๐ helloo
๐helloo eenyu
๐obsadhaami akkami ngya obsa !?
๐ dogongorte obsa miti !! Lakkofsa sirriti miti
Bilbila itti cufe
Ammaas deebi'e bilbile
๐ helloo
๐ helloo ? Lakkofsirriiti miti dogongorte siin ja.e bar
๐ bekhee bar
๐ duuba maa bilbilta ?
๐ lakkoofsa sirrii yoo beeyte naaf himi jachuufi
๐๐๐๐๐๐๐๐๐
@ibsaabdi4

"Namni hedduun Maallaqa ๐ท๐ฐ๐ถ qabaatteef #Gammachuu๐hin argattu ja'a..An garuu #Goojjoo_jalloo kheysa taa'ee #gammaduu irra maallaqa qabaadhee,gammachuu dhabee makiinaa๐ 'Ferrari' kheysa taa'ee #booyuu ๐ญ๐ข naaf wayya.!" JISON
๐๐๐๐
๐๐๐๐
#InjifannooKuwater|
ยซKuwater Yoo Injifattee Geeba Kaaste Hajjii Dhufu Miskiinota/Harka Qalleeyyii 100 Addunyaa Irraa Walitti Qabeen Maallaqa Kiyyaan Gara Hajjii 'tti Ergaยป Abbaa Qabeenyaa Biyya Kuwater 'tu Akkana Jedhe
Injifannoon Guyyaa Kaleessaa Kuwater Galmeessite Gama Kubbaa Miillaatiin Qofa Osoo Hin Taane Injifannoo Siyaasaa 's Nii Dabalata Kan Jedhanis Nii Jiru
Sababni Akkana Jedhaniifis Akkuma Beekamu Biyyoota Galoo Galaana Sawud Arabiyaa, Emirates, Dubayii Fi Kanneen Isaan Fakkaatan Afrikaa Irraas Egypt Dabalatee Duula Kuwater Irratti Erga Banuu Eegalanii Waggoota Lakkoofsisanii Jiru Kanumaan Wal Qabatee Wal Dorgommii Tapha Kubbaa Miillaa Tapha Ardii Eeshiyaa Dubayii Qopheessite Kana Irratti Sadarkaa Kuffisanii Darbu Irratti Guyyaa Lama Dura Gareen Biyyoolessa Sawudii Fi Kuwater Taphatanii Turan Haala Ajaayiba Ta'een Kuwater Injifattee Gara Xumuraatti Dabarte Sawud Arabiyaa Kuwatareen Injifatamuun Isaa Hedduu Dallansuu Keessa Isa Seensise
Tapha Biyyoota Siyaasaan Dubbii Keessa Wal Seensisanii Jiran Jedhamee Taphichi Xiyyeeffannoo Guddaa Keessa Akka Seenu Ta'ee Ture Haa Ta'u Malee Injifachuu Kuwater Biyyoota Garii Dallansiisee Ture Gad Aantummaan Siyaasaa Sawudiitti Dhaga'amus Hoogganaan Garee Biyyoolessa Sawud Arabiyaa "Kan Nuti Injifatamneef Jabina Taphattoota Kuwateriif Osoo Hin Taane Xiiqii Fi Miira Jaalala Biyya Isaanii Dhabuu Taphattoota Keenyaati" Jedhee Dallansuu Isaa Of Irraa Salphisee Ture
Eda Galgala Dorgommii Geebaaf Gareewwan Lammeen Kuwaateriif Jaappaan Wal Morkachaa Turan
Miidiyaaleen Emirates, Egypt Fi Xiinxaltoonni Isaanii Jibba Kuwateriif Qaban Irraa Ka'uun Tilmaama Isaanii Injifannoo Garee Biyyoolessa Jaappaaniif
Tilmaama Ol Aantummaa Raaganii Turan Kana Malees Namni Marti Akka Jaappaniin Deeggaruu Qabu Ibsanii Turan
Rabbiin Garuu Akka Isan Fedhanii Fi Hawwan Didee Injifannoo Harka Biyya Gootitti Harka Kuwateriin Kaa'e Guyyaa Kaleessaa Ol Aantummaa Kuwaateriin 3:1 Xumurame Halkan Edaa Kuwataroonni Gammachuun Guutamanii Yoo Bulan Faallaa Kanaa Diinonnii Kuwater Salphinaan Rifeensa Ofirraa Ciraa Bulan
