Muslima tahani salaata male jiraachun
Nama tahani morma male jiraachudha
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Nama tahani morma male jiraachudha
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Deleted Account
☀Yero takka wanuma khana filadhu san boda wan aja'iba arku malta 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
🌴 Gaf tokko muca yatima tokkootu ture Inni kun abban isa oso inni garaa hadha Isa keysa jiru bira du'edha.
➡ Mucankun hadha isati wajjin qabri abba isa ziyaruf oso dema jirani yero qabri biratti dhiyatan bakka " Abwaa.a " ja.amtu biratti Hatii isaa lafa dhoyte kufte. Hogga kana mucan Heddu Rifate. Hadha isatanas sakaranni itti dhufe. garu hin du.in dura muca isikana ifitti qabde dhungatte
boche😭😭 mucanis Hadha Isa wajjin boyee😭😭😭 osuma akkasj jirani Hati isatis dute.
➡ Yero Hati isa dutusan. intalo takka tan ummu eyman " ja.amtuutu achibira jira ture. Egadi Haadha isa fuute fooxaa ifirra baste Hadha muca tan dutetti khafante akkasitti muca wajjin hadha Isa awwaltef.
➡Egasi mucanis qabri haadhaa gubba ta'e booyee😭 ammas qabri abba isabiras dhaqe booye😭 akksitti karamana ifirra gale.
Mokkoramuun karaa ambiyotaatii Nabin Kenya (ASW) hadiisanis dubbatan.
👉 Garu mucan sun eenyu lata???
✴ Bar mucan san Nabiyyi Rabbiiti(ASW)
صلى الله عليه وسلم ♥♥
🌷irra caala uumaa rabbi.
🌷irra caala nama dachi tana irra jirateti.
🌷irra nama akhlaaqa qabu.
🌷 irra nama amanamaadhati.
🌷irra cala nama rahmata namaf godhuti
🌷irra kabajaa namatibar.
🌷 Nama taajiraa fi miskiinumman adda sin basnebar.
🌷 gara laafaa namatibar.
🌷dhugaa dubbata nama hundatibar.
🌷irra jaalatama nama hundatibar.
🌷 irra oobsaa namatibar.
🌷 kan faana tolu.
🌷 kan demu deminsa tolu.
🌷 kan dhabbatu dhabbina tolu .
🌷 kan haasawu haasawa tolu.
🌷 kan wan amala gaarii ja.ame hunda fayame Nuraan jaramebar.
NAGAYAFI RAHMANNI RABBII OL'ANA IRRA TAHE IRRATTI HAJIRATUU.
صلى الله عليه وسلم♡♡
صلى الله عليه وسلم♡♡
صلى الله عليه وسلم♡♡
صلى الله عليه وسلم♡♡
صلى الله عليه وسلم♡♡
Egaa dubbiste boda obbaleyyan kenya Kan muslimatif Share fi Forward godhun keyri carraqqadhu jazakallah 🙏
⬇⬇⬇⬇⬇
Peji kenyas Join godhun nu hordofa ittis wal afera jazakallah🙏
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️♻️

Yeroo takkatti Namni 300 guutuun amantii islaamaa qabatan Allaahu Akbar. Kun kan tahe biyya Indonesia keessattii dha. Osomaa diinonni islaamaa amantii tana akkamitti addunyaa irraa dhabamsiifna jedhan Rabbiin immoo amantii tana guddisaa jira.
Rabbiin akkana jedha Qur'aana kabajamaa keessatti "Ifaa Rabbii dhaamsuu fedhan Rabbiin garuu ifaa isaa guutuuf jira osomaa worri isatti kafaran jibbanuu".

🌼 ''Hubadhu'' Dubartin Hijaba walini bareddi. Hijaba walin Akka Urjititti midheydeti ifti. Hijaba walini Rabbii birattis jalatamtufi kabajamtu tate mullatti. Ammas ilma nama biratille Kabaja fi seenaa gari akkasin arkatti.
🌼 Dubartin Dirqama Rabbin isidha irra kaye fudhatte. qoda isif kanname jalatte Ajaja Rabbi gote ifsattarte. Yerosan Wallahi nama isisan arke Masha Allah irra ja'e gammade caala Rabbi Alamatitu irra gammada.
🌼 Hijaba kayachun Mallatto Imanatifi Soda Rabbi qabachuti ibsa. Kanafu Hijabni Dirqama Rabbin Sitti ajajedha. Hijaba kayyachun Addunya fi Akhirattille bu'a gudda sif qaba' tanaf Adara Ikti Hijaba hin lakkisin.
⬇⬇⬇⬇⬇
👇

