๐ Way Ya Rabbi kiyya barana maluma arka dhagaya jirra.Tan baranatun Aja'ibumabar ๐
Gurba tokko Polisin isa qabde kabalan dhoytee. Dubas Yero kana Gurbanis Polistichan akkana ja'en:- Ati kabalan nadhawunke huma rakko hin qabu tan sani booda seeran walgafannaa. Garu Harkake kan kabalan nadhoytensan Sabunafi Alkholidhan sirritti dhiqattee jirtami hin ja'un seta.๐๐๐๐
โฌโฌโฌโฌโฌ
https://telegram.me/httpsHamzamohammed

โจโจโจโจโจโจโจโก๏ธโก๏ธโก๏ธ
Iccitii yeroo gabaabaatti badhaadhuu beektuu? Maloota qusannaa qarshii fi gosa hojii dafanii ittiin badhaadhan gorsa argachuuf yo barbaddee.

Forwarded from Deleted Account
๐ค๐คABDI PROMOTION๐๐:
๐น Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Ibnuabbaas qunnamaa!!
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐

LikeBot:
โ๏ธโ๏ธ Jireenyi maali? โ๏ธโ๏ธ
Hiikni Jireenyaa akka siif galu yoo barbadde idoollee armaan gadii sadan(3n) kana deemi.
1. Hospitaala
2. Mana hidhaa (sirreesaa)
3. Iddo awaalcha(qabrii)
Hospitaalatti, wanti tokkollen kan fayyaa caalu akkaa hin jirre hubatta.
Mana hidhaa(sirreessa)tti, walabummaan fi Bilisa ta'aani deemuun halaan barbaachisaa akka ta'e huubatta.
Iddoo Awaalchatti(qabrii), dacheen ati Har'a milaan irra deema jirtu boru akka qorqorroo kee akka ta'u dhugoomsatta.
Kuni Dhugaa Hadha'aa๐
nu Marti wan tokko malee Adunyaa kana irra dhufne akkasumatti wan tokko malee Adunyaa kana iraa demuuf teenya.... Kanafuu yeroo mara mataa kee gad qabiiti Rabbiif Galata galchi.
Dhibee amma Adunyaa kana Weraraa jiruufis Abbaan Furmaata Rabbii tokkicha waan ta'eef Harka kee ol qabiiti Rabbii kee Karadhu saniitu Furmaataati.
Yaa Rabbii Furmaata nuuf laadhu ati ni dandeessaati.๐
@Ibnutemiya6 @Keyralumma
โ๏ธโ๏ธ Jireenyi maali? โ๏ธโ๏ธ
Hiikni Jireenyaa akka siif galu yoo barbadde idoollee armaan gadii sadan(3n) kana deemi.
1. Hospitaala
2. Mana hidhaa (sirreesaa)
3. Iddo awaalcha(qabrii)
Hospitaalatti, wanti tokkollen kan fayyaa caalu akkaa hin jirre hubatta.
Mana hidhaa(sirreessa)tti, walabummaan fi Bilisa ta'aani deemuun halaan barbaachisaa akka ta'e huubatta.
Iddoo Awaalchatti(qabrii), dacheen ati Har'a milaan irra deema jirtu boru akka qorqorroo kee akka ta'u dhugoomsatta.
Kuni Dhugaa Hadha'aa๐
nu Marti wan tokko malee Adunyaa kana irra dhufne akkasumatti wan tokko malee Adunyaa kana iraa demuuf teenya.... Kanafuu yeroo mara mataa kee gad qabiiti Rabbiif Galata galchi.
Dhibee amma Adunyaa kana Weraraa jiruufis Abbaan Furmaata Rabbii tokkicha waan ta'eef Harka kee ol qabiiti Rabbii kee Karadhu saniitu Furmaataati.
Yaa Rabbii Furmaata nuuf laadhu ati ni dandeessaati.๐
@Ibnutemiya6 @Keyralumma
โจโจโจโจโจโจโจโก๏ธโก๏ธโก๏ธ
Iccitii yeroo gabaabaatti badhaadhuu beektuu? Maloota qusannaa qarshii fi gosa hojii dafanii ittiin badhaadhan gorsa argachuuf yo barbaddee.
Iccitii yeroo gabaabaatti badhaadhuu beektuu? Maloota qusannaa qarshii fi gosa hojii dafanii ittiin badhaadhan gorsa argachuuf yo barbaddee.
โค||Araarama Rabbirraa||โค.
Ergamaan Rabbii akkana jedhan:-// Salaatni shanan, Jumuaan hanga Jumuaatti, Soomanni ji'a ramadaana hanga baatii ramadaan Waggaa kaaniitti , Dilii namarraa Haqxuudha Waan dilii Gurguddoo hin dabalatininiin.\\โค
๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค๐ค
*โ ุนู ุฃุจู ูุฑูุฑุฉ ุฑุถู ุงููู ุนูู ูุงู :*
*ูุงู ุฑุณูู ุงููู ๏ทบ :*
*(( ุงูุตููููุงุชู ุงูุฎู ุณู ูุงูุฌู ูุนุฉู ุฅูู ุงูุฌู ุนุฉ ูุฑู ุถุงูู ุฅูู ุฑู ุถุงูู ู ูููููุฑุงุชู ู ุง ุจููููููู ุฅุฐุง ุงุฌุชููุจู ุงูููุจุงุฆุฑ )) .*
*๐ |[ ุฑูุงู ู ุณูู : (ูขูฃูฃ) ]| .*
๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ๐ผ

