Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
ุงู„ุณู„ุงู… ุนู„ูŠูƒู… ูˆุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ ูˆุจุฑูƒุงุชู‡
ุตุจุงุญ ุงู„ุฎูŠุฑ
Muslima tahani salaata male jiraachun
Nama tahani morma male jiraachudha

https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Deleted Account
โ˜€Yero takka wanuma khana filadhu san boda wan aja'iba arku malta ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Biyya lamaanittu nama ittiin gamnadu nu haa taasisu.๐Ÿ™

JOIN Godha
@officialrobsan
@officialrobsan
๐ŸŒด Gaf tokko muca yatima tokkootu ture Inni kun abban isa oso inni garaa hadha Isa keysa jiru bira du'edha.
โžก Mucankun hadha isati wajjin qabri abba isa ziyaruf oso dema jirani yero qabri biratti dhiyatan bakka " Abwaa.a " ja.amtu biratti Hatii isaa lafa dhoyte kufte. Hogga kana mucan Heddu Rifate. Hadha isatanas sakaranni itti dhufe. garu hin du.in dura muca isikana ifitti qabde dhungatte
boche๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ mucanis Hadha Isa wajjin boyee๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ๐Ÿ˜ญ osuma akkasj jirani Hati isatis dute.
โžก Yero Hati isa dutusan. intalo takka tan ummu eyman " ja.amtuutu achibira jira ture. Egadi Haadha isa fuute fooxaa ifirra baste Hadha muca tan dutetti khafante akkasitti muca wajjin hadha Isa awwaltef.
โžกEgasi mucanis qabri haadhaa gubba ta'e booyee๐Ÿ˜ญ ammas qabri abba isabiras dhaqe booye๐Ÿ˜ญ akksitti karamana ifirra gale.

Mokkoramuun karaa ambiyotaatii Nabin Kenya (ASW) hadiisanis dubbatan.

๐Ÿ‘‰ Garu mucan sun eenyu lata???

โœด Bar mucan san Nabiyyi Rabbiiti(ASW)
ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู… โ™ฅโ™ฅ

๐ŸŒทirra caala uumaa rabbi.
๐ŸŒทirra caala nama dachi tana irra jirateti.
๐ŸŒทirra nama akhlaaqa qabu.
๐ŸŒท irra nama amanamaadhati.
๐ŸŒทirra cala nama rahmata namaf godhuti
๐ŸŒทirra kabajaa namatibar.
๐ŸŒท Nama taajiraa fi miskiinumman adda sin basnebar.
๐ŸŒท gara laafaa namatibar.
๐ŸŒทdhugaa dubbata nama hundatibar.
๐ŸŒทirra jaalatama nama hundatibar.
๐ŸŒท irra oobsaa namatibar.
๐ŸŒท kan faana tolu.
๐ŸŒท kan demu deminsa tolu.
๐ŸŒท kan dhabbatu dhabbina tolu .
๐ŸŒท kan haasawu haasawa tolu.
๐ŸŒท kan wan amala gaarii ja.ame hunda fayame Nuraan jaramebar.
NAGAYAFI RAHMANNI RABBII OL'ANA IRRA TAHE IRRATTI HAJIRATUU.
ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…โ™กโ™ก
ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…โ™กโ™ก
ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…โ™กโ™ก
ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…โ™กโ™ก
ุตู„ู‰ ุงู„ู„ู‡ ุนู„ูŠู‡ ูˆุณู„ู…โ™กโ™ก

