Forwarded from MAHER AHMED☞ Official
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
Yaa Rabbi warra soomannii fi
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
du'aa'iin teessan qeebalamte
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
jettuun irraa nu taasisi
🤲🏻 🤲🏻 🤲🏻 🤲🏻 🤲🏻🤲🏻 🤲🏻🤲🏻 🤲🏻🤲🏻
🤲🏻🙏AMIIN YA ALLAAH🙏🤲🏻
Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Yaa Rabbi warra soomannii fi
🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹
du'aa'iin teessan qeebalamte
🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺🌺
jettuun irraa nu taasisi
🤲🏻 🤲🏻 🤲🏻 🤲🏻 🤲🏻🤲🏻 🤲🏻🤲🏻 🤲🏻🤲🏻
🤲🏻🙏AMIIN YA ALLAAH🙏🤲🏻
Join👇👌
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
💘Jaalalliin An siif qabuu wallaahii Isa hangana hin jedhamnee ♥️ gammachuu hunda si waliin qooddadha😄 kanaaf Nama hunda dura Eid mubaarak siin jechuu barbaadeetii.
🏝🏝🏝🌹🏝🏝🌹🌹
Eid Mùbààŕak
🌹🌹🌹
🏝Baga ittin si gahee
🌹Obboleettii Tiyyaa
💘Hundumti keessanu
🏝Obboleessa kiyyaa
♥️Eid Mùbààŕak siin
🏝Jedha garaan kiyya
💘🏝🏝🏝
🌹Irraa hin hongehin
🏝Soommana keetirra
😄Gammadi jiraadhuu
🏝Anaaf guyyaa Arraa
💘Bagattiin si gaheee
🌹Guyyaa caalu hundara
🏝Hiyyeessan dagatiinn
🍵Adaraa Adaraa Adaraa
Hiriyyaa keetiif forward
➡️➡️➡️join⤵️⤵️⤵️
@Mahiralioffers
🏝🏝🏝🌹🏝🏝🌹🌹
Eid Mùbààŕak
🌹🌹🌹
🏝Baga ittin si gahee
🌹Obboleettii Tiyyaa
💘Hundumti keessanu
🏝Obboleessa kiyyaa
♥️Eid Mùbààŕak siin
🏝Jedha garaan kiyya
💘🏝🏝🏝
🌹Irraa hin hongehin
🏝Soommana keetirra
😄Gammadi jiraadhuu
🏝Anaaf guyyaa Arraa
💘Bagattiin si gaheee
🌹Guyyaa caalu hundara
🏝Hiyyeessan dagatiinn
🍵Adaraa Adaraa Adaraa
Hiriyyaa keetiif forward
➡️➡️➡️join⤵️⤵️⤵️
@Mahiralioffers
Forwarded from Obsa Sule
Assalamu Aleykum wa Rahmatullahi wa barakatu
@Sagnta_Guyyaa_Arra_siiraa
Hayyuu beekamaa qara'aa qur'anaa uqbaa ibni Aamiir
_________________
Yeroo qur'aana qara'u sagalee daraan bareeda fi miidhagaa qaba ture.
Halkan tasgabbaayaa yeroo irra hedduun uumama Rabbii hirribaan moo'atamu inni gara kitaaba Rabbii deebi'uun aayatoota isaa kan mimmiidhagaa ta'an qara'uu jalqaba.
Sahaabonni kabajamoon heddu akkaataa qaraatii isaatin onneen isaanii ni harkifama ture.
Guutun qaama isaanii jijjiirameetin sodaa Rabbii kan tooftaa qaraatii isaatin uumameen imimmaan isaanii gadii jiguu jalqaba.
Umar ibni Al-khaxxaab (RA) yeroo tokko isa afeeraniitin "Uqbaa! mee qur'aana Rabbii irraa kutaa murtaa'e naaf qara'i" jedhaniin.
"Tole ani ajajamaadha.
Yaa Amiiral-mu'iminiin!" Jechuun qara'uufii jalqabe. Umar bareeduma sagalee kiyyaa yoo dhagayan hanga areedni isaanii imimmaanin jiidhutti hiqqifatanii booyan.
Uqbaan qur'aana harka isaatin barreeffames qaba ture.
Hanga yeroo dhiyootti qur'aanni uqbaa kun masjida beekamaa Gibxi (masri) keessatti argamuu fi maqaa uqbaa ibni Aamiriin (RA) moggaaffame keessatti argamaa ture.
Barreeffamni kitaabichii akka harka Uqbaatin barreeffame ibsu dhuma kitaaba qulqulluu (qur'aana) kana irratti katabamee jira.
Qur'aanni kun hodhawwaan qur'aana kan duriiti fi hanga yeroo dhiyoo turan keessaa tokko ta'us galmeewwan daran qaalii ta'an kan biraa wajjiin sababaa dantaa dhabiinsa muslimootatiin badeera.
Ga'ee inni gama jihaadatiin godhe ilaalchisee ammoo Uqbaan (RA) nabiyyii (SAW) maddii ta'ee waraana uhud irraatti hirmaatun isaati fi sochiiwwan loltummaa kan sana booda turan irrattis isaan irraa akka hin bahin bekun qofti gahaadhaa.
Eeyyen! Goota beekamaa keessattuu qabsoo Damaasqoo bilisa baasuf godhame irratti homaa adda durummaan enyummaa isaanii mul'isan keessaa tokko ture.
Tajaajila guddaa inni godhe xiyyeefannaa keessa galchuun yero sana ajajaa waraana muslimaa kan turan Abuu Ubeeydaah ibni Al-Jarraah (RA) oduu bilisa bahuu Damaasqoo umar ibni Al-Khaxxaabif (RA) akka geessu gara madiinaa isa ergee jira.
Uqbaan deemsa rakkisaa guyyoota sagalii fi halkan torba fixe booda oduu kana umariif (RA) geesse jira.
Uqbaan (RA) jihaadaf jaalala guddaa kan qabuu waan ta'eef hadiisota waa'ee jihaada nabiyyiin (SAW) dubbatan qomatti qabachuuni fi isaan muslimootaf dabarsuun ogeessa addaa ta'uu danda'eera.
Leenjiin uqbaan (RA) caalatti jaalatus waraana darbachuu ture.
Uqbaan (RA) dhibamee kan dadhabe Gibxii keessatti ture.
Ijoollee isaa walitti qabeetin "yaa ilmaan tiyya! Waa sadi irraa uf eegaa:
Madda amanamaa irraa yoo hin ta'in, Uqbaan nabiyyiin akkana naan jedhan jedhe jedhamee waan isinitti himamu hin fudhatinaa; iddoo itti gaafatamaa irraa yoo teessan idaa hin baay'isinaa liqii hin fudhatinaa;
Shi'irii bu'aa hin qabne hin katabinaa; akka onneen keessaan qur'aana irraa gara shi'irichaa hin jallanne uf eegaa" jechuun gorsa isaa kan dhumaa dhaamef.
Xumurame fadhii Rabbiiti
Ngytii naaf jiradhaa obbaleyan koo
🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷🌷
@obsasule
@obsasule
@obsasule
👆👆👆👆👆👆

