Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Warri Qalbiin isaanii hin goggogin(hin gogin) cufamuun Masjiidaa isaan gaddisiisee akkasitti boohaa jiran.
Qe'ee Rabbii irraa fagaachuutu akkasitti isaan boochisa.
""Zamana guyyaan Jum'aa Jum'aa ta'uun dagatamu keessa waan seenne natti fakkaata. Rabbiin haala amma itti jirru kana ilaalee daran nutti dallanee lafarraa akka nun balleessineen sodaadha jechuun Aalimni kun akkasitti boo'an. Subhaanallah!
yaa rabbi dhukkuba kana nurraa deebisii nus gara Masjiidaa nu deebisi!
Forwarded from Bishaaraใ‚ท๏ธŽ
KHADIIJA ~ DA'AWA GROUP
Da'awas tahee walalo gara garalee arkachuuf channel kenya join godhaa
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@khadijadawagroup
https://telegram.me/khadijadawagroup
แˆแŒˆแŒ แ‰ แˆ‰แˆแŠ แŠฅแˆตแŠช
แˆตแˆแŠญ แˆตแŠ•แ‹ฐแ‹แˆ แ‹จแˆแŠ“แŠ“แŒแˆจแ‹ แ‹ฐแ‰‚แ‰ƒ
แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆˆ แˆˆแ‹ˆแŠ•แ‹ต!
00:00:59

แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆแŒ… แˆˆแŠฅแŠ“แ‰ฑ!
00:00:50

แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆแŒ… แˆˆแŠ แ‰ฃแ‰ฑ!
00:00:30

แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆแŒ… แˆˆแˆดแ‰ต!
01:23:59

แˆดแ‰ต แˆˆ แˆดแ‰ต!
05:29:59(แŠ แ‰คแ‰ต แ‹ˆแˆฌแ‹ซแ‰ธแ‹แŠฎ แŠ แ‹ซแˆแ‰…แˆ)

แˆดแ‰ต แˆแŒ… แˆˆแ‹ˆแŠ•แ‹ต!
call me back!๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

แ‰ฃแˆˆแ‰ตแ‹ณแˆญ แŠฅแŠ“ แŠฅแŠ”แŠ• " แŠ แ‹ญแˆ˜แˆˆแŠจแ‰ตแˆ(แŠ แˆซแ‰ต แАแŒฅแ‰ฅ)

แ‹ซแˆˆแ‹ แˆฐแ‹แ‹ฌ แŒคแŠ•แАแ‰ฑ แ‹ซแˆณแˆตแ‰ฃแˆ!๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


แ‹ญแŠผแŠ• แ‰ปแŠ“แˆ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰ แ‰ แ‹ฑแˆ‹แฃแ‰ แ‰†แŠ•แŒจแˆซแฃแ‰ แŒˆแŒ€แˆซแŠ“ แ‰ แŠญแˆ‹แˆฝ แŠ แˆตแˆแˆซแˆญแ‰ฐแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแŒˆแ‰ก แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แ‹ญแ‰ปแˆ แАแ‰ แˆญ๐Ÿ˜‚แฃแŒแŠ• แ‹‹แŠ“แ‹ แแ‰…แˆญ แАแ‹แข๏ธ
.
#แ‰ แ€แ‰ฃแ‹ญแ‰ฐแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰แŠ•แฃ#แŠฅแŠ•แ‹แŠ“แŠ“แฃ#แŠฅแŠ•แˆ›แˆ›แˆญแฃ#แˆแ‰ณ แŠฅแŠ•แ‰ แˆแข
๐ŸคแŠฅแŠฅแŠ•แŠณแŠ• แ‹ฐแˆ…แŠ“ แˆ˜แŒก๐Ÿ‘‹
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹Join us๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹
https://telegram.me/Maherzain123
แˆแŒˆแŒ แ‰ แˆ‰แˆแŠ แŠฅแˆตแŠช
แˆตแˆแŠญ แˆตแŠ•แ‹ฐแ‹แˆ แ‹จแˆแŠ“แŠ“แŒแˆจแ‹ แ‹ฐแ‰‚แ‰ƒ
แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆˆ แˆˆแ‹ˆแŠ•แ‹ต!
00:00:59

แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆแŒ… แˆˆแŠฅแŠ“แ‰ฑ!
00:00:50

แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆแŒ… แˆˆแŠ แ‰ฃแ‰ฑ!
00:00:30

แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆแŒ… แˆˆแˆดแ‰ต!
01:23:59

แˆดแ‰ต แˆˆ แˆดแ‰ต!
05:29:59(แŠ แ‰คแ‰ต แ‹ˆแˆฌแ‹ซแ‰ธแ‹แŠฎ แŠ แ‹ซแˆแ‰…แˆ)

แˆดแ‰ต แˆแŒ… แˆˆแ‹ˆแŠ•แ‹ต!
call me back!๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

แ‰ฃแˆˆแ‰ตแ‹ณแˆญ แŠฅแŠ“ แŠฅแŠ”แŠ• " แŠ แ‹ญแˆ˜แˆˆแŠจแ‰ตแˆ(แŠ แˆซแ‰ต แАแŒฅแ‰ฅ)

แ‹ซแˆˆแ‹ แˆฐแ‹แ‹ฌ แŒคแŠ•แАแ‰ฑ แ‹ซแˆณแˆตแ‰ฃแˆ!๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


แ‹ญแŠผแŠ• แ‰ปแŠ“แˆ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰ แ‰ แ‹ฑแˆ‹แฃแ‰ แ‰†แŠ•แŒจแˆซแฃแ‰ แŒˆแŒ€แˆซแŠ“ แ‰ แŠญแˆ‹แˆฝ แŠ แˆตแˆแˆซแˆญแ‰ฐแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแŒˆแ‰ก แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แ‹ญแ‰ปแˆ แАแ‰ แˆญ๐Ÿ˜‚แฃแŒแŠ• แ‹‹แŠ“แ‹ แแ‰…แˆญ แАแ‹แข๏ธ
.
#แ‰ แ€แ‰ฃแ‹ญแ‰ฐแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰แŠ•แฃ#แŠฅแŠ•แ‹แŠ“แŠ“แฃ#แŠฅแŠ•แˆ›แˆ›แˆญแฃ#แˆแ‰ณ แŠฅแŠ•แ‰ แˆแข
๐ŸคแŠฅแŠฅแŠ•แŠณแŠ• แ‹ฐแˆ…แŠ“ แˆ˜แŒก๐Ÿ‘‹
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹Join us๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹
https://telegram.me/Maherzain123
แˆแŒˆแŒ แ‰ แˆ‰แˆแŠ แŠฅแˆตแŠช
แˆตแˆแŠญ แˆตแŠ•แ‹ฐแ‹แˆ แ‹จแˆแŠ“แŠ“แŒแˆจแ‹ แ‹ฐแ‰‚แ‰ƒ
แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆˆ แˆˆแ‹ˆแŠ•แ‹ต!
00:00:59

แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆแŒ… แˆˆแŠฅแŠ“แ‰ฑ!
00:00:50

แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆแŒ… แˆˆแŠ แ‰ฃแ‰ฑ!
00:00:30

แ‹ˆแŠ•แ‹ต แˆแŒ… แˆˆแˆดแ‰ต!
01:23:59

แˆดแ‰ต แˆˆ แˆดแ‰ต!
05:29:59(แŠ แ‰คแ‰ต แ‹ˆแˆฌแ‹ซแ‰ธแ‹แŠฎ แŠ แ‹ซแˆแ‰…แˆ)

แˆดแ‰ต แˆแŒ… แˆˆแ‹ˆแŠ•แ‹ต!
call me back!๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚

