Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Duaii rasullii s.a.w godhachuu turee khana irra dadeebinee haajannu inshaa allah obaleeyan โค๏ธ๐Ÿ‘† rabbin ni dandayaa balaa dhukkuba khanaa nurraa haa fudhu inshaa allah ๐Ÿ˜”๐Ÿคฒ๐Ÿป
เผ„๐‘ผ๐’Œ๐’•๐’Š๐’Š ๐‘ป๐’Š๐’š๐’š๐’‚เผ„
~ Rรฃbรฎรฎรฑ nuuf haa lafisu hijaba ufachu
~ Sirriti ufane qama satarachu
~ Rรฃbรฎรฎรฑ sodane haqa rabii gutu
~ Hara hojane janta bitachu
~ Rรฃbรฎรฎรฑ nรปรป haa bararu adunya jalachu
~ Sure uffane qiyama gubachu
~ Rรฃbรฎรฎรฑ nรปรป haa godhu nama satartu
~ Hara satarane boru janta argatu
~ yรฅรฅ nama hara hijaba ufatu
~ Rรฃbรฎรฎ offi sodate qama satartu

~ Rรฃbรฎรฎ gudan janta issa sii haa badhafa
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
โ˜…โ˜…Ibsa Walii galtee Miseensa paarlaamaa Tokkummaa Dargaggoota D.D..
Balaa yeroo ammaa akka guutuu biyyaatti yaachiftuu taate dhukkuba koronaa jechuun kan maqaan moggaafameefi Nama hedduu galaafate jiruu akka Hawaasa Muslimaatti Gamtaan dargaggoota magaalaa dirre dhawaa fi Gamtaan Ulamaa'iidhaan waliin tahuun Ibsa armaan gadii kanaatu labsamee.
1. Guyyaa kamisa As deemu jiru kana Namuutu akka soommanuu fi Quraana 30 buusun akka Masjiid Naannoo isaa jirutti Akka Rabbi khadhannu dhaamsa dabarsan.
2.Hawaasni magaala teenyaa keessaafu qamni dargaggeessaa Haala Hamaa Zamana dhihoo Amata takka duraa maqaa sabaatin,maqaa gandaatin Gochoowwan suukanneessaa Raawwatamaa ture San Irraa akka Gama Rabbii Tawbaa deebinu.
3 wantoota dhukkuba kanaaf Nama Saxilan Irraa Fagaachuu sababa godhuun dirqama waan taheef.
4.Oduu dhugaa fi soba tahuu isii odoo gargar hin Baafatin akka hawaasa Hin burjaajeessine
Galatooma
Share waliif godha
Miseensa Paarlaama Tokkummaa fi Gamtaa Ulamaa'ii Magaala.D.D
Guyyaa 18/03/2020
Yaa rabbi kheyrii dalagu nuuf laafisi ta daleynes nurra qeebalii๐Ÿ™๐Ÿ™
As wr wb Kabajamtoota Obboleeyyan keenya Qaqqaalii

Akkuma beekkamu Gareen ( Jama'aan ) Al _ Istiqaamaa Da3wa Group Nashida " Ya Halim jattu amma dura isiniin gahanii turuun isaanii ni yaadatama

Amma nashiidaa haarawa " Rahima Jattu guyyaa muraasa boodaa toorarratti kan isiniif maxxansan tahan

Insha allah Obsaan Nu eeggadhaa !

Share waliif godhaa!

MAHER ZAIN โ˜ž Official
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee araachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa jzk kheyran

@Maherzain123
https://t.me/Maherzain123
Forwarded from Deleted Account
๐ŸŒน Chaanaalota babbareedoo fi jaalatamoo barnoota irraa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaannee jirra.
Maarree isinis join godhaa !!
Warreen chaanaalii beeksifachuu barbaaddan immoo @Anis_baratadha qunnamaa!!
๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™๐Ÿ™
Wlh wan ajaaibti
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Nashiidaa ajaa'ibaa ( RAHIIMA ) jattu haala addaatiin qabatanii dhufaa jiran gareen al istiqaama da3wa group . Mee namuu Wellcome ja'aa naaf simadhaa

@Hanuudi_Mohamed