Forwarded from Deleted Account
ยฉ๏ธIbnu sururโ๏ธโ๏ธ
@Keyralumma irraa
โป๏ธMuslima dhugaa
๐ KUTAA DURAA
โ Dachee irratti gabrichaa fi bakka bu'aa (khaliifa) Allaahaa (S.W) akka ta'e itti dhage'ama.
โ Dhugaa jiraattu godhuuf. tola ooluu fi wantoota gaariiwwan babaldhisuuf. yunivarsii tana bareechiisuuf ambaasaaddara Allaahaa (S.W) isa angoon kennameef ta'ee isaa itti dhageessisa.
โ Wantootnni yunivarsicha keessa jiran hunduu isaaf tajaajiltoota kaayyoo isaa kan hangafaatiif gar gaartoota ta'uu isaanii ni hubata.
โ Allaahaan (S. W) isa bira kan jiru ta'uu isaatii fi madda gar gaarsaa fi madda humnaa kan kophaa akka ta'e amantaa gad dhaabbate qaba.
โ kaayyoon isaa gabricha Allaahaan (S. W) ittiin gammaduu fi gabricha Allaahaan (S. W) jaalatu kan sirrii ta'uu dha.
โ Wanta Allaahaan (S. W) ajaje onnee qulqulluun dalaga.
โ Kan inni dhoorke irraa fagaata. ni eeggatas.
โ Kaayyoon isaa kan nama dinqisiisu. Kunis namoota Allaahaa (S. W) wajjin wal qunnamsiisuu. dachee samii wajjin walitti sufuu dha.
โป๏ธMuslima dhugaa
๐ KUTAA XUMURAA
โ Allaahaan (S. W) isa kabajee. isa bareechisee. dhaabbannaa gaarii irratti kan isa uume ta'uu isaa. bifa bareeduun isa tolchee ruuhii isaa irraa itti afuufuu isaa ni amana. ni hubatas.
โ Guyyaa kaayyoo isaa kan hin duune milkessuuf qabsaayaa oolee. halkan ammoo Uumaa (khaaliqaa) isaatii salaataa bula.
โ Uumaa isaatitti yeroo hundaa ni warwaata. akka adabbii addunyaa irraa. cinqiiwwan guyyaa du'aa ka'umsaa (guyyaa murtii)ti fi ibidda jahnnam sodaachiisaa irraa isa eegu.
โ Wantootni calanqisiisaawwan addunyaa dhihoo tanaa isa hin dharraasiisan. isa hin yarsan. Fedhii isaa argatee kan gammadu yoo Gooftaa isaatiin wal qunnamee fi yoo jannata dhaale qofa akka ta'e ni amana.
โ Addunyaan tun milkaayina addunyaa dhufuutiif wal atjjii xaarii (ifaajee) akka taate ni beeka.
โ Du'aan hin rifatu. Duuti addunyaa dhiphoo tana irraa gara addunyaa baldhoo aakhiraa kan ittiin ce'anii fi Mana dhiqaansaa (dhaawarii) xurii yakka addunyaa tanaa irraa dhiqamee kan ittiin darbu ta'uu ishii ni hubata.
โ Sammuun isaa beekumsaan kan cime. yeroo isaa haalaan kan itti fayyadamu. waqtii isaa irraa illee dondha ta'a.
โ Qaamni isaa ispoortiin kan cime. hanga jagnummaa fi kutattummaa isaa garaa laafaa fi naamusaan illee kan ol aanaa ta'ee dha.
โ Nafseen isaa hanga barbaadde isatti hasaastu illee ishii fi miira isaa irratti ol aantummaa kan gonfatee dha.
โ Ibaadaah aadaa fi barmoota isaa kan godhee dha.
โ Yeroo hunda Du'aa'i godha.
โ Qur'aana ni dubbisa. hojii irrallee ni oolcha.
โ Soba gonkumaa hin dubbatu.
โ Murtee sirrii akkuma kabbachiisu hundaa mirga namaa illee ni eega.
โ Wanta Allaahaan (S.W) isaa kenneen illee ofiin of gahee mataa ofii danda'ee (kajeellaa namootaa irraa bilisa ta'ee) jiraata.
โ Walumaa galatti inni amala Sahaaboota (R.A) guyyaa leencota. halkan ammoo Aabidoota waa'ee addunyaa irraa bilisa of godhanii kan gonfatee dha.
โ Muslima dhugaa ramaddiin isaa isaannan nabiyyoota. namoota qulqulluuwwan. namoota Diiniif jecha nafsee of wareeganii fi namoota gaariiwwan wajjiin.
Allaahaan (S.W) Muslima dhugaa nuhaa godhu.
aamiin.! ๐ ๐

Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
Nama nurraa du'e cufaatuu Rabbiin #Rahmata haa godhuuf! Warra #mirgaatirraa isaan haa godhu! #Aamiin_Yaa_Rabb
๐๐
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
๐๐
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Forwarded from Anas mohammedโOfficial
Forwarded from Deleted Account
Du'aa'ii Tana Osoo Share Gootee
โขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโขโข
Rabbiin keeyrii Ati hojjatte hunda sirraa haa qeebalu.
Badii Ati hojjatte hunda Rahmata isaatiin irra siif haa dabru.
Hojii Gaarii/keeyrii hundaa hojjachuuf siif haa laaffisu
Jireenya kee kan Addunyaa irra jiraattu kanas jireenya Gaarii siif haa Godhu
Yeroo Addunyaa tanarraa Galuuf kaate booddee tee siif haa bareechu (Laailaaha illallah muhammad rasuulullah jechuun siif haa Goolabu)
Qabrii tee siif haa ibsu Galmee hujii keetii mirgaan siif haa kennu
Gaafii tokko malee jannata sihaa Galchuu
Jannata keessatti ollaa/cinnaa jaalallee keetii nabi Muhammad ๏ทบ sihaa Qubsiisu
Nama Amiiiiin je'ee fi kan Aamiin hin jennees hunda Rabbiin haa qeebaluuf.!!!
Anas naan irraanfatinaa. Du'aa'ii teessaniin jzk

Watch ""แจแจแจแ แแแแต" แ แฒแต แแบแณ แ แแแบแต แแแ แแขแฅ #MinberTube" on YouTube
https://youtu.be/W1NhUlFHOiA
https://youtu.be/W1NhUlFHOiA
Forwarded from Comedybutton
แแแแฐ แแญแฅ แปแแ 100% แ แแแ แต แฅแแตแตแแแแ แ แฅแฅแ แจแแแญแซแฝแ แปแแ แแ ๐๐๐๐๐๐๐
Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
แฐแ แญ แแ
แแฌ แฝแแฃแ 29 แจแจแ แฃแแแณแจแท แจแจแแณแ แแ แแแ แแซแแซ 16 แฅแแฐแแแแญ แณแแแข
Al jezira
#join๐๐

As wr wb Kabajamtoota Obboleeyyan kiyya qaqqaalii
Nashiidaan mata dureen " Rahima. jattu kan amma dura baallama isiniif seenne edanu galagala yoo rabbi ja'e akka biyyatti sa.aa 3:00 irratti gad lakkifamti
Nashiidaa "Rahimaa tana saffisan akka isin bira geessuuf youtube keenya " milki production subscribe godhaa
Liinkii armaan gadii tuqaa seenaa
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐,
https://www.youtube.com/channel/UCcJpVBWCi77SqjDWbTQ2jdw