แ‰ฃแˆˆแ‰ตแ‹ณแˆญ แŠฅแŠ“ แŠฅแŠ”แŠ• " แŠ แ‹ญแˆ˜แˆˆแŠจแ‰ตแˆ(แŠ แˆซแ‰ต แАแŒฅแ‰ฅ)

แ‹ซแˆˆแ‹ แˆฐแ‹แ‹ฌ แŒคแŠ•แАแ‰ฑ แ‹ซแˆณแˆตแ‰ฃแˆ!๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜œ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡


แ‹ญแŠผแŠ• แ‰ปแŠ“แˆ แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰ แ‰ แ‹ฑแˆ‹แฃแ‰ แ‰†แŠ•แŒจแˆซแฃแ‰ แŒˆแŒ€แˆซแŠ“ แ‰ แŠญแˆ‹แˆฝ แŠ แˆตแˆแˆซแˆญแ‰ฐแŠ• แŠฅแŠ•แ‹ตแ‰ตแŒˆแ‰ก แˆ›แ‹ตแˆจแŒ แ‹ญแ‰ปแˆ แАแ‰ แˆญ๐Ÿ˜‚แฃแŒแŠ• แ‹‹แŠ“แ‹ แแ‰…แˆญ แАแ‹แข๏ธ
.
#แ‰ แ€แ‰ฃแ‹ญแ‰ฐแ‰€แˆ‹แ‰€แˆ‰แŠ•แฃ#แŠฅแŠ•แ‹แŠ“แŠ“แฃ#แŠฅแŠ•แˆ›แˆ›แˆญแฃ#แˆแ‰ณ แŠฅแŠ•แ‰ แˆแข
๐ŸคแŠฅแŠฅแŠ•แŠณแŠ• แ‹ฐแˆ…แŠ“ แˆ˜แŒก๐Ÿ‘‹
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹Join us๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹๐Ÿฆ‹
https://telegram.me/Maherzain123
Forwarded from Deleted Account
๐ŸŒทAssalamualyeekum
๐ŸŒทWorahamtullaahi
๐ŸŒทwobarakaatuhu

โ™ป๏ธQophii ramadaanaatiif waan nama buhaarsaniifii barnoota ajaa'ibaa waa'ee soomanaarraa qabannee isiniif dhufaa jirra
#Chanel kana @Keyralumma
JOIN gochuun argachuu dandeesu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Forwarded from Islamicbot
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnutemiya qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
OSOO HIN HUBATIN NAMATTI HIN MURTEESSIN


Mucaan umri 24 tokko maatii isaati wajji baaburan deemu Jira.

mucaanis Akkuma daa'imatti fuulli isaa ifee

"Abbaa ko laal!! Mukkeen hundi gara Duuba fiigu jiranii! " ja'en.

Namoonni baabura keessa naannoo isaani jiran amala daa'imummaa mucaa isaan ajaibu eegale.

Tiqqo turee ammas Mucaan gammachuudhan guutamee, "laal abbaa duumessi nu wajjiin fiigu Jira " ja'en,

Hoggaa kana namtichi fuula isaani dura taa'u tokko amalli daa'imummaa mucaa kun itti heddumannaan abbaa mucaatin "maalif ilma kee kana doktora bira geessite hin laalchifne " ja'en ,

Abbaanis "geessetin laalchisee deebi'uu jirra. Ilmi kiyya dhaloota isarraa eegalee arguu hin danda'u ture, har'a baqaqsanii yaaludhan (opprassion) arguu danda'e " ja'en!!!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Share godhi
Yaa rabbi kiyya baati ramadana mana khe kabjamati nama dabrsuu nu godhii ilhaana
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
๐Ÿ”ถ #ู‡ู„_ุชุนุฑู_ู…ุง_ู‡ูˆ_ุจุงุจ_ุงู„ุฑูŠุงู† ุŸ!

