Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
KHAATIMAAN NAMA BADUU IRRAA SODAACHUU
Abii Abdurahmaan Abdullaahii ibnu Mas'uud irraa odeeyfamee (R.I.H) nije'e,Ergamaan Rabbii(N.R.I.H)nuuf odeeyse dhuga dubbata dhugoomfama kan tahe,
"Tokkoon keeysan uumaan isaa garaa haadha isaa kessatti guyyaa afurutamitti bishaan dhiiraa fii dhalaa kan walitti laaqame taha(nuxfaa),eegasii afurtama akkasitti dhiiga itite taha(alaqaa), eeganaa afurtama akkasitti kutaa fooniiti taha(mudgaa),eeganaa Malaaykaan itti ergamee Ruuhee itti afuufa,eeganaa waa afur katabutti ajajama,rizqii isaa,umrii isaa,hujii isaa,hoongawaa yookaa milkaawaa tahuu,
Rabbii isa malee Rabbiin hin jirrettiin kakadhee,tokkoon kessan dalagaa warra Jannataa dalaga hanga isaafii Jannata jidduu dhumdhuma tokko malee hin hafnetti eeganaa kitaabni isa irratti ragga'ee dalagaa warra ibiddaa dalagee ibidda seena,tokkoon kessan dalagaa warra ibiddaa dalaga hanga isaafii ibidda(azaaba)jidduu dhumdhuma tokko malee hin hafnetti,eeganaa kitaabni isa irratti ragga'ee dalagaa warra Jannataa dalagee Jannata seena"
Bukhaarii ifii Muslimiitu gabaase..

@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
@Hanuudi_Mohamed
Yaa Allah Obsa Nabi Mohammed ο·ΊπŸ’– kennite Nufilee kenniπŸ™πŸ™πŸ™πŸ˜’
Ergamaan Rabbii ο·Ί ni je'e Waa jaha (6) of naa qabaa Jannataan of isinii qabaa

1. Dhugaa Dubbadhaa Yeroo Haasoftan

2. Baallama Guutaa Yeroo Baallama Seentan

3. Bakkaan Gahaa Waan Irratti Amanamtan

4. Tiysaa Farjii/Qaama Saalaa keeysan

5. Ija Teeysan Gad Qabadhaa Haraamirraa

6. Harka keeysan Qabaa Haraamirraa

Inshaa Allaah Rabbiin Rahamata isaatiin nuhaa tiysu
Kheeyrii Duniyaa fi Akhiraa Nuhaa waffaqu

Amiiiiiiiiiiiiiiiiiiin Yaa Rabbal Aalamiin!!!!!!
✍fromhttps://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Walaa_Meme (WΓ‘lΓ Γ€πŸ‘Š Γ–rΓ΄mΓΈ)
βšͺοΈβš«οΈπŸ”΄βšͺοΈβš«οΈπŸ”΄βšͺοΈβš«οΈπŸ”΄βšͺοΈβš«οΈπŸ”΄

❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕

Channalotin Armaan gadii Channalotaa dhugaa dhaa join godhadhaa Hordoftotaa kenyaa

❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕❕

❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️❀️

β™»οΈβœ… Filadhaa fayyadamoo ta'aa πŸ‘‹πŸ‘‹
Maal barbaaddu?
Hunduu jiraa. Waliin tanee Afaan kenya ha gudiis nu.
Warren. Channel kessan nu wallii beksiisu fettan gara kanan gal mash dandesan @walaaoromo
Warren VIP barbaadan garaa @walaaoromo nu kunamu ni dandesan
βœ… @walaaoromo
😜 @walaaoromo

πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£πŸ—£

Channel Keessan bekksifachuuf galmaa

⚑️: @walaaoromo
⚑️: @walaaoromo
⚑️: @walaaoromo

βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…

JOIN

βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…βœ…
Forwarded from Robsan Mohammed
As wa wb khabajamo hordoftota channela khiyya hunda
Akkuma bekkamutti garen nashida Al ansar inshad group ja'amtu akka albuma harawa isin biran gahuf deman dhagessaniru sanirra khan kha'e qoppi isani xumurun isin biran gahuf fixatani Wan jiranif guyya murasa booda sampila isa isin biran gahuf deman biifti nashidatin tannen fakkati
Maqan albuma
Dammaqi !!
1 Hadhato
2 Qura'ana
3 Marany (amaharic)
4 Rasula Rabbi
5 Mallato muslima
6 Qabrii
7 Ramadaana
8 Gama khe debi'e
9 Dammaqi !!
10 Hijaaba
11 Uhibuka (Arabic &Oromic)
Khana fakkati guyya murasa boda bifa sampilatin isin bira gahuf qoppidha
Namu akka irra fayyadamuf wal dhagesisa walifis #sher godha
#By Al ansar inshad group


@officialrobsan
@officialrobsan
Forwarded from Robsan Mohammed
Al ansar inshad group
Jechun tannen
@officialrobsan
@officialrobsan
Nashidaa mata dureen "yatiim"jattu inshallah yeroo gababa kessatti inshallah coming soon
Forwarded from Islamicbot
🌹Assalaamu Aleeykum🌹

🌹Warahmatullaahi🌹

🌹Wabarakaatuhu 🌹

🌹🌹Join the Group 🌹🌹
https://telegram.me/ISLAMYOUTUBER


Obboleyyan Islaama Warren Gama YouTuben Waa'ee Amantii irratii hojjatan bifaa Salphaa kanan YouTube channel keenyaa haa guddifadha.

βœ…Akkaata ittii fayyadamtu 🌹

Namoonni You Tube qabdan ergaa garee kana join gootanii booda Linkii keessan groupii kana irratti maxxanfaachuu qabdu..

Sana booda karaa keessan(inbox) waliif godhuun Subscribe, Like, Share fi viidiiyoo waliif dawwachuu qabdu.

πŸ”΄Hubachisaa

Linkii as irratti maxxansiitaan kan YOU TUBE qofa ta'uu qaba!
❀️❀️ Join Group πŸ’™πŸ’™

πŸ‘‰https://telegram.me/ISLAMYOUTUBER
Forwarded from Mr. Geme πŸ”…
πŸ˜₯woggaa shaniif obboleessa kootiinan gudeedame😰
Seenaa dhugaa finfinnee keessatti ta'e daawwadhaa.
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/UqBfgGk_Wlo
πƒπ‡π€π€πŒπ’π€ 𝐔𝐒𝐓𝐀𝐀𝐙 π˜π€π€π’π’πˆπ 𝐍𝐔𝐔𝐑𝐔𝐔.

Ustaaz yaassin nuuruu yeroo tokko Osoo da'awaa godhaa jiruu baacoo armaan gadii tana dubbate.

"Saroonni naannoo tokkoo yeroo takka shuuraa godhuudhaaf walitti qabaman.

β€’ Nuti maatiwwaan keenya nu miidhaati jiru.
Kanaafuu nuti yoo hattuun dhufe hin iyyinu(Dutnu) jadhanii irratti murteeffatanii waliigalan. Hundumtuu gara mana isaanitti deebi'an.

Sareen walgahii isaanii kan irratti hirmaatee oole gale tokko mana inni eegu hattuun guyyaa ayyaanaa hoolaa hatuuf dallaa inni jiru keessa seente.

Sareenis hin iyyinu jachuun irratti waan walii galee jiruuf argee tuma cal-jadhe.

Hattichis hoolaa argadhe jadhee saricha baadhatee gara mana ofitti gal-fatee yammuu gorra'uuf (qaluuf) jedhu sarichi utaalee harkaa miliqee gara qa'ee isatti deebi'ee,

Sareewwan naannoo isaa waamichaa hatattamaa godheefi akkana isaaniin jadhe,

"Yaa saroota ofii keessanii jadhaatii iyyaa (dutaa) yoo diddan hoolaa jadhanii isin gorra'uuti"

Eeyyeen namni muslima taate hundinuu ofii keetii jadhii Amantii tee baradhu gadi fageenyaan yooniifi ofitti teesse kan biraatu akka malee si godhaatii