Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Forwarded from KENNAA (Abdii Biyyaa) via @like
YAA RABBII ALHAMDULILLAAH
β™₯️🌹🌹🌹🌹🌹🌹β™₯️🌹🌹🌹β™₯️
✍by Abdulaziz Ahmeddiin
β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘β™‘
Keessummaan nuti hawwinu
Ji'oota meeqa dura
Kunoo amma walgeenye
Balbala ol seenee jira
Faaruun Rabbiif haa ta'u
Kheeyrii jalqabne harra!!

Ji'a kheeyriin ibaadaa
Dachaadhaan dabalamu
Balballi jahannamaa
Torbanuu kan cufamu
Kan jannataa saddeettan
Hundinuu kan banamu
Ministeerri badiidhaa
Sheeyxaannilleen hidhamu
Baga ittiin nugahe
Galata galchaa namuu!!!!!

Yaa Rabbii galata kee
Baga harraan nu geesse
Ji'a kheeyriifi milkiitiin
Baga waliin nu gesse!!!!

Yaa Rabbii sitti amaanaa
Umriillee nu dheereeysii
Hamtuu nurraa fageeysi
Ibaadaa nuuf mijeeysii
Aangoo irratti nuuf kenni
Nabsiyyaa nu moosisi!!!!

Yaa Rabbii sitti amaanaa
Koroonaa nurraa kaasii
Hunda danda'aan sumaa
Mana keetitti nu deebisi
Kheeyrii Ramadaanni qabu
Hundumaa nu milkeessii!!!!
@Kennaapost @Kennaapost
As wr wb obboleyyan khiya Qali insha allah πŸ‘‰Nashida mata duren isiπŸ˜₯MOWT jettu
Guyya murasa boda na egadha
Isinin jaladha anis akka na jalattan link @Tellegram khiyya khana Join Godhudhan naf ibsa akkan hoggan gad dhise si bira geysu yo feteπŸ‘‡
@mustabysquad
@mustabysquad
@mustabysquad
❀️jalalan narra qabmtan
Natti bohartan πŸ‘
Rahima
<unknown>
🎧NEW NESHID🎧

🎀➧BY AL-ISTIQAMA D.G
πŸŽ™βž§RAHIMA
🎧➧OROMIC
⏰➧4:51MIN

ⒿⓄⒾⓃ β“€β“ƒβ“„β“Œ
➴➴➴➴
@Maherzain123
⬇️ ⬇️

π“πžπ₯𝐞𝐠𝐫𝐚𝐦 πŸ‘‡π‰π¨π’π§ & πŸ‘‡π’π‘πšπ«πž

@Maherzain123 πŸ‘ˆ
Ergaa Ramadana kutaa 2ffaa
Dhageefadha share waliif godhaa jzkl.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/MdbO4_dN4B8
πŸ™ sadaqarra irra caaltun sadaqa πŸ‘
πŸ™ sadaqaa somman kessa sadaqatani πŸ‘ habibuna musxafa aleyhi salamπŸ™Œ

@httpsHamzamohammed
Forwarded from Deleted Account
Mucaan dargageessa tokko fi muciyyoo qashtiin walitti anaani ta'a jiran taksii keessa,yeroo kana ija kessa wal ilaala Jecha walitti darbachuu Jalqaban

ishee: oh mobile kee bay'ee namatti tolaa essaa bitaate?

isa: lakki hin bitane figiichan mo'adheen badhaafame.

ishee: oh....Ati Atleetiidha Jechuudha?nama meeqa mo'atteeti badhaafamte?

isa: nama lama

ishee: naf hin galle,nama lama qofaan dorgomte ?

isa: Eyyen Abbaa mobayilii kanaati fi polisii tokko waliin figeetiπŸ€£πŸ˜‚
πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜πŸ˜πŸ˜
#Feetan_koflaa_an tiyya kofleen jiraa!
Kan galleef πŸ‘
Kan hin gallefπŸ˜”
Lamenu tuqa wan aja'iba agartan koflan dhumtan πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚
@officialrobsan
@officialrobsan
New Ramadan Nashid- KEDIJA DA'AWA GROUP.mp4
13.3 MB
Nashiidaan Bellema isiniif seenne kuno arra isiniif gad dhiifne Xiqqo rakko Teknikatif waan isinirraa turreef Gamanumaan Dhiifama isin Gaafanna !!!
NEW NESHID RAMADAN
BY KHADIIJA DA'AWA GROUP
New Ramadan Nashid- KEDIJA DA'AWA GROUP.mp4
13.3 MB
NEW NESHID RAMADAN
BY KHADIIJA DA'AWA GROUP
Ahbaabii Xiqqo rakko Teknikatif wan isinira tursifnef gamanumaan dhifama isinin janna channal keenya join
godhaa πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/Groupkhadiijaa
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Subhanallah Rabbin batti RAMADEN tana khessa qajeloo heddu nuf fidaa alhamdulillah ya nama muslima khan rabbin batii battii caaltuu nuuf jirachisee❀❀
@sif_ye_baba
@sif_ye_baba