Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
๐Ÿ˜ขุฅู†ุง ู„ู„ู‡ ูˆุฅู†ุง ุฅู„ูŠู‡ ุฑุงุฌุนูˆู† ๐Ÿ˜ข
๐Ÿ’”ูŠุง ุญุจูŠุจูŠ ุตุจูˆู†ุง ู…ุญู…ุฏ ๐Ÿ’”
ุฃู„ู„ู‡ู… ุงุบูุฑ ู„ู‡ ูˆุงุฑุญู…ู‡ ูˆุนุงูู‡ ูˆุงุนู ุนู†ู‡ ูˆุฃูƒุฑู… ู†ุฒู„ู‡ ูˆูˆุณุน ู…ุฏุฎู„ู‡ ูˆุงุบุณู„ู‡ ุจุงู„ู…ุงุก ูˆุงู„ุซู„ุฌ ูˆุงู„ุจุฑุฏ ูˆู†ู‚ู‡ ู…ู† ุงู„ุฐู†ูˆุจ ูˆุงู„ุฎุทุงูŠุง ูƒู…ุง ูŠู†ู‚ู‰ ุงู„ุซูˆุจ ุงู„ุฃุจูŠุถ ู…ู† ุงู„ุฏู†ุณ ูŠุงุฑุจ ุงู„ุนุงู„ู…ูŠู† ๐Ÿคฒ ๐Ÿ˜ข ูˆุงุณูƒู†ู‡ ูุณูŠุญ ุฌู†ุงุชู‡ ูˆูŠู„ู‡ู… ุฃู‡ู„ู‡ ูˆุฐูˆูŠู‡ ุงู„ุตุจุฑ ูˆุงู„ุณู„ูˆุงู†.
๐Ÿ˜ขInnaa lillaahi wa innaa ileeyhiraajiuun๐Ÿ˜ข

#Sabboonaa_Mohammed
Yaa Rabbii rahamata siif haa godhuu yaa Obboleessa kiyya qaali fi Gaarii namaa saddeettan jannataan si haa qananiisii qabrii isaa caffee jannataatirraa isaaf godhiif. Maati fi firoottan isaa hunda akkasuma aali fi ollaa sabrii fi imaana Rabbii haa kennuufii.

๐Ÿ’” Yaa du'a tan xiqqaa fi gudddadhatti adda nama hin fille Yaa guyyaa Murtiin geenyaan nama bira kutii hin qabne Aaaaaha wayiiii jiruu Addunyaa tana Namuu irrumaa warraa kan irrattii waaru waa hin jiruu.

Yaa Sabboo kiyya Rabbii rahamata siif haa godhuu ๐Ÿคฒ ๐Ÿคฒ ๐Ÿ˜ญ
๐Ÿ’•แˆฐแ‹ แˆ‹แŠ•แ‰ฐ แˆตแˆ‹แˆˆแ‹ แ‹แ‹ดแ‰ณ แŠ แ‰ตแŒจแАแ‰… แข แ‹จแˆฐแ‹ แˆแŒ… แˆแ‰ฅ แ‹ญแŒˆแˆˆแ‰ฃแ‰ แŒฃแˆ!!
๐Ÿ’•แŠ แˆ‹แˆ… แˆ‹แŠ•แ‰ฐ แˆตแˆ‹แˆˆแ‹ แ‹แ‹ดแ‰ณ แ‰ฐแŒจแАแ‰… แŠจแ‹ˆแ‹ฐแ‹ฐแˆ… แˆฐแ‹แˆ แ‹˜แŠ•แ‹ต แ‹ซแˆตแ‹ˆแ‹ตแ‹ตแˆƒแˆแŠ“!!
 #ALLAAH YEWDADEN MIRXOCHE
โฃ๐Ÿ’ž๐Ÿ’–๐Ÿ’œ๐Ÿ’™๐Ÿ’š๐Ÿ’›โฃ๐Ÿ’•๐Ÿ’ž๐Ÿ’“๐Ÿ’—๐Ÿ’˜๐Ÿ’
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐ŸŒด
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
โ˜†แˆžแ‰ต แŠ แ‹ญแˆจแˆณแˆ…แˆ แŠ แŠ•แ‰ฐแˆ แŠ แ‰ตแˆญแˆณแ‹โ˜†

@Maherzain123
Ana (me)
๐Ÿ‘‰ Na #Tuffachuun duratti - Na #Barsiisi.
๐Ÿ‘‰ Na #Shakkun duratti - Na #Gaafadhu.
๐Ÿ‘‰ Na #Arrabsuun duratti - Na #Gorsi.
๐Ÿ‘‰ Na #Hamachuun duratti - #Fuulduratti na gaafadhu.
๐Ÿ‘‰ Yoon #Dogoggore - Na #Sirreessi.
๐Ÿ‘‰ Yoon #Irraanfadhe - Na #Yaadachiisi. #Hubadhu

Gorsaa fi jacha babareeda arkachuf join godhi
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@hbbi11
@hbbi11
๐Ÿ‘‰Ati akka addunya khanaaf barabachisa akka taate bekhii๐ŸŒท๐Ÿ€๐ŸŒท

https://telegram.me/httpsHamzamohammed