعلى آل محمد كما صليت على إبراهيم وعلى آل إبراهيم إنك حميد مجيد اللهم بارك على محمد وعلى آل محمد كما باركت على إبراهيم وعلى آل إبراهيم إنك حميد مجيد
Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
Watch "● JAARTII 4 FUUDHUU || Bashannana Halaal Daawwadhaa !" on YouTube
https://youtu.be/IkpmqLOINUk
Forwarded from DAANDII JIREENYA 🦋 (Wálàä👊 Örómø)
UMAR BINU KAXXAAB


Kutaa 4ffaa



muslimtoonis akka inni amanuu dhufe beekanii jennaan gammadan umaris achumatti islaamahee hojii eegale. Umar yeroma san; “gadi baanee islaamummaa keenya haa
mul’ifnuu jedhee sahaabota sarara lamatti qoode. Sarara tokkoffaa, ofii hogganee sarara lammaffaa Hamzaan hogganaa, haala saniin islaamummaa yeroo dheeraaf dhokatte ifatti baasan. Mushriktoonni Makkaa humna jabeeffatuu islaamummaa arginaan hedduu rifatanii gaddan.

Keessaahuu islaamawuun Umariifi Hamzaa hamilee isaanii kan islaamuummaa bariin
balleesina jedhanii dhaadataa turan hamilee cabsite. Islaamummaan akkuma doqna arjoomsitu, luyna gootomsitu Umariinis Leenca islaamaaf bookkisu gootee isa jijjirte. Kan dur ergamaa Rabbii ajjeesuuf halkaniifi guyyaa hirriba dhabaa ture, amma isa tiiksuuf lubbuu, ijoolleefi dinagdee isaatiin kan akka utubaatti islaamaaf dhaabbatu ta’e.

Gara jabummaan dur ummata islaamaatif qabu mi’aan qur’aanaafi dhugaan diin islaamaa onnee isaa wasaka kaafirummaa keessaa dhiqxe. Hamma Gaala dhukkubsatu bira taa’ee imimmaan isaa jiksuti isa jijjiirte. Hamma uumamnii cufti Rabbiif akka bultu hawwu takka gahe. Onneen isaa iimaanaan daraarte.



Godaansa /Hijraa\ Umar

Rabbiin Hijraa/godaanssa/ hayyama godhee sahaabonni hundi dhokatanii kara Madiinaa godaanan: Umariin male; Umar garuu guyyaa godaansaaf ka’e seyfii isaatiif eeboo isaa qabatee ka’abaa yeroo torba irra xawaafee
(naannawee) mushriktootaan akkana jedheen:

namni Haati isaa isa haa dhabduu fedhe, takki “namni jaartiin isaa harmallaa haa taatuu fedhe kan ijoolleen isaa yatiima haataatuu fedhe, laga duubatti na haa eegu.” jedhee deeme. Hundi mushrikootaa sodaatanii dhiisan. Godaansi isaa sodaa mushriktootaatiif hin taane, ajaja Rabbii guutuuf qofa malee.


Ummanni Ansaaraa Umariif biyya qofa osoo hintaane, onnee isaaniillee bananiifii gammachuufii mirqaansaan isa simatan. Inni garuu waan jaalalleen isaa nabi Muhammad ﷺ irraa Makkatti hafeef gammachuu guddaa dhagahuu hindandeenne.

Yeroo muraasaan booda nabi Muhammadiifi ﷺ Abbaan Bakriitis kara Madiinaa godaanan. Sana booda Rasuullii ﷺ Abbaa Bakrii fi Umariin Waziira (ministeera) godhatee
haala saniin islaamumma jabeessaa turan.

Sadarkaa Inni Nabii biratti qabu

Itti fufa....

Join 👇👇👇👇👇👇👇
@hayatulmusilm
Nama kuufati khe barbadu
Jabeenya khe agrsisuf ta taafdhu
Forwarded from 👉ኢቅረእ ጀማዓ Ekrea Inshad Group (Haji Hamimu)
ሸህ ኑር ሁሴን ባሌ (አላህ መልካም ስራቸውን ይውደድላቸውና)

አራት ነገር ተመሳሳይ ናቸው ይላሉ

1ኛ) ውሃና ሽንት በፈሳሽነት ይመሳሰላሉ።

2ኛ) ዚክር(መንዙማ) ከሙዚቃ ጋር በዜማነታቸው ተመሳሳይ ናቸው።

3ኛ) ሀራም ገንዘብ እና ሀላል ገንዘብ በገቢ ምንጭነት ተመሳሳይ ናቸው።

4ኛ) ዚና(ዝሙት) ኒካህ በተቃራኒ ጾታ መፈላለግ ተመሳሳይ ናቸው። ነገር ግን ውሀ ህይወት ሲሆን ሽንት እሳት ነው። ከቁርአንና ከሀዲስ ያልወጣ ዚክር(ነሺዳ)(መንዙማ) ህይወት ብርሃን ሲሆን ሙዚቃ ሀራም (እሳት) ነው። ሀላል ገንዘብ ህይወት ሲሆን ሀራም ገንዘብ እሳት ነው። ኒካህ ህይወት ሲሆን ዝሙት እሳት ነው ብለዋል።

የሀበሻ ከዋክብት http://t.me/Ekrea_jemea👌
"አንተ ሱና እንግዳ በሆነበት ፣ እውቀት ባነሰበት ፣መሀይምነት በበዛበት ፣ወደ ቢድዓ ወደ ጥፋትና ወደ ብልሹ ተግባር የሚጣሩ ሰዋች በበዙበት ዘመን ላይ ነህና ከሀቅና ከሀቅ ባለቤቶች ጋር መዘውተር ላይ ጥረት አድርግ፡፡"


ኢማም ኢብኑ ባዝ( ﺭﺣﻤﻪ ﺍﻟﻠﻪ )