Warri Sawudii Mo'amanii Diinummaa Kuwaater Labsanis Mootiin Kuwater Amiir Tamiim Garuu Injifannoo Gareen Biyyoolessa Kuwaater Galmeessise Irratti Ergaa Baga Gammaddanii Miidiyaa 'f Dubbatan Irratti Eda Galgala Akkana Jedhan
ยซInjifannoon Guyyaa Har'aa Galmaa'e Kan Kuwater Qofa Osoo Hin Taane Kan Araboota Maraati
Ijoollewwan Keenya Waan Qabdan Maraan Osoo Of Hin Qusatiin Kuwateriif Seenaa Haaraa Galmeessitan Baga Gammaddan Isiniin Boonnee Jirra
Deeggartoonni Garee Keenyaa Cina Dhaabbattanii Deeggarsa Gootan, Deeggarsa Gootaniif Baga Gammaddan Baga Gammanne
Injifannoon Kun Kan Araboota Maraati Baga Gammanne Baga Gammaddanยป
Jedhee Ergaa Baga Gammadanii Isaa Goolabe Mootiin Kuwaater
Waan Nama Ajaayibu Osoo Mootoliin Arabaa Teessuu Injifannoo Kanaan Baga Gammadde Jedhee Kan Ergaa Baga Gammaddanii Kuwateriin Ga'e Biyya Jaappaan Ture
Viva Qatar Kuwaater
ยซDeeggarsa Biyya Tokkoo Malee Geeba Kaaste Kuwaater Hedduun Si Jaallannaยป Jedheen Barruu Kiyya Xumura
โยซInjifannoo Kubbaa Miillaa Qofa Osoo Hin Taane Injifannoo Siyaasaa 's Nii Dabalataยป
เน #MaashaaAllah
เนYoo Si Gammachiise #SHARE Godhi
ยฉJechoota Gaggaarii
ยฎBarruulee Nuti Maxxansinu Saffisaan Akka Isin Qaqqabaniif Like Share Godhaa
Join
@Jechotagaggaarii

Hamiltan tv saglee ummata obboleyyan kiyya tv kana serch godha ferquncy asi olaa jira kanan hamiltan sagalee ummata
Beeksisa amma karaa telegram argachuu dandeessan tuquun galmaahaa
Dv (carraa amerikaa bahuu) karaa telegram maqaa keessanii kaaftanii hamma dhumaatti guutuun galmaahuun lakkoofsa fudhadhaa
Galmaahuuf >>>OK<<<
Lootirii Ethiopia galmaahuun book Acount keessan guutuun yoo isiniif bahe
Badhaafamaa
Galmaahuuf >>OK<<
Barattoonni akka Gaaffii afaan oromoo dorgomuun karaa book account keessanii badhaafamuu barbaaddan carraa tolaa kanatti fayyadamuun gaafficha irratti hirmaadhaa
Galmaahuuf >>>OK<<<
carraa gaarii abbaa carraaf
Hub. Dorgommiin kun kaffaltii hin barbaadu

Maashina ATM Addunyaa Dinqisiise !!
Akka ATM Kaardii Keessan Itti Galchitanii Lakkoofsa code Iccitii keessanii itti naqnaan Maallaqa isin baankiidha qabdan Isiniif baasuu Akka isinitti hin fakkaanne.!!
Fayyadamtoonni ATM Kanaa Saantima 5 Baankii irraa hin qaban Harka Qalleeyyidha. Osoo saantima 5 hin qabaatin Akkamitti ATM Bira dhaabbatu Gaaffin jedhu Sammuu keessan keessa dhufuu hin oolu deebin isaa Waan ajaa'ibaati.
Ulaa Masjiida Al Akram Kan Biyya Maaliziyaa Keessatti argamu ATM kun Fayyadamtooni isaa Miskiinota Qofaadha.
Kaardii isaanif kenname yoo itti naqan Ruuzaa Mi'aawaa kiiloo 2 isaanif gadi baasa. Miskiinonni Kanatti fayyadamanis Wogga wogga irraa Maallqani zakaa wolitti Funaanamee Haala kanaan isaanif kennama.
Liinkii Asii Gadi Kana Banaati vedio isaa Daawwadhaa ๐๐๐
http://www.nidatube.us/mobile/watch.php?vid=dd08ac4d7
Nama Kana Hojjateef rabbiin Mindaa Khayirii isaaf haa kennu.