#ุญู€ุฏูŠู€ุซ_ุงู„ู€ูŠู€ูˆู… โ˜˜๐ŸŒทโ˜˜

โ–ซ๏ธุนู† ุณู‡ู„ ุจู† ุณุนุฏ ุงู„ุณุงุนุฏูŠ - ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ุŒ ู‚ุงู„:

๐Ÿ“ #ู‚ุงู„_ุงู„ู†ุจูŠ ๏ทบ :

๐Ÿƒ๐ŸŒธ๐Ÿƒ ๐ŸŒน๐Ÿƒ๐ŸŒธ๐Ÿƒ

๏ปฟ" ุฅูู†ู‘ูŽ ูููŠ ุงู„ู’ุฌูŽู†ู‘ูŽุฉู ุจูŽุงุจุงู‹ ูŠูู‚ูŽุงู„ู ู„ูŽู‡ู ุงู„ุฑู‘ูŽูŠู‘ูŽุงู†ูุŒ ูŠูŽุฏู’ุฎูู„ู ู…ูู†ู’ู‡ู ุงู„ุตู‘ูŽุงุฆูู…ููˆู†ูŽ ูŠูŽูˆู’ู…ูŽ ุงู„ู’ู‚ููŠูŽุงู…ูŽุฉูุŒ ู„ูŽุง ูŠูŽุฏู’ุฎูู„ู ู…ูŽุนูŽู‡ูู…ู’ ุฃูŽุญูŽุฏูŒ ุบูŽูŠู’ุฑูู‡ูู…ู’.
๐Ÿ‘‰Janata keessa hulaalee jira hulaa san kheessaa takka hulaa Warraa soomane qoftin seenu ykn baabu rayyaan ja'amtu
Guyyaa Qiyaama isi ni seenan warrii soomana qabu qofa seena isaani wajjiin namni takkalleenu hin seenu
ูŠูู‚ูŽุงู„ู ุฃูŽูŠู’ู†ูŽ ุงู„ุตู‘ูŽุงุฆูู…ููˆู†ูŽ ุŸ
Mee Warrii soomanee???

ููŽูŠูŽุฏู’ุฎูู„ููˆู†ูŽ ู…ูู†ู’ู‡ูุŒ ููŽุฅูุฐูŽุง ุฏูŽุฎูŽู„ูŽ ุขุฎูุฑูู‡ูู…ู’ุŒ ุฃูุบู’ู„ูู‚ูŽ ููŽู„ูŽู…ู’ ูŠูŽุฏู’ุฎูู„ู’ ู…ูู†ู’ู‡ู ุฃูŽุญูŽุฏูŒ "
Ni seenan hulaa warra soomana san hogguma isaanirra kha irraa booda seene hulaan Tun cufamti eegas booda namni takkaleenu hin seenu jachuudha

โ˜žRabbiin warraa soomana kana dhaqqabattee akkasitti soomanee hulaa baabu rayyanirra yaamamu nuhaa taasisu ...Aammiiiiiin

๐Ÿ“” ู…ุชูู‚ ุนู„ูŠู‡ [ุฎ(1797)ุŒ ู…(1152)]

๐Ÿƒ๐ŸŒธ๐Ÿƒ
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
๐Ÿ‘‰akka Namni hamtuu ifii dhoysutti kheyrii (toltuu)isaanii dhoysan muslimtoonni duraanii!
Kheyrii dallagadhu garu

#kheyrii_tee _dhoysi!

#Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ godhun nu hordofa jzkeyran ๐Ÿ’

@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Nashiidalee Babareedu Qalbii nama Fuutu inshaa Allah Yeroo dhihotti nu eegadha isiniin janna Nashidaalee Arkachuuf Channel keenya Join godha
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@hbbi11
@hbbi11
Forwarded from Islamicbot
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnutemiya qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
#Join ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘Œ godhun nu hordofa jzkeyran ๐Ÿ’

@Maherzain123
@Maherzain123
@Maherzain123
Way Harka Kiyya !! Way Kiisha Kiyya !! ๐Ÿ“– Seenaa Ajaa'ibaa
โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข
By: Qilleensi Nasrii Bubbise

๐ŸšฆSeenaa kana Aalima beekkamaa jaalatamaa Muhammad Al Ariifii tu ุญูุธู‡ ุงู„ู„ู‡ kitaaba isaanii mi'aawaa (ุงุณุชู…ุชุน ุจุญูŠุงุชูƒ) je'smu keessatti nuuf galmeessan...