Egaa dubbiste boda obbaleyyan kenya Kan muslimatif Share fi Forward godhun keyri carraqqadhu jazakallah ๐Ÿ™
โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡
Peji kenyas Join godhun nu hordofa ittis wal afera jazakallah๐Ÿ™
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธโ™ป๏ธ
Yeroo takkatti Namni 300 guutuun amantii islaamaa qabatan Allaahu Akbar. Kun kan tahe biyya Indonesia keessattii dha. Osomaa diinonni islaamaa amantii tana akkamitti addunyaa irraa dhabamsiifna jedhan Rabbiin immoo amantii tana guddisaa jira.
Rabbiin akkana jedha Qur'aana kabajamaa keessatti "Ifaa Rabbii dhaamsuu fedhan Rabbiin garuu ifaa isaa guutuuf jira osomaa worri isatti kafaran jibbanuu".
๐ŸŒผ ''Hubadhu'' Dubartin Hijaba walini bareddi. Hijaba walin Akka Urjititti midheydeti ifti. Hijaba walini Rabbii birattis jalatamtufi kabajamtu tate mullatti. Ammas ilma nama biratille Kabaja fi seenaa gari akkasin arkatti.
๐ŸŒผ Dubartin Dirqama Rabbin isidha irra kaye fudhatte. qoda isif kanname jalatte Ajaja Rabbi gote ifsattarte. Yerosan Wallahi nama isisan arke Masha Allah irra ja'e gammade caala Rabbi Alamatitu irra gammada.
๐ŸŒผ Hijaba kayachun Mallatto Imanatifi Soda Rabbi qabachuti ibsa. Kanafu Hijabni Dirqama Rabbin Sitti ajajedha. Hijaba kayyachun Addunya fi Akhirattille bu'a gudda sif qaba' tanaf Adara Ikti Hijaba hin lakkisin.
โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡โฌ‡
๐Ÿ‘‡
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Dawaa Qalbii (Sammaan Seman)
๐Ÿ”ถ #ุฅุฐุง_ุฑุฃู‰_ุฃุญุฏูƒู…_ุฑุคูŠุง .. ู…ุงุฐุง ูŠูุนู„ ุŸ
๐ŸŒŠNamni yoo manaama/abjuu arge maal gochuu qaba?

๐Ÿƒ๐ŸŒธ๐Ÿƒ ๐ŸŒน๐Ÿƒ๐ŸŒธ๐Ÿƒ

โ–ซ๏ธุนู† ุฃุจูŠ ุณุนูŠุฏู ุงู„ุฎูุฏุฑููŠู‘ู - ุฑุถูŠ ุงู„ู„ู‡ ุนู†ู‡ุŒ ู‚ุงู„:
๐Ÿ”„ abbaa sa'idal kidriyyii irra odeffamee, rabbii isarraa haa jaalatuu, jedhe

๐Ÿ“ #ู‚ุงู„_ุงู„ู†ุจูŠ ๏ทบ:

๐Ÿ“– Nabbiyyiin jedhan (SAW)

" ุฅูุฐูŽุง ุฑูŽุฃูŽู‰ ุฃูŽุญูŽุฏููƒูู…ู’ ุฑูุคู’ูŠูŽุง ูŠูุญูุจู‘ูู‡ูŽุงุŒ ููŽุฅูู†ู‘ูŽู…ูŽุง ู‡ููŠูŽ ู…ูู†ูŽ ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูุŒ ููŽู„ู’ูŠูŽุญู’ู…ูŽุฏู ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูŽ ุนูŽู„ูŽูŠู’ู‡ูŽุงุŒ ูˆูŽู„ู’ูŠูุญูŽุฏู‘ูุซู’ ุจูู‡ูŽุงุŒ

โœ๏ธ Tokkoon keessan yoo arge manaama/abjuu jaalatu, manaamni/abjuun suni rabbi irrayyi, rabbii isaa haa galatoomfatu, manaamicha/abjuu sanas waan argeef, namattillee haa himu.

ูˆูŽุฅูุฐูŽุง ุฑูŽุฃูŽู‰ ุบูŽูŠู’ุฑูŽ ุฐูŽู„ููƒูŽ ู…ูู…ู‘ูŽุง ูŠูŽูƒู’ุฑูŽู‡ูุŒ ููŽุฅูู†ู‘ูŽู…ูŽุง ู‡ููŠูŽ ู…ูู†ูŽ ุงู„ุดู‘ูŽูŠู’ุทูŽุงู†ูุŒ ููŽู„ู’ูŠูŽุณู’ุชูŽุนูุฐู’ ู…ูู†ู’ ุดูŽุฑู‘ูู‡ูŽุงุŒ ูˆูŽู„ูŽุง ูŠูŽุฐู’ูƒูุฑู’ู‡ูŽุง ู„ูุฃูŽุญูŽุฏู ุ› ููŽุฅูู†ู‘ูŽู‡ูŽุง ู„ูŽุง ุชูŽุถูุฑู‘ูู‡ู "
โ—๏ธYoo kan arge ta'e waan kanaan alaa waan jibbu irraa, manaamichi sheeyxaana irraayyi,Rabbitti haa maganfatu sharrii waan argee irraa, akka nama tokkottillee hin himne,manaamichis isa hin miidhu.

๐Ÿ“• ุตุญูŠุญ ุงู„ุจุฎุงุฑูŠ (6985)
๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐ŸŒท๐Ÿƒ๐Ÿƒ@Dawaa Qalbii๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐Ÿƒ๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท๐ŸŒท