โข-----โขโขโข๐น๐นโขโขโข-----โข
Forwaard gochuun hiriyoota keetif dabarsi
Chaanaali kanas join gochuun akka irraa fayyadaman affeerii baarakallahu fik
Join ๐๐๐๐๐
By Temam

๐ฆDubartoota 10 kan Rabbiin abaare rahmata isaa irraa isaan fageesse kan รabiin { ๏ทบ} Salallahu Aleyi wasalam nuuf himan ๐ญ๐ญโคตโคต
โชRabbiin ol ta'e nama tokko yoo jaalate jibriiliti hima ani nama kana ni jaaladha jedhe jibriil{A.S} jaalalla isaa san malikoota samii keessati lallaabee Rabbiin abaluun ni jaalataa isiniis jaaladha jedhan, nama rabbiin jaalate isaanis ni jaalatuโค
Nama tokko yoo Rabbiin jibbees jibriil(A.S) malikoota gaarati lallaabee nama kana rabbiitu jibbee isiniis jibbaa jedhan isaaniis ni jibbu๐ข
Dubartoonni Rabbiin abaaree rahmata isaa irraa isaan fageesse isaan kanaโคต
1๐ฝDubartii qaama ishee bareechisuuf jecha qaama ishee tumatuu fi tan tumtuu Fkn Niqqisaat isa jedhan fa'aa (Warra uumaa rabbii jijjiraan).
2๐ฝDubartii nyaara haaduu fi tan haaddatuu.
3๐ฝDubartii bareeduma barbaaduuf jecha ilkaan tumatuu fi tan tumttu.
4๐ฝDubartii rifeensa alaa fiddee ofitti qaxxaltu fi tan itti qaxxaltuใ Wiigii isa jedhamu saniใ.
5๐ฝDubartii yeroo Abbaan mana ishee hirribaaf gara sireeti waame didu.
6๐ฝDubartii dhiirati fakkaatu. Surree godhatee dhiraa wojii oluu faโaa
7๐ฝDubartii qabrii ziyaartu.
8๐ฝDubartii yeroo namni du'ee suuraa nama sanii qabatee boochiiftu.
9๐ฝDubartii rifeensa mataa ishee akka dalluu gaalaati ol dhaabdee hiitu.
10๐ฝDubartii uffaata qaama ishii mul'isu uffaate ummata keessa ooltu.
Jechaa kottii mittii jechaa Nabbii Muhamad Salallahu Aleyi wasalam issanis offirraa fudhanii hin dubataan waan Rabbiin Ajajee qofa nuttii gessaan ykn nuu dhaqabsisaan Nutiis Akkanumatii dhalotaaf dadabarsaa demnaa! !
Wontataa 10 kanaa kessaa tokkoo keessatii yoo Argamnee irraa debiโuun kenyaa dirqamaa!
Mee obollewaan issilamaa akkaa dawititii keesattii off haa laluu irraa haa baranuu! Namnii tokko akkaa baratuu yoo fetee shere godhii jazaa rabiratii heregadhuu issaa birraa hongoon hin jiruu!
Yaa rabbii rahmata kee irraa nu hin fageessin.
#Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin_yaa rabbii
@DrZakirNaikAfaanOromoo
https://t.me/DrZakirNaikAfaanOromoo
โชRabbiin ol ta'e nama tokko yoo jaalate jibriiliti hima ani nama kana ni jaaladha jedhe jibriil{A.S} jaalalla isaa san malikoota samii keessati lallaabee Rabbiin abaluun ni jaalataa isiniis jaaladha jedhan, nama rabbiin jaalate isaanis ni jaalatuโค
Nama tokko yoo Rabbiin jibbees jibriil(A.S) malikoota gaarati lallaabee nama kana rabbiitu jibbee isiniis jibbaa jedhan isaaniis ni jibbu๐ข
Dubartoonni Rabbiin abaaree rahmata isaa irraa isaan fageesse isaan kanaโคต
1๐ฝDubartii qaama ishee bareechisuuf jecha qaama ishee tumatuu fi tan tumtuu Fkn Niqqisaat isa jedhan fa'aa (Warra uumaa rabbii jijjiraan).
2๐ฝDubartii nyaara haaduu fi tan haaddatuu.
3๐ฝDubartii bareeduma barbaaduuf jecha ilkaan tumatuu fi tan tumttu.
