Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Subhanallah Rabbin batti RAMADEN tana khessa qajeloo heddu nuf fidaa alhamdulillah ya nama muslima khan rabbin batii battii caaltuu nuuf jirachiseeโคโค
@sif_ye_baba
@sif_ye_baba
((ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุฃูŽุนูู†ู‘ููŠ ุนูŽู„ูŽู‰ ุฐููƒู’ุฑููƒูŽุŒ ูˆูŽุดููƒู’ุฑููƒูŽุŒ ูˆูŽุญูุณู’ู†ู ุนูุจุงุฏูŽุชููƒูŽ))
Yaa Rabbi si yaadachuu, si galateeffachuufi ibaadaa kee gaaromsuu keessatti na gargaari.โ€

ุณูุจู’ุญูŽุงู†ูŽู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู
ูˆูŽุงู„ู’ุญูŽู…ู’ุฏู ู„ูู„ู‘ูŽู‡ู
ูˆูŽู„ุงูŽ ุฅูู„ูŽู‡ูŽ ุฅูู„ุงู‘ูŽ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡
ูˆูŽุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู ุฃูŽูƒู’ุจูŽุฑู
(ุจูุณู’ู…ู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูุŒ ุชูŽูˆูŽูƒู‘ูŽู„ู’ุชู ุนูŽู„ู‰ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูุŒ ู„ูŽุง ุญูŽูˆู’ู„ูŽ ูˆูŽู„ูŽุง ู‚ููˆู‘ูŽุฉูŽ ุฅูู„ุงู‘ูŽ ุจูุงู„ู„ู‘ูŽู‡ู))
:ยจยทยทยจ: โ€
ยท.๐Ÿ’ŒJoin๐Ÿ’Œ Join ๐Ÿ’ŒJoin ๐Ÿ’Œ๐Ÿ‘‡
โœฏโ€ขโ€ขโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโœฆโค๏ธโœฆโ€ขโ€ขโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ”ˆโ€ขโ€ขโœฏ
https://t.me/joinchat/AAAAAEbeY-IYaUzC64m-EQ
RAMADAAN..1.mp4
75 MB
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

๐ŸŽงNEW NESHID๐ŸŽง

๐ŸŽคโžงBY MAHDI & ABADIR
๐ŸŽ™โžงRAMADAN
๐ŸŽงโžงOROMIC


โ’ฟโ“„โ’พโ“ƒ โ“€โ“ƒโ“„โ“Œ
โžดโžดโžดโžด
@Maherzain123
โฌ‡๏ธ โฌ‡๏ธ

๐“๐ž๐ฅ๐ž๐ ๐ซ๐š๐ฆ ๐Ÿ‘‡๐‰๐จ๐ข๐ง & ๐Ÿ‘‡๐’๐ก๐š๐ซ๐ž

@Maherzain123 ๐Ÿ‘ˆ
SEENAA WARRA TOOWBATEE
Gurbaa Banii Israa'iil
Ibnu Qudaamaatu qissaa kana odeeysa
zamana Nabi Muusaa kessa (A.S) Banii Israa'ilitti abaar
guddaatu itti bu'e,umanni irratti walitti qabamee โ€œyaa kan
Rabbiin dubbisu,akka Rabbiin kee nuuf roobu nuu kadhauโ€
ja'an,isaa wajji gama dirree takkatti bahan rooba
kadhachuuf,nama kuma torbaatam turan,fuuldura isaa
dhaabbatanii karachutti seenan,haala rifeensi faaggaa, dhukkee
beelaa fii dheebuu qabaniin kadhatan,Nabi Muusaa (A.S)
dhaabbattee kadhachutti seene โ€œyaa ilaahii (yaa gabbaramaa
kiyya) rooba kee nu'obaasi,rahmata kee nurratti facaasi,ilmoo
hootuun,beeyladaa afaan hin beeynee,manguddoo salaattuun
ja'ii rahmata nuuf godhi,samiin duumeeysa iraa qulqulluu
tahuu malee waa hin idaane,aduuniis oowwa isii idaate,Nabi
Muusaa (A.S) โ€œyaa Ilaahii nuobaasiโ€ je'e
Rabbiin nije'e โ€œakkamittiin isin obaasa haala isin kessa amata
afurtam guutuu diliin harbii nattii godhaa jiru jiruu,ummata
kessatti lallabi isin jidduu haabahu,sababaa isaani rooba
dhoorgamtanโ€
Nabi Muusaan (A.S) lallabeeti โ€œyaa gabricha dilii dalagu,kan
amata afurtam guutuu dilii Rabbitti dalagaa ture nujidduu
bahi,sababaa keetiin rooba dhoorgamneโ€ je'e
gabrichi dilaawaan mirgaa fii bita laale,namni tokkolleen hin
baahe,namni Muusaan ja'u isa tahuu beeke,
nafsee isaa kessatti โ€œyaa uumaa dila kana kessaa ani achi
bahe,ummata banii israa'iil jidduuttiin qaanyawa,yoo isaan
jidduu taa'e ammoo sababaa kiyyaan rooba dhoorgamanโ€ je'ee
qalbiin isaa cabxee,imimmaan dhangalaasee,mataa isaa
huccuu isaa kessa kaayee,haala hojii dalagaa tureen
sheenawee jiruun โ€œyaa Rabbi yaa gooftaa kiyya amata afurtam
guutuu dilii sitti dalagaatiin turee nasattartee natursiiftee,am
ma ammoo haala qaalii kee godheen sitti deebi'ee
(toowbadhe)โ€je'ee Rabbii isattii iyyate,
jacha isaa waahin fixannee duumeeysi adiin takka isaan
marsiteeti akka afaan qarbattatti roomeef,
Muusaan ajaa'ibee,โ€yaa Rabbi bar namni tokkolleen nujidduu
hin baaneeโ€ je'e,
Rabbiin nije'e โ€œyaa Muusaa kan sababaa isaatiin rooba
dhoorgamtaniitu sababaa isaatiin obaafamtanโ€
Muusaan โ€œyaa Rabbi gabricha qaalii kee godhee deebi'e kana
nagarsiisiโ€ je'e
Rabbiin nije'e โ€œyaa Muusaa isaa dilii natti daluuhuu isa hin
qaanyeesinee,isaa natti deebi'een qaanyeessaa?


#Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ godhun nu hordofa jzkeyran ๐Ÿ’

@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Baatin tun baato qura'anati ikhwani qura'ana qarau ha heddumeysinu
Forwarded from Deleted Account
Barsiisaan Ingiliffaa wa'ee Verb otuu barsiisaa jiru Barataan Daree keessatti Jeequmsaan beekamu tokko harka baase๐Ÿ™‹โ€โ™‚ Barsiisa Gaffii gaafate.

Barataa๐Ÿ™โ€โ™‚:- Barsiisaa Wish yeroo kam itti fayyadmna?

Barsiisaa๐Ÿ‘จโ€๐Ÿ”ฌ:- Yeroo Harree Oofnu ykn deemsiisnu. ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜ hin jedhuun seetani
๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚
Barsiisa kun๐Ÿ‘ itti hin xiqqaatu
SHARE
JOIN @officialrobsan