Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from Super Oromo sport
Oduu gamachiisa namoota channel qabdan hundaaf!!
Promotion channaali oromootiif
namoonni creator channel taatan maraaf link channel keessan erguun galmaa'u dandeessu
@walaaoromo

Akkuma beekamun oromiyaan akka biyya keenyaati hedduu balloodhas guddoodha taanaafu nuuti Afaan keyya kallatti hudan guudisu qabna odeeffannoo,barnoota fi bashanana fi k k f.. Dabarsuun kanaaf channalota Afaan keenyaaf iddoo haa laannu.

Akkasuma warren channel keessan galmeefatan channel
@Galleryketchw123 kan join godhaati wan haraya asirati egadha
Galatooma.
Forwarded from Tofik Yusuf
๐ŸŽค แŠ แˆตแˆจแŠ›แ‹ แ‰ฐแ‹ˆแ‹ณแ‹ณแˆช๐ŸŽค
แˆตแˆ แฆ แˆฎแ‰ฅแˆณแŠ• แˆ˜แˆ€แˆ˜แ‹ต
แŠฅแ‹ตแˆœ แฆ 18
แ‹จแˆ˜แŠ–แˆญแ‹ซ แ‰ฆแ‰ณ แฆ แ‹ตแˆฌ
แ‹จแˆ˜แ‹ˆแ‹ณแ‹ฐแˆญแ‹ซ แАแˆบแ‹ณ แฆ แŠ แ‹›แŠ แАแˆ…
โœ‹ Ashamaa Akkam jirtan?
Arran tana channel barreeda isiiniif qabannee dhufne Jirra takka filaadhuudhan. Join godha
As wr wb obbelyyan kiyya qa qaali halkan arra khun halkan 27 halkan leyltul qadriin akkan kessati shakkamtu waan taheef hordoftota channela kiyya isin hundiinu akka duaiin nan irranfanen isinin ja'a anis akkasumati isinin irranfadhu inshallah
แˆˆแ‹ˆแŠ•แ‹ตแˆžแ‰ปแ‰ฝแŠ•

แ‹จแ‰ฐแŠญแ‰ขแˆซ แ‹แ‹ตแ‹ตแˆญ แ‹ซแ‹˜แŒ‹แŒ€แŠ• แˆฒแˆ†แŠ• แŠ แˆธแŠ“แŠแ‹ แ‰ Like แ‰ฅแ‰ป แАแ‹ แ‹จแˆšแ‹ˆแˆฐแАแ‹
แ‹แ‹ตแ‹ตแˆฉ แ‹จแŠขแ‹ต แ‰€แŠ• แАแ‹ แ‹จแˆšแŠซแˆ„แ‹ฐแ‹ แŠขแŠ•แˆปแŠ แˆ‹แˆ…

แŒฅแ‹ซแ‰„ แŠซแˆˆแ‹Žแ‰ต @Hasuti or
@Nesuha
แˆ‹แ‹ญ แˆ˜แŒ แ‹จแ‰… แ‹ญแ‰ฝแˆ‹แˆ‰

Join us @selamm2
Watch "Salawaata buusaa ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…" on YouTube
https://youtu.be/udcsAkKRNv8
Watch "Most heart touching Nasheed HABIIB by Ibsa & Muaz" on YouTube
https://youtu.be/qBM_Ddk-JxU
Forwarded from Badrudin Ahmed
Link khana tuquunaan galmaawuu ni dandeessa...
Ulaagaa guutamuu qabu
*maqaa guutuu
*suuraa /footoo
*magaalaa jireenyaa

Hub.
*umrii 10 ol yoo tahe filatamaa
*saala , dhiira qofaafi

@SagaleeHalaal2020
@SagaleeHalaal2020
Forwarded from Badrudin Ahmed
Asalamu aleykum warri nashida teysaan dhihefachu barbadaan link khana tuqun nu qunnamu dandeysaan ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

@SagaleeHalaal2020
@SagaleeHalaal2020
โฅโฅ#Lubbuu_Tiyyaaf

โฅโฅWanti Si darbe Siif hin uumamne, Wanti siif uumame Immoo Si hin darbu....""

ู…ุง ูุงุชูƒูŽ ู„ู… ูŠูุฎู„ู‚ ู„ูƒ ุŒ
ูˆู…ุง ุฎูู„ูู‚ ู„ูƒ ู„ู† ูŠููˆุชูƒ.

[[]] YOO SI FAYYADE SHARE [[]]
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Maherzain123
Forwarded from Robsan Mahammed
แˆฎแ‰ฅแˆณแŠ• แŠจ แ‹ตแˆฌแ‹ฐแ‹‹
@Husnisultan
๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
Yaa Rabbi warra soomannii fi
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
du'aa'iin teessan qeebalamte
๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ๐ŸŒบ
jettuun irraa nu taasisi
๐Ÿคฒ๐Ÿป ๐Ÿคฒ๐Ÿป ๐Ÿคฒ๐Ÿป ๐Ÿคฒ๐Ÿป ๐Ÿคฒ๐Ÿป๐Ÿคฒ๐Ÿป ๐Ÿคฒ๐Ÿป๐Ÿคฒ๐Ÿป ๐Ÿคฒ๐Ÿป๐Ÿคฒ๐Ÿป

๐Ÿคฒ๐Ÿป๐Ÿ™AMIIN YA ALLAAH๐Ÿ™๐Ÿคฒ๐Ÿป

Join๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
๐Ÿ’˜Jaalalliin An siif qabuu wallaahii Isa hangana hin jedhamnee โ™ฅ๏ธ gammachuu hunda si waliin qooddadha๐Ÿ˜„ kanaaf Nama hunda dura Eid mubaarak siin jechuu barbaadeetii.
๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ๐ŸŒน๐Ÿ๐Ÿ๐ŸŒน๐ŸŒน

