Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Viidiyoo ajaayibaa addunyaa ajaayibsiise kana ilaaluuf isin afeereera daqiiqaa 4.18 qofa
Kanneen ilaaluu barbaaddan gara gadii kan jiru "πŸ‡΅β€‹πŸ‡±β€‹πŸ‡¦β€‹πŸ‡Ύβ€‹" Tuqaa OK jedhaa daawwadhaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Maashina ATM Addunyaa Dinqisiise !!


Akka ATM Kaardii Keessan Itti Galchitanii Lakkoofsa code Iccitii keessanii itti naqnaan Maallaqa isin baankiidha qabdan Isiniif baasuu Akka isinitti hin fakkaanne.!!

Fayyadamtoonni ATM Kanaa Saantima 5 Baankii irraa hin qaban Harka Qalleeyyidha. Osoo saantima 5 hin qabaatin Akkamitti ATM Bira dhaabbatu Gaaffin jedhu Sammuu keessan keessa dhufuu hin oolu deebin isaa Waan ajaa'ibaati.

Ulaa Masjiida Al Akram Kan Biyya Maaliziyaa Keessatti argamu ATM kun Fayyadamtooni isaa Miskiinota Qofaadha.

Kaardii isaanif kenname yoo itti naqan Ruuzaa Mi'aawaa kiiloo 2 isaanif gadi baasa. Miskiinonni Kanatti fayyadamanis Wogga wogga irraa Maallqani zakaa wolitti Funaanamee Haala kanaan isaanif kennama.

Liinkii Asii Gadi Kana Banaati vedio isaa Daawwadhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡


http://www.nidatube.us/mobile/watch.php?vid=dd08ac4d7

Nama Kana Hojjateef rabbiin Mindaa Khayirii isaaf haa kennu.

β€’-----β€’β€’β€’πŸŒΉπŸŒΉβ€’β€’β€’-----β€’
Forwaard gochuun hiriyoota keetif dabarsi
Chaanaali kanas join gochuun akka irraa fayyadaman affeerii baarakallahu fik

Join πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
By Temam
πŸ’¦Dubartoota 10 kan Rabbiin abaare rahmata isaa irraa isaan fageesse kan Γ‘abiin { ο·Ί} Salallahu Aleyi wasalam nuuf himan 😭😭‡‡

β†ͺRabbiin ol ta'e nama tokko yoo jaalate jibriiliti hima ani nama kana ni jaaladha jedhe jibriil{A.S} jaalalla isaa san malikoota samii keessati lallaabee Rabbiin abaluun ni jaalataa isiniis jaaladha jedhan, nama rabbiin jaalate isaanis ni jaalatu❀

Nama tokko yoo Rabbiin jibbees jibriil(A.S) malikoota gaarati lallaabee nama kana rabbiitu jibbee isiniis jibbaa jedhan isaaniis ni jibbu😒

Dubartoonni Rabbiin abaaree rahmata isaa irraa isaan fageesse isaan kana‡

1πŸ”½Dubartii qaama ishee bareechisuuf jecha qaama ishee tumatuu fi tan tumtuu Fkn Niqqisaat isa jedhan fa'aa (Warra uumaa rabbii jijjiraan).

2πŸ”½Dubartii nyaara haaduu fi tan haaddatuu.

3πŸ”½Dubartii bareeduma barbaaduuf jecha ilkaan tumatuu fi tan tumttu.

4πŸ”½Dubartii rifeensa alaa fiddee ofitti qaxxaltu fi tan itti qaxxaltuγ€Š Wiigii isa jedhamu sani》.

5πŸ”½Dubartii yeroo Abbaan mana ishee hirribaaf gara sireeti waame didu.

6πŸ”½Dubartii dhiirati fakkaatu. Surree godhatee dhiraa wojii oluu fa’aa

7πŸ”½Dubartii qabrii ziyaartu.

8πŸ”½Dubartii yeroo namni du'ee suuraa nama sanii qabatee boochiiftu.

9πŸ”½Dubartii rifeensa mataa ishee akka dalluu gaalaati ol dhaabdee hiitu.

10πŸ”½Dubartii uffaata qaama ishii mul'isu uffaate ummata keessa ooltu.
Jechaa kottii mittii jechaa Nabbii Muhamad Salallahu Aleyi wasalam issanis offirraa fudhanii hin dubataan waan Rabbiin Ajajee qofa nuttii gessaan ykn nuu dhaqabsisaan Nutiis Akkanumatii dhalotaaf dadabarsaa demnaa! !

Wontataa 10 kanaa kessaa tokkoo keessatii yoo Argamnee irraa debi’uun kenyaa dirqamaa!

Mee obollewaan issilamaa akkaa dawititii keesattii off haa laluu irraa haa baranuu! Namnii tokko akkaa baratuu yoo fetee shere godhii jazaa rabiratii heregadhuu issaa birraa hongoon hin jiruu!

Yaa rabbii rahmata kee irraa nu hin fageessin.
#Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin_yaa rabbii

@DrZakirNaikAfaanOromoo
https://t.me/DrZakirNaikAfaanOromoo
⚫️Beekumsaaf barbaachisummaaan tattaaffii ofiiti
⚫️Kolfisiisuu
βšͺ️Bohaarsuu
πŸ”΄Barsiisuu
⚫️Haala yeroon wantoota wol qabatan
βšͺ️gorsa xiinsammuu
⚫️Jechoota filatamoo
πŸ”΄Asoosamoota filatamoo
βšͺ️Walaloo hedduufi bareedoo
⚫️Hawwatoo ta'an
πŸ”΄Qophiilee adda addaatiin
βšͺ️Nu woliin bohaartu


Chaanela hojii
πŸ™ @Abdii_Officialβœ…
@Abdii_Official
πŸ™ @Abdii_Officialβœ…
@Abdii_Official
πŸ™ @Abdii_Officialβœ…
@Abdii_Official
πŸ™ @Abdii_Officialβœ…

Utuu yeroo itti hin kennin JOIN godhii nu woliin wolumaan woliif JOIN
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/joinchat/AAAAAFSlsQ1PqMKkZ-NocQ
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Hunoo πŸ‘‰filnoo haraya wlh injafanoon galle
1 ulmaai 27
2 korelee 7 if kessa qaba
Ah wlh garaa nama nyaata adda mufrihaat akkana jatte nama boochiste
Ani wanni na boochisu ulmaaooni qalbin isaani cabu
Ani wanni na boochisu qalbiin isalaama cabu dha
Guyya arra kana yoo walin galle arruma akka rabbi akhirti na oofuu isa kharadha jatte wlh
Imimman ker bilaash hin taane adda mufrihaat alh injifanoona galle alh
Dhaamsa Rassuula saw
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Nama 3 Rabbin gaaddisa godhaafii guyyaa gaaddisni hin jirre gaaddisa Rahmaan male.
(1)-Nama yeroo lubbuun jibbitu udua guutate.
(2)-Nama yeroo dukkanaa gama masjiida deemu heddumeysu.
(3)-Nama beelaawaa nyaachisu.

@Abusa3ad