Hamza mohammed👉offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Jolaxbot
💔 Waan Marti Xumura Qabaachuu Isaa Nan Amana, Garuu Rakkoon Hanga Fedhe Gidduu Keenyatti Mudatu Illee Onnee Kiyya Keessaa Ati Hin Baddu, Onnee Kiyya Keessa Nii Jiraatta!

Join
t.me/Hanukka1 💔💔💔
Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
💏Jaarsaaf 👫jaartii💑 gaarii!
---------------------------------------------------
Jiruun ilma namaa adeemsa hedduu keessa dabartee wantoota garaagaraa hedduu keessaa dabartee gara dargaggummaa yoo geessuu carraa namuu itti aansuuf yaadu Fuudhaafi heeruma.

Namni dhiiraa yeroo ammaa dubartii filatuuf karaan isaaf salphate waan jiruuf salphumatti argachuu danda'a.

Haa ta'uu malee takkitti Jiruu tee gammachuu bashaqii raahaa fi gaggaarii kolfaafi Jaalalaa wajjiin dabarsitu argachuuf meeshaan ammayyaa waan uumamte natti hin fakkaattu hin uumamtus.

Kanaafuu yaa dhiira islaamaa yogguu toora interneetii gubbaatti ol baatu Rabbiin sodaadhu.

Dubartoota kijibaafi cubbuudhaan guuttanii itti taphattanii yeroo fuudhaaf deemtan immoo ishii biraa tan nagayaa tan biraa barbaaduun kun gaarii hin ta'u.

Maaliif yoo jettan Isinis obboleettii waan qabdaniif namni itti taphachuun hin oolu.
Ilmaan keessanis akkasuma.

Yaa dubartoota Muslimaa isinis ustaniituma nama argitanii wajjiin hin baxraaninaa tokkicha Jiruu teessan hayaata gaarii wajjiin jiraattan barbaaddadhaa!

Innis jaarsa gaarii jedhamu sani!

Jaarsi gaariin imala jiruutiif barbaachisaadha!

Jaarsi gaariin Hundee ilmaan keetiitiif barbaachisaadha!

Jaarsi gaariin gammachii maatii keetiitiif barbaachisaadha!

Jaarsi gaariin jannatallee sii wajjiin seenee Jiruu gaarii wajjiin jiraattan.
-------------------------------

Yaa Dubartoota islaamaa!

Dubartii gaarii tauudhaaf carraaqaa, tattaaffadhaa!

Dubartii gaariin haadhaa ilmaan gaariiti!

""" Oomishtuu maatii gaariiti!
Bareechituu Qe'eetii
Ollaan wajjiin walitti nama hiiti
Fira maxxanfatti!
Jaarsa gammachiifti!
Iimaana jaarsaatiif murteessituudha!

Yaa Rabbi dubartoota Muslimaa guutuufa jaarsa gaarii kenniif!

Yaa Rabbi Dargaggoo muslimaatiif jaarsa gaarii kenniif
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
MAHER ZAIN ☞ Official
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
😇😇😇😃😇😃😃