Eid Mรนbร ร ล•ak
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน

๐ŸBaga ittin si gahee
๐ŸŒนObboleettii Tiyyaa
๐Ÿ’˜Hundumti keessanu
๐ŸObboleessa kiyyaa
โ™ฅ๏ธEid Mรนbร ร ล•ak siin
๐ŸJedha garaan kiyya
๐Ÿ’˜๐Ÿ๐Ÿ๐Ÿ

๐ŸŒนIrraa hin hongehin
๐ŸSoommana keetirra
๐Ÿ˜„Gammadi jiraadhuu
๐ŸAnaaf guyyaa Arraa
๐Ÿ’˜Bagattiin si gaheee
๐ŸŒนGuyyaa caalu hundara
๐ŸHiyyeessan dagatiinn
๐ŸตAdaraa Adaraa Adaraa


Hiriyyaa keetiif forward

โžก๏ธโžก๏ธโžก๏ธjoinโคต๏ธโคต๏ธโคต๏ธ
@Mahiralioffers
Forwarded from Obsa Sule
Assalamu Aleykum wa Rahmatullahi wa barakatu
@Sagnta_Guyyaa_Arra_siiraa
Hayyuu beekamaa qara'aa qur'anaa uqbaa ibni Aamiir
_________________
Yeroo qur'aana qara'u sagalee daraan bareeda fi miidhagaa qaba ture.
Halkan tasgabbaayaa yeroo irra hedduun uumama Rabbii hirribaan moo'atamu inni gara kitaaba Rabbii deebi'uun aayatoota isaa kan mimmiidhagaa ta'an qara'uu jalqaba.
Sahaabonni kabajamoon heddu akkaataa qaraatii isaatin onneen isaanii ni harkifama ture.
Guutun qaama isaanii jijjiirameetin sodaa Rabbii kan tooftaa qaraatii isaatin uumameen imimmaan isaanii gadii jiguu jalqaba.

Umar ibni Al-khaxxaab (RA) yeroo tokko isa afeeraniitin "Uqbaa! mee qur'aana Rabbii irraa kutaa murtaa'e naaf qara'i" jedhaniin.
"Tole ani ajajamaadha.
Yaa Amiiral-mu'iminiin!" Jechuun qara'uufii jalqabe. Umar bareeduma sagalee kiyyaa yoo dhagayan hanga areedni isaanii imimmaanin jiidhutti hiqqifatanii booyan.
Uqbaan qur'aana harka isaatin barreeffames qaba ture.
Hanga yeroo dhiyootti qur'aanni uqbaa kun masjida beekamaa Gibxi (masri) keessatti argamuu fi maqaa uqbaa ibni Aamiriin (RA) moggaaffame keessatti argamaa ture.
Barreeffamni kitaabichii akka harka Uqbaatin barreeffame ibsu dhuma kitaaba qulqulluu (qur'aana) kana irratti katabamee jira.
Qur'aanni kun hodhawwaan qur'aana kan duriiti fi hanga yeroo dhiyoo turan keessaa tokko ta'us galmeewwan daran qaalii ta'an kan biraa wajjiin sababaa dantaa dhabiinsa muslimootatiin badeera.
Ga'ee inni gama jihaadatiin godhe ilaalchisee ammoo Uqbaan (RA) nabiyyii (SAW) maddii ta'ee waraana uhud irraatti hirmaatun isaati fi sochiiwwan loltummaa kan sana booda turan irrattis isaan irraa akka hin bahin bekun qofti gahaadhaa.
Eeyyen! Goota beekamaa keessattuu qabsoo Damaasqoo bilisa baasuf godhame irratti homaa adda durummaan enyummaa isaanii mul'isan keessaa tokko ture.

Tajaajila guddaa inni godhe xiyyeefannaa keessa galchuun yero sana ajajaa waraana muslimaa kan turan Abuu Ubeeydaah ibni Al-Jarraah (RA) oduu bilisa bahuu Damaasqoo umar ibni Al-Khaxxaabif (RA) akka geessu gara madiinaa isa ergee jira.
Uqbaan deemsa rakkisaa guyyoota sagalii fi halkan torba fixe booda oduu kana umariif (RA) geesse jira.
Uqbaan (RA) jihaadaf jaalala guddaa kan qabuu waan ta'eef hadiisota waa'ee jihaada nabiyyiin (SAW) dubbatan qomatti qabachuuni fi isaan muslimootaf dabarsuun ogeessa addaa ta'uu danda'eera.
Leenjiin uqbaan (RA) caalatti jaalatus waraana darbachuu ture.
Uqbaan (RA) dhibamee kan dadhabe Gibxii keessatti ture.
Ijoollee isaa walitti qabeetin "yaa ilmaan tiyya! Waa sadi irraa uf eegaa:
Madda amanamaa irraa yoo hin ta'in, Uqbaan nabiyyiin akkana naan jedhan jedhe jedhamee waan isinitti himamu hin fudhatinaa; iddoo itti gaafatamaa irraa yoo teessan idaa hin baay'isinaa liqii hin fudhatinaa;
Shi'irii bu'aa hin qabne hin katabinaa; akka onneen keessaan qur'aana irraa gara shi'irichaa hin jallanne uf eegaa" jechuun gorsa isaa kan dhumaa dhaamef.
Xumurame fadhii Rabbiiti
Ngytii naaf jiradhaa obbaleyan koo
๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท
@obsasule
@obsasule
@obsasule
๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†๐Ÿ‘†