Oromo new nasheed 2020
<unknown>
Yaa rahaman - Amazing 😉 Afaan Oromoo Nasheed 👆
Watch "Guyyoo Waariyoo Kan lammaffaa Dhalatee jira bar. Muslima Ahmed Ja.ama Mee Numa Dhaggeeffadhaa" on YouTube
https://youtu.be/PCAPgKIs3hw
https://youtu.be/PCAPgKIs3hw
YouTube
Guyyoo Waariyoo Kan lammaffaa Dhalatee jira bar. Muslima Ahmed Ja.ama Mee Numa Dhaggeeffadhaa
Warreen Channel keenyaf haarawa taatan #subscribe godhuu hin dagatinaa !
Forwarded from Tooftaa Jireenyaa
✋ Ashamaa Akkam jirtan?
Arran tana channel barreeda isiiniif qabannee dhufne Jirra takka filaadhuudhan. Join godha
Arran tana channel barreeda isiiniif qabannee dhufne Jirra takka filaadhuudhan. Join godha
#Turkey| «Ilma Baba Erdogan»
Ilma Abbaatti bahe!
Ilma Baba Erdogan kan ta'e Bilal Erdogan Shamarran Turkii kanneen Qur'aana guutuu isaa sammuutti haffazan/qayyabatan eebbisiisee jira.
Maashaa Allah!
Rabbi irraa haa jaallatu.
https://telegram.me/httpsHamzamohammed

Yeroo tee waan sin fayydane dabrsuu irra if qusadhu...
Namni waan hin taneen shakhalamu mallato rabbin gabricha sanirra garagaluti Hasanul basri odeeyse rahimahuallah
Namni waan hin taneen shakhalamu mallato rabbin gabricha sanirra garagaluti Hasanul basri odeeyse rahimahuallah
Watch "Guyo wariyo 2ffaa ( Muslim Ahmed) Waliin Interview guutuu isaa dhaggeefadha" on YouTube
https://youtu.be/Qx8SV9dVsPs
https://youtu.be/Qx8SV9dVsPs
YouTube
Guyo wariyo 2ffaa ( Muslim Ahmed) Waliin Interview guutuu isaa dhaggeefadha
Warreen channel keenyaf haarawa taatan #subscribe godhaa !
Forwarded from Badrudin Ahmed
#Nama_hin_Tuffatin_Haraamii.
Rasuulli Rabbii ﷺ Akkana Jechuun Dubbatan "Muslimni Tokko Muslimaa Biraatiif obbolleessa Isa Hin Dogongorsiisin(isa hin xiqqeeysin) Kufaatii Isaa Hin Hawwin Isaas Hin Tuffatin Dilii nama halaakturra Obboleesa isaa tuffachuun qoftii isaaf gayaa " Jedhaan
{ Sahiiha Muslimtu gabaase)
@badrudin_ahmed