Forwarded from ฤฃลฃ cartoon illustration
โ Ashamaa Akkam jirtan?
Arran tana channel barreeda isiiniif qabannee dhufne Jirra takka filaadhuudhan. Join godha

Gammachu fi rahaa yoo barbade ๐๐๐Rabbi khe wajji hariiroo heddumysii
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Way kaafira
-Gaafa rabbi sodaadhu waraanni rabbii jabaadha siin ja'an nididde gaa
-silaa gowwummaa tee Khan waraanaa fi Tankiin sitti dhufu seetee way jaahila ja'i
-Khuno gaddaafan teysen Nullee dhahuuf deemti fakkaatti
-Yaa rabbi Nuun hin dhahin ๐
๐rabbumaan addaan nuha lalaatu yaaboo๐

Forwarded from MAHER AHMEDโ Official
โRHAMZAN~BOY
โ
๐Nasriin Diinii Yoomumaa Laataa:
#Dubbii_ Ajaaibaa tana dubbisii Sher godhii...
Ajiib Ajiib Dinqiisisoo ykn Koroonaa Mee xinxaalaa yaa ummataa Islaamaa
Sheekaa tokkotuu akkanaa jedhee..
Shukraan Yaa Koroonaa jabeenyaa rabbii garsiiftee.
Shukraan Yaa Koroonaa Kiisingii ๐๐ dhabamsiiftee.
Shukraan Yaa Koroonaa Night club cufsiiftee.
Shukraan Yaa Koroonaa Zinaa dhabamsiiftee.๐๐๐๐๐๐
Shukraan Yaa Koroonaa Azaanaa lalaabsiiftee fknf biyyotaa akkaa Xaaliyaan,ispeen fi k k fakaataan hedduu keessatti Azaanii woggaa 500f addaan turee ammaa sabaaba Koroonaatiif Azaanamaa jira.๐
๐๐Kun bu'aa Koroonaati kan galateefamaa Jiruu dhibee osoo hin taanee bu'aa isaatii.๐๐๐
Shukraan Yaa Koroonaa jabeenyaa rabbii garsiiftee.๐๐
Shukraan Yaa Koroonaa worraa kadhaa rabbii irraa boonaan haalaa xiqaatoo ta'aniin isaan ajeeftee.๐๐๐๐
Shukraan Yaa Koroonaa nama hedduu Islaamummaa qabachiiftee.๐๐๐๐๐
Shukraan Yaa Koroonaa malaattoo qiyyaamaa garsiiftee.๐๐๐๐
Shukraan Yaa Koroonaa balbalaa haraamaa hedduu cufsiiftee.๐๐
Shukraan Yaa Koroonaa gumaa islaamaa baafte.
โชAmmoo Miidhaa Kee Yaa Koroonaa harameeynii๐๐ cufsiiftee..
โชYaa miidhaa kee koroonaa masjiidaa ๐cufsiiftee
โชYaa miidhaa kee koroonaa gabrootaa rabbii manatii salaachiiftee..
๐Yaa Koroonaa rabbiin Keeyrimaaf si ergee ummataa Islaamaa na jalaa hin tuqiin yaa rabbii yaa mootii...