Watch "New Ethiopian Islamic Nashed "Rahem by Oromic. Nashiidaa Afaan Oromoo "Rahiim แ แฒแต แแบแณ " แจแแ แฆแฎแแ" on YouTube
https://youtu.be/UgrvPci8fxo
https://youtu.be/UgrvPci8fxo
Forwarded from โค ุฃุญุจู ูุง ุฑุณูู ุงููู โค (Hanaadi Mohammed)
YouTube
Nashidaa afan oromo Harawa &Ethiopian islamic nashida by Al Ansar Inshad Gruop Gama khe debii'e
Nashidaa afan oromo Harawa & New Ethiopian islamic nashida by Al Ansar Inshad Gruop Gama khe debii'e from DAMMAQI Album#AlAnsar. #Subscribe #Oromonashiidaa
Forwarded from Ummy Art PROMOTION
Ramadanaf qoppin tee mal fakkatti of qoppeysite jirta moo akkami sila ๐ค?san if gafadhu yo of qoppeysite ๐ khana filadhu khan hin qoppayin yoo tate ammo ๐khana filadhu ofirra debi'u dandessa ha filannu mee ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
RAMDAN KARIM GARANUMAN WARRA BARANA KHA BARA HEDDU ISININ JA'E

YAA RABBII ALHAMDULILLAAH
โฅ๏ธ๐น๐น๐น๐น๐น๐นโฅ๏ธ๐น๐น๐นโฅ๏ธ
โby Abdulaziz Ahmeddiin
โกโกโกโกโกโกโกโกโกโกโกโก
Keessummaan nuti hawwinu
Ji'oota meeqa dura
Kunoo amma walgeenye
Balbala ol seenee jira
Faaruun Rabbiif haa ta'u
Kheeyrii jalqabne harra!!
Ji'a kheeyriin ibaadaa
Dachaadhaan dabalamu
Balballi jahannamaa
Torbanuu kan cufamu
Kan jannataa saddeettan
Hundinuu kan banamu
Ministeerri badiidhaa
Sheeyxaannilleen hidhamu
Baga ittiin nugahe
Galata galchaa namuu!!!!!
Yaa Rabbii galata kee
Baga harraan nu geesse
Ji'a kheeyriifi milkiitiin
Baga waliin nu gesse!!!!
Yaa Rabbii sitti amaanaa
Umriillee nu dheereeysii
Hamtuu nurraa fageeysi
Ibaadaa nuuf mijeeysii
Aangoo irratti nuuf kenni
Nabsiyyaa nu moosisi!!!!
Yaa Rabbii sitti amaanaa
Koroonaa nurraa kaasii
Hunda danda'aan sumaa
Mana keetitti nu deebisi
Kheeyrii Ramadaanni qabu
Hundumaa nu milkeessii!!!!
@Kennaapost @Kennaapost
โฅ๏ธ๐น๐น๐น๐น๐น๐นโฅ๏ธ๐น๐น๐นโฅ๏ธ
โby Abdulaziz Ahmeddiin
โกโกโกโกโกโกโกโกโกโกโกโก
Keessummaan nuti hawwinu
Ji'oota meeqa dura
Kunoo amma walgeenye
Balbala ol seenee jira
Faaruun Rabbiif haa ta'u
Kheeyrii jalqabne harra!!
Ji'a kheeyriin ibaadaa
Dachaadhaan dabalamu
Balballi jahannamaa
Torbanuu kan cufamu
Kan jannataa saddeettan
Hundinuu kan banamu
Ministeerri badiidhaa
Sheeyxaannilleen hidhamu
Baga ittiin nugahe
Galata galchaa namuu!!!!!
Yaa Rabbii galata kee
Baga harraan nu geesse
Ji'a kheeyriifi milkiitiin
Baga waliin nu gesse!!!!
Yaa Rabbii sitti amaanaa
Umriillee nu dheereeysii
Hamtuu nurraa fageeysi
Ibaadaa nuuf mijeeysii
Aangoo irratti nuuf kenni
Nabsiyyaa nu moosisi!!!!
Yaa Rabbii sitti amaanaa
Koroonaa nurraa kaasii
Hunda danda'aan sumaa
Mana keetitti nu deebisi
Kheeyrii Ramadaanni qabu
Hundumaa nu milkeessii!!!!
@Kennaapost @Kennaapost