🙈 Kabbajamo hordotoota keyya
.
.
.
.
Qube A_Z jirru kessa maqan ke Qube kamin jal qaba ?
𝐒𝐨𝐨𝐦𝐚𝐧𝐚 𝐒𝐡𝐚𝐰𝐰𝐚𝐚𝐥
===============
ﻗﺎﻝ ﺍﻟﺸﻴﺦ ﺻﺎﻟﺢ ﺍﻟﻔﻮﺯﺍﻥ ﺣﻔﻈﻪ ﺍﻟﻠﻪ: -
‏« ﻟﺌﻦ ﺍﻧﺘﻬﻰ ﺷﻬﺮ ﺭﻣﻀﺎﻥ ﻓﺈﻥ ﺣﻖ ﺍﻟﻠﻪ ﻻ ﻳﻨﺘﻬﻲ ﺇﻻ ﺑﺎﻟﻤﻮﺕ »
«Ji'i ramadaanaa yoo dhumes haqni rabbiin qabu hin dhumu,
yoo du'aan ta'e ma'ee».
ﻗﺎﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﺗﻌﺎﻟﻰ } : ﻭَﺍﻋْﺒُﺪْ ﺭَﺑَّﻚَ ﺣَﺘَّﻰٰ ﻳَﺄْﺗِﻴَﻚَ ﺍﻟْﻴَﻘِﻴﻦُ { ‏[ ﺍﻟﺤﺠﺮ : 99 ]
<<Hamma duuti sitti dhuftutti rabbii kee gabbari>>.
ﻋﻦ ﺃﺑﻲ ﺃﻳُّﻮﺏ ﺍﻷﻧﺼﺎﺭﻱ ﺭﺿﻲ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻨﻪ ﺃﻥ ﺭﺳﻮﻝ ﺍﻟﻠﻪ ﷺ ﻗﺎﻝ: ))ﻣَﻦ ﺻﺎﻡ ﺭﻣﻀﺎﻥ
ﺛﻢ ﺃﺗﺒَﻌَﻪ ﺳﺘًّﺎ ﻣﻦ ﺷﻮَّﺍﻝ، ﻛﺎﻥ ﻛﺼﻴﺎﻡ ﺍﻟﺪﻫﺮ(( ﺭﻭﺍﻩ ﻣﺴﻠﻢ
"Namni Ji'a Ramadaanaa soomanee eegasii immoo shawwaala irraa jaha itti aansee kan soomane akka nama
waggaa soomaneeti"Muslimtu gabaase.
Kanaaf sooma shawwaal kanattis jabaachuu qabna. Ji'a Shawwaal keessaa immoo yeroo fedhan soomuun ni danda'ama. Caalaan immoo jalqabuma irraa kaasanii
soomanuudha.
Warroonni qadaa qaban immoo shawwaal jahan soomanuuf niyyachuun dura qadaa baasuu qaban.
💜ህይወት ስንጀምር ትከሻ ላይ
እንደምንያዘው ስንጨርስም
ትከሻ❤️ላይ ተደርገን እንሸኛለን ።

Join 👇👌
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Jibril Redwan
👉👉 As wr wb jaallowwan kiyya arra neshida takkaan isin affeeruu barbaada kunoo as jalatti dhaggeeffadhaa 👇👇
Nashida yatima hamza fi muaz
🍓sahiba jechuun liftii dha ol sifuudha
🍇ykn gad si buusa🍉wa lama calla🍎
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Ummii

By @ibnu_hajar

Ajab yaa haadha Namaa
Garaansii laaftuu dhumaa
Nyaatteellee hin gabbattu
bareeddee Akka Namaa

Dhukkubsattee hin ciiftu
Ayii garaa haadhummaa
hammam dhukkubsattullee
Dawaanshii sabbatumaa

Ummii kiyya yaa ummaa
Sin jaalladha yaa maamaa
Naaf jiraadhu haadhakoo
Siif garaan koo raafamaa

Umrii kee haa dheeressuu
Yaa haadha ilmaan Namaa
Situ yaaddoon dhiphataa
Haadha guddaaf daa.imaa

Yaa bareedduu harmeekoo
Kan kee yoom dagatamaa
Nuguddisuudhaaf jettee
Taate gadi Aantuu Namaa

Waan hin taane hin qabduu
Nuuf cabdeetta yaa ummaa
Galanni kees tuullaadhaa
Yoom kaffalamee dhumaa

Ajab yaa haadha Namaa
Haadha ilmaan muslimaa
Jaarmiyaa beekumsaati
kan jiruu biyya lamaa

Yaa Rabbiikoo kaayyoosii
Hundumaa fiixaan baasii
Galma guddaadhaan ga.ii
Rakkina keessaa baasii

Yaa Allaah yaa gooftaakoo
Harmee keenya Nuuf tiksii
Sadarkaa ummaa keenyaa
Firdawusiin Nuuf taasisii

Chaanaalii keenya join
gochuun Nuhordofaa
👇👇👇👇👇👇👇👇👇

https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Obbolessa kiyya obboletti tiyya me hogga takka itti yaadi baba keenya khun wanni akkanti salatuuf saan bira oson tahin jannatuma anafi ati barbanu san barabda ana fi ati itti ho essa jira?
Sodaa Rabbii maaf dhabna!
كان السلف الصالح إذا قيل له : اتقِّ الله
جلس يبكي من خشيـة الله عزّ وجل والخوف منه.
Sahaabaan Rasuulaa SAW yoo"Rabbi sodaadhu"jedhaman,Sodaa rabbii irraa kan ka'e taa'anii boohaa oolan!!!.
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
😂😂😂way lucco.kiyya nasihaa ajaaiba 😂😂
"40 ዓሊምን በ 1 ማስረጃ አሸነፍኩ
ነገር ግን 1 ጃሂልን በ 40 ማስረጃ
ማሸነፍ ኣቃተኝ።
Imamu shafi'i
________
Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Zamana khana nama amanama takka dhabne ya rabbi atuman nama amanama sanirra nu godhi mowlana