Toowbaa jabeessaa bkkumaa jirtaani akkaa rabbiin nu baasuu balaa kana keessaa. ๐๐๐
๐Astagfirullaah๐๐๐๐๐
๐Astagfirullaah๐๐๐๐๐
๐Yaa ummataa Islaamaa duu'aa'ii jabeessaa rabbiin nuu haa baasuu balaa kana keessaa.
๐๐Booyii rabbii kee kadhuu yaa rabbii ati hin dandeessaa najaa nu baasuu balaa kana keessaa๐๐๐๐๐๐๐๐
๐คWonnii beekuu qabnuu kan galateefamee dhibee osoo hin taanee bu'aa isaatii.๐๐๐
๐Kana beekuu qabduu yaa uumataa Nabii Muhammad [SAW]๐๐
S.A.W.๐๐
S.A.W. Nabii irratti salawaata
S.A.W.๐๐
๐๐
S.A
https://telegram.me/Maherzain123

Telegram
MAHER ZAINโ Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana๐ดjoin๐ด godhaa jzk kheyran
@Maherzain123
https://youtube.com/@maherahmedo?si=3DHEnmyT9SBpcCPd

#Oduu_Aammee !
Yaa Hawaaaa kiyya Labsiin Arra Bulchiinsi Magaalaa Dirre dhawaa baase kana Fakkaata. Share Waliif godhaa Warreen Afaan Amaariffa Dubbisuu hin dandeenye biraan naaf gahaa .
Muaz Mohamed Irraa
โ Imalli Tiraanspoortii Gara Dirre dhawaa Kan seens ta.ee kan bahu booru Bitooteessa 23 / 7 / 2012 Irraa Eegalee yeroo Hin Murtooyneef ( Unlimited time )Akka dhaabbatu .
โ Akkasuma Tajaajilli Tiraanspoortii Biyya keessaa Abbaa Garii ( Baala gaarii ) Irraa eegalee hanga Minibaasitti Yeroo hin Murtooyneef ( Unlimite time ) Akka Dhaabbatu
โ Gara kallattii kamiinuu Hulaaleen seennaa tan xarafa Dirre dhawaa tti argamtu akka cufamtu
โ Iddooleen Gabaa hawaasni itti haajomu kamuu kan akka Taaywaan , Ashawaa , Kooneel , fi k.k.f Iddoolee gabaa Boorurraa Eegalee yeroo hin Murtooyneef akka Cufaman
โ Faabriikkaaleen Humna Ol_aanaa qaban Hojjattootaaf boqonnaa kannuu , Dabaree dabareen hojjattoota akka hojjachisiisuufi Humna hojii akka xiqqeessu
Hubachiisa : kan gara biyyaatti seenu Humnoonni Akka Beenziilaa , Naaftaa Kuduraa , fi Muduraaleen Akkasuma Meeshaaleen Barbaachisoo Loojoostikii Ammaaf Hin Ilaallatu
Biiroo Bulchiinsa Dirre Dhawaa irraa
Bitooteessa 22/07/2012