4๐ฝDubartii rifeensa alaa fiddee ofitti qaxxaltu fi tan itti qaxxaltuใ Wiigii isa jedhamu saniใ.
5๐ฝDubartii yeroo Abbaan mana ishee hirribaaf gara sireeti waame didu.
6๐ฝDubartii dhiirati fakkaatu. Surree godhatee dhiraa wojii oluu faโaa
7๐ฝDubartii qabrii ziyaartu.
8๐ฝDubartii yeroo namni du'ee suuraa nama sanii qabatee boochiiftu.
9๐ฝDubartii rifeensa mataa ishee akka dalluu gaalaati ol dhaabdee hiitu.
10๐ฝDubartii uffaata qaama ishii mul'isu uffaate ummata keessa ooltu.
Jechaa kottii mittii jechaa Nabbii Muhamad Salallahu Aleyi wasalam issanis offirraa fudhanii hin dubataan waan Rabbiin Ajajee qofa nuttii gessaan ykn nuu dhaqabsisaan Nutiis Akkanumatii dhalotaaf dadabarsaa demnaa! !
Wontataa 10 kanaa kessaa tokkoo keessatii yoo Argamnee irraa debiโuun kenyaa dirqamaa!
Mee obollewaan issilamaa akkaa dawititii keesattii off haa laluu irraa haa baranuu! Namnii tokko akkaa baratuu yoo fetee shere godhii jazaa rabiratii heregadhuu issaa birraa hongoon hin jiruu!
Yaa rabbii rahmata kee irraa nu hin fageessin.
#Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiiin_yaa rabbii
@DrZakirNaikAfaanOromoo
https://t.me/DrZakirNaikAfaanOromoo
Beeksisa amma karaa telegram argachuu dandeessan tuquun galmaahaa
Dv (carraa amerikaa bahuu) karaa telegram maqaa keessanii kaaftanii hamma dhumaatti guutuun galmaahuun lakkoofsa fudhadhaa
Galmaahuuf >>>OK<<<
Lootirii Ethiopia galmaahuun book Acount keessan guutuun yoo isiniif bahe
Badhaafamaa
Galmaahuuf >>OK<<
Barattoonni akka Gaaffii afaan oromoo dorgomuun karaa book account keessanii badhaafamuu barbaaddan carraa tolaa kanatti fayyadamuun gaafficha irratti hirmaadhaa
Galmaahuuf >>>OK<<<
carraa gaarii abbaa carraaf
Hub. Dorgommiin kun kaffaltii hin barbaadu
Dv (carraa amerikaa bahuu) karaa telegram maqaa keessanii kaaftanii hamma dhumaatti guutuun galmaahuun lakkoofsa fudhadhaa
Galmaahuuf >>>OK<<<
Lootirii Ethiopia galmaahuun book Acount keessan guutuun yoo isiniif bahe
Badhaafamaa
Galmaahuuf >>OK<<
Barattoonni akka Gaaffii afaan oromoo dorgomuun karaa book account keessanii badhaafamuu barbaaddan carraa tolaa kanatti fayyadamuun gaafficha irratti hirmaadhaa
Galmaahuuf >>>OK<<<
carraa gaarii abbaa carraaf
Hub. Dorgommiin kun kaffaltii hin barbaadu
โซ๏ธBeekumsaaf barbaachisummaaan tattaaffii ofiiti
โซ๏ธKolfisiisuu
โช๏ธBohaarsuu
๐ดBarsiisuu
โซ๏ธHaala yeroon wantoota wol qabatan
โช๏ธgorsa xiinsammuu
โซ๏ธJechoota filatamoo
๐ดAsoosamoota filatamoo
โช๏ธWalaloo hedduufi bareedoo
โซ๏ธHawwatoo ta'an
๐ดQophiilee adda addaatiin
โช๏ธNu woliin bohaartu
Chaanela hojii
๐ @Abdii_Officialโ
@Abdii_Official
๐ @Abdii_Officialโ
@Abdii_Official
๐ @Abdii_Officialโ
@Abdii_Official
๐ @Abdii_Officialโ
Utuu yeroo itti hin kennin JOIN godhii nu woliin wolumaan woliif JOIN
๐๐๐๐๐๐๐
https://t.me/joinchat/AAAAAFSlsQ1PqMKkZ-NocQ
๐๐๐๐๐๐๐๐