Telegram
Hamza mohammed👉offical
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa
@hamzeshin
@hamzeshin
Forwarded from Dawaa Qalbii (Sammaan Seman)
🔶 #إذا_رأى_أحدكم_رؤيا .. ماذا يفعل ؟
🌊Namni yoo manaama/abjuu arge maal gochuu qaba?
🍃🌸🍃 🌹🍃🌸🍃
▫️عن أبي سعيدٍ الخُدرِيِّ - رضي الله عنه، قال:
🔄 abbaa sa'idal kidriyyii irra odeffamee, rabbii isarraa haa jaalatuu, jedhe
📝 #قال_النبي ﷺ:
📖 Nabbiyyiin jedhan (SAW)
" إِذَا رَأَى أَحَدُكُمْ رُؤْيَا يُحِبُّهَا، فَإِنَّمَا هِيَ مِنَ اللَّهِ، فَلْيَحْمَدِ اللَّهَ عَلَيْهَا، وَلْيُحَدِّثْ بِهَا،
✏️ Tokkoon keessan yoo arge manaama/abjuu jaalatu, manaamni/abjuun suni rabbi irrayyi, rabbii isaa haa galatoomfatu, manaamicha/abjuu sanas waan argeef, namattillee haa himu.
وَإِذَا رَأَى غَيْرَ ذَلِكَ مِمَّا يَكْرَهُ، فَإِنَّمَا هِيَ مِنَ الشَّيْطَانِ، فَلْيَسْتَعِذْ مِنْ شَرِّهَا، وَلَا يَذْكُرْهَا لِأَحَدٍ ؛ فَإِنَّهَا لَا تَضُرُّهُ "
❗️Yoo kan arge ta'e waan kanaan alaa waan jibbu irraa, manaamichi sheeyxaana irraayyi,Rabbitti haa maganfatu sharrii waan argee irraa, akka nama tokkottillee hin himne,manaamichis isa hin miidhu.
📕 صحيح البخاري (6985)
🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🍃🌷🍃🍃@Dawaa Qalbii🍃🍃🌷🌷🌷🌷🍃🍃🍃🍃🍃🌷🌷🌷🌷🌷🌷

Forwarded from ❤ أحبك يا رسول الله ❤
Namni haxxifate (haxxish je'e) maal godhuu qaba?
~Namni tokko yeroo haxxifate "Alhamdulillaah الحمد لله" jechuu qaba.
~Namni isa bira jiru ammoo nama haxxifatee "Alhamdulillaah" je'eef, "Yarhamukallaah يرحمك الله" je'ee du'aa'ii godhuufii qaba. (Yoo namni haxxifate san "Alhamdulillaah" hin ja'in garuu namni bira jiru kun du'aa'ii hin godhuuf).
~Yeroo du'aa'iin tun isaaf godhamte, namni haxxifate suniis deebisee nama du'aa'ii isaaf godhe saniif "Yahdiikumullaahu wayuslihu baalakum يهديكم الله ويصلح بالكم " jedhee du'aa'ii godhaaf!
Sunnaa rasuula keenyaa tana nama hangamtu itti hojjachaa jira???
~Kan itti jiru jabaadhaa, itti fufaa!
~Kan amma dura hin hojjatiniis ammarraa eegalaa hojii salphaa ajrii itti argattan kanatti fayyadamaa!
SUNNAAN JIREENYA BAREECHITI!
~"SHARE" Gootee nama biraatiin gahuudhaan ajrii tee baay'ifachuus hin dagatin!!!

Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Forwarded from Walaa_Meme (Wálàä👊 Örômø)
⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴⚪️⚫️🔴
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa
❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
♻️✅ Filadhaa fayyadamoo ta'aa 👋👋
Maal barbaaddu?
Hunduu jiraa. Waliin tanee Afaan kenya ha gudiis nu.
Warren. Channel kessan nu wallii beksiisu fettan gara kanan gal mash dandesan @walaaoromo
Warren VIP barbaadan garaa @walaaoromo nu kunamu ni dandesan
✅ @walaaoromo
😜 @walaaoromo
🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣🗣
Channel Keessan bekksifachuuf galmaa
⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo
⚡️: @walaaoromo
✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅✅
JOIN