Forwarded from Kureeth Institute 🌏
iristaanonni biraa jaamanii waan namoonni olola oofan qabatanii gowwoffamaani jiru.
Rabbii dhuaa argisiise gama dhugaatti isaan haa deebisu.
Barnoota Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wal-bira qabdani barachuu yoo barbaaddan Chaanaali keenya armaan gadi Join gochuun nu hordofa.
👇👇👇
@Saahibuddiin28
@DrzakirnaikAfaanOromoo

Watch "nashida aja'iba #Cover tan tate gare hundarra nashida afan oromo tan #Rassula SAW ROBSAN &OBSA" on YouTube
https://youtu.be/Pku-pF-0JXA
https://youtu.be/Pku-pF-0JXA
YouTube
nashida aja'iba #Cover tan tate gare hundarra nashida afan oromo tan #Rassula SAW ROBSAN &OBSA
Warren channela khenyaf haaraya taatan #subscrib godhun nu jajjabessa
Warren matiwwan channela khenya taatan obbaleyyan khessanif #sher godhun #like tuqati yaada khessan #Comment jalatti nuf barresa gltm by Al ANSAR INSHAD GROUP

Forwarded from Muaz Mohamed Official Tg
﷽
إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى
النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا
عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ﷺ

Forwarded from Eid Abdusalam
https://youtu.be/qnWiPMjpYCs
Reaction haarayaa ALI AMIN gubbatti godhe daqiiqaa muraasa booda gad dhiifamaa link khana tuquun set reminder godhaa jzk
@EidAbdusalam