π sadaqarra irra caaltun sadaqa π
π sadaqaa somman kessa sadaqatani π habibuna musxafa aleyhi salamπ
@httpsHamzamohammed

Forwarded from Deleted Account
Mucaan dargageessa tokko fi muciyyoo qashtiin walitti anaani ta'a jiran taksii keessa,yeroo kana ija kessa wal ilaala Jecha walitti darbachuu Jalqaban
ishee: oh mobile kee bay'ee namatti tolaa essaa bitaate?
isa: lakki hin bitane figiichan mo'adheen badhaafame.
ishee: oh....Ati Atleetiidha Jechuudha?nama meeqa mo'atteeti badhaafamte?
isa: nama lama
ishee: naf hin galle,nama lama qofaan dorgomte ?
isa: Eyyen Abbaa mobayilii kanaati fi polisii tokko waliin figeetiπ€£π
ππππππ
#Feetan_koflaa_an tiyya kofleen jiraa!
Kan galleef π
Kan hin gallefπ
Lamenu tuqa wan aja'iba agartan koflan dhumtan ππππππ
@officialrobsan

New Ramadan Nashid- KEDIJA DA'AWA GROUP.mp4
13.3 MB
Nashiidaan Bellema isiniif seenne kuno arra isiniif gad dhiifne Xiqqo rakko Teknikatif waan isinirraa turreef Gamanumaan Dhiifama isin Gaafanna !!!
NEW NESHID RAMADAN
BY KHADIIJA DA'AWA GROUP
NEW NESHID RAMADAN
BY KHADIIJA DA'AWA GROUP
New Ramadan Nashid- KEDIJA DA'AWA GROUP.mp4
13.3 MB
NEW NESHID RAMADAN
BY KHADIIJA DA'AWA GROUP
Ahbaabii Xiqqo rakko Teknikatif wan isinira tursifnef gamanumaan dhifama isinin janna channal keenya join
godhaa πππππ
https://t.me/Groupkhadiijaa

Forwarded from Zeew via @UmmyArtPromoBot
Ramadana keysaa mal arkachu (dalaguu fetaa)
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Subhanallah Rabbin batti RAMADEN tana khessa qajeloo heddu nuf fidaa alhamdulillah ya nama muslima khan rabbin batii battii caaltuu nuuf jirachiseeβ€β€
@sif_ye_baba
@sif_ye_baba
@sif_ye_baba
@sif_ye_baba
Watch "Reacting to Al Ansar vs Al Istiqaamaa who is sing better" on YouTube
https://youtu.be/67JzNkh1fMw
https://youtu.be/67JzNkh1fMw
YouTube
Reacting to Al Ansar vs Al Istiqaamaa who sings better?!
Thanks for watching! For another video donβt forget to subscribe! #oromonashiida #Rahima #Gamakhedebiβe #oromo #oromoo #nashiida #nashiidaa Al ansar inshad g...
Forwarded from HAMZA HASSEN
Ergaa ramadana kutaa 5ffaa
Dhageefadha share waliif godhaa jzkl.
πππππ
https://youtu.be/hhEWo5PhMcM
Dhageefadha share waliif godhaa jzkl.
πππππ
https://youtu.be/hhEWo5PhMcM
YouTube
Warra Sommani isaani hin Qeebalamne kutaa 5ffaa Hamza Hassen
SUBSCRIBE GODHU HIN DAGATINAA
πππππππππππππ
https://bit.ly/2DEUHzM
πππππππππππππ
https://bit.ly/2DEUHzM
((Ψ§ΩΩΩΩΩΩΩ
ΩΩ Ψ£ΩΨΉΩΩΩΩΩ ΨΉΩΩΩΩ Ψ°ΩΩΩΨ±ΩΩΩΨ ΩΩΨ΄ΩΩΩΨ±ΩΩΩΨ ΩΩΨΩΨ³ΩΩΩ ΨΉΩΨ¨Ψ§Ψ―ΩΨͺΩΩΩ))
Yaa Rabbi si yaadachuu, si galateeffachuufi ibaadaa kee gaaromsuu keessatti na gargaari.β
Ψ³ΩΨ¨ΩΨΩΨ§ΩΩΩ Ψ§ΩΩΩΩΩΩ
ΩΩΨ§ΩΩΨΩΩ ΩΨ―Ω ΩΩΩΩΩΩΩ
ΩΩΩΨ§Ω Ψ₯ΩΩΩΩΩ Ψ₯ΩΩΨ§ΩΩ Ψ§ΩΩΩΩΩ
ΩΩΨ§ΩΩΩΩΩΩ Ψ£ΩΩΩΨ¨ΩΨ±Ω
(Ψ¨ΩΨ³ΩΩ Ω Ψ§ΩΩΩΩΩΩΨ ΨͺΩΩΩΩΩΩΩΩΨͺΩ ΨΉΩΩΩ Ψ§ΩΩΩΩΩΩΨ ΩΩΨ§ ΨΩΩΩΩΩ ΩΩΩΩΨ§ ΩΩΩΩΩΨ©Ω Ψ₯ΩΩΨ§ΩΩ Ψ¨ΩΨ§ΩΩΩΩΩΩ))
:¨··¨: β
Β·.πJoinπ Join πJoin ππ
β―β’β’βββββ’β’β¦β€οΈβ¦β’β’βββββ’β’β―
https://t.me/joinchat/AAAAAEbeY-IYaUzC64m-EQ

Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
RAMADAAN..1.mp4
75 MB
ππππππππ
π§NEW NESHIDπ§
π€β§BY MAHDI & ABADIR
πβ§RAMADAN
π§β§OROMIC
βΏββΎβ ββββ
β΄β΄β΄β΄
@Maherzain123
β¬οΈ β¬οΈ
πππ₯ππ π«ππ¦ πππ¨π’π§ & πππ‘ππ«π
@Maherzain123 π
π§NEW NESHIDπ§
π€β§BY MAHDI & ABADIR
πβ§RAMADAN
π§β§OROMIC
βΏββΎβ ββββ
β΄β΄β΄β΄
@Maherzain123
β¬οΈ β¬οΈ
πππ₯ππ π«ππ¦ πππ¨π’π§ & πππ‘ππ«π
@Maherzain123 π
Forwarded from MAHER AHMEDβ Official
SEENAA WARRA TOOWBATEE
Gurbaa Banii Israa'iil
Ibnu Qudaamaatu qissaa kana odeeysa
zamana Nabi Muusaa kessa (A.S) Banii Israa'ilitti abaar
guddaatu itti bu'e,umanni irratti walitti qabamee βyaa kan
Rabbiin dubbisu,akka Rabbiin kee nuuf roobu nuu kadhauβ
ja'an,isaa wajji gama dirree takkatti bahan rooba
kadhachuuf,nama kuma torbaatam turan,fuuldura isaa
dhaabbatanii karachutti seenan,haala rifeensi faaggaa, dhukkee
beelaa fii dheebuu qabaniin kadhatan,Nabi Muusaa (A.S)
dhaabbattee kadhachutti seene βyaa ilaahii (yaa gabbaramaa
kiyya) rooba kee nu'obaasi,rahmata kee nurratti facaasi,ilmoo
hootuun,beeyladaa afaan hin beeynee,manguddoo salaattuun
ja'ii rahmata nuuf godhi,samiin duumeeysa iraa qulqulluu
tahuu malee waa hin idaane,aduuniis oowwa isii idaate,Nabi
Muusaa (A.S) βyaa Ilaahii nuobaasiβ je'e
Rabbiin nije'e βakkamittiin isin obaasa haala isin kessa amata
afurtam guutuu diliin harbii nattii godhaa jiru jiruu,ummata
kessatti lallabi isin jidduu haabahu,sababaa isaani rooba
dhoorgamtanβ
Nabi Muusaan (A.S) lallabeeti βyaa gabricha dilii dalagu,kan
amata afurtam guutuu dilii Rabbitti dalagaa ture nujidduu
bahi,sababaa keetiin rooba dhoorgamneβ je'e
gabrichi dilaawaan mirgaa fii bita laale,namni tokkolleen hin
baahe,namni Muusaan ja'u isa tahuu beeke,
nafsee isaa kessatti βyaa uumaa dila kana kessaa ani achi
bahe,ummata banii israa'iil jidduuttiin qaanyawa,yoo isaan
jidduu taa'e ammoo sababaa kiyyaan rooba dhoorgamanβ je'ee
qalbiin isaa cabxee,imimmaan dhangalaasee,mataa isaa
huccuu isaa kessa kaayee,haala hojii dalagaa tureen
sheenawee jiruun βyaa Rabbi yaa gooftaa kiyya amata afurtam
guutuu dilii sitti dalagaatiin turee nasattartee natursiiftee,am
ma ammoo haala qaalii kee godheen sitti deebi'ee
(toowbadhe)βje'ee Rabbii isattii iyyate,
jacha isaa waahin fixannee duumeeysi adiin takka isaan
marsiteeti akka afaan qarbattatti roomeef,
Muusaan ajaa'ibee,βyaa Rabbi bar namni tokkolleen nujidduu
hin baaneeβ je'e,
Rabbiin nije'e βyaa Muusaa kan sababaa isaatiin rooba
dhoorgamtaniitu sababaa isaatiin obaafamtanβ
Muusaan βyaa Rabbi gabricha qaalii kee godhee deebi'e kana
nagarsiisiβ je'e
Rabbiin nije'e βyaa Muusaa isaa dilii natti daluuhuu isa hin
qaanyeesinee,isaa natti deebi'een qaanyeessaa?
#Join ππ godhun nu hordofa jzkeyran π

Baatin tun baato qura'anati ikhwani qura'ana qarau ha heddumeysinu