๐ŸŒนGaafa tokko Abbaan warraa galee erga erbaata nyaatee uffata isaa baafatee fannisee hirribaaf siree irra ciisee uffata uffatee rafe.

๐Ÿ‘ธHaati manaa isa duubatti haftee hanga inni rafuu eeydee ...Inni rafee arginaan suuta deemaa gara uffata isaa dhuftee kiisha surree harka keettee mallaqa inni qabu akkuma jiruun kiishaa mallaq gootee...Awwaltee ofirraa isiinis (Isa jala seentee rafte) !!! ๐Ÿ˜ƒ๐Ÿ˜ƒ

๐ŸŒดGanama wayta lafti bariitu Abbaan warraa gara dalagaa deeme !! Wayta dalagaa raawwatee eddoo bashannanaa seenee mallaqa laalu ...Mallaqni kiisha hin jiru !! Namtichi dhaabateetumaan dhama'ee ๐Ÿ™‰ rifate !! Garuu boodarra akka isiin fuute erga mirkaneeffatee ka'ee....deemee....Garuu beeki galee hin arrabsine ...Galee hin tumne...Ee dhugaa dha !!! Inni nama sammuun nagaya qabdu waan ta'eefi !! Mala beeka ...Tumaafii balaa hin beeku !!! Inni "Ibiddi bishaaniin dhaama malee...Ibiddi ibiddaan dhaamaa hin beeku !!""

๐ŸŒธGalgala eegee...Suuta je'ee Raacha du'e fuudhee (Wahiin maree) kiisha kaayatee ....Akka isiin edanallee kiishatti deebitu beekaa...Ofirraa erbaata ofii liqimsee uffata baafatee surree Raachi keessa jirullee fannisee birdi libsii uffatee akka waan hirribni qabee rafee fakkeessee...Ofii ija keessaan qaqal'isee isii eegaa jira !!! Hhhhh....

๐Ÿ˜ƒIsiin gaa .. Akkuma edaa mallaqa guura jettee...Inni rafe seetee suutaa deemaa ....Yaa Rabbi....Suuta deemaa dhufteeee....Wayta isiin harka kiisha nayxu waan qabbanaawaa tokko argite !!๐Ÿ™‰
Yoo isiin suuta ol harkiftee baaftu wanti....Raacha ๐Ÿ™ˆ !! Hhhhhh...

๐Ÿ™ŠBooda rifattee " Uuuu way harka kiyya !!". Jennaan....Abbaan warraa kan kana argatee ree innillee " Uuuuu way kiisha tiyya !! " je'a ol utaale !!! Hhhhhhh ๐Ÿ˜€๐Ÿ˜€ !!

Dubbiin dhumate....Amma booda isiin kiishatti deebitii ???!!!,...Lakki ....Hin tumne ...Hin himanne...Hin arrabsine. ..Hin xiqqeessine !!! Karaa gabaabaan waan dheeraa tolche ! Osoo tumee isiin ni gadoofti malee hin sirrooftu !!! Namni gariin jaartii isaa tumaan qajeelcha je'ee tan haftee jaartii goobse quubsa....Tan duraan haalli isii akka adurree.... Tumaa barattee leenca taati !! Yoo tumaa baratte...Sillee si tumuu jala qabdi !! Afaaniin si arrabsuu baratti !! Lakki...Amantiin teenya nama rakkisuu... Jiruu dirqii hin qabdu !! Rasuulli SAW haqa yataamaatiif haqa dubartii osoo jabeessanii dhaaman duniyarraa deeman !!! ุนู„ูŠู‡ ุงู„ุตู„ุงุฉ ูˆุงู„ุณู„ุงู… !!
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
MAHER ZAIN โ˜ž Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123