Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Assalamu'aleeykumβ˜…10
Warahamatullahiβ˜…10
Wabarakaatuhβ˜…10
Obbolleeyyan Muslima β™₯β™₯β™₯mee Hangam Takka Addunyaa Jaalanna Hadiisa kanan wal cinaa if ha qabnu!
ΩˆΨΉΩ† Ψ£Ψ¨Ω‰ Ω‡Ψ±ΩŠΨ±Ψ© Ψ±ΨΆΩ‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ†Ω‡ β˜…ΨΉΩ† Ψ±Ψ³ΩˆΩ„ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω…β˜…:- (( Ψ§Ω„Ψ―Ω†ΩŠΨ§ Ψ³Ψ¬Ω† Ψ§Ω„Ω…Ψ€Ω…Ω† ΩˆΨ¬Ω†Ψ© الكافر)) Ψ±ΩˆΨ§Ω‡ Ω…Ψ³Ω„Ω…
🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴🌴
Abu Hureeyirraan oddeesse( R.a) β™₯Ergamaan Rabbii Ψ΅Ω„Ω‰ Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΨΉΩ„ΩŠΩ‡ ΩˆΨ³Ω„Ω… Akkana ja'eβ™₯ ((Addunyaan Mu'uminaaf mana Hidhaatti ykn Kharshalleedha Kaafiraaf Ammoo Jannataa ja'e )) muslimii gabaasee
β˜…β˜…β˜…β™₯β™₯β™₯β˜…β˜…β˜…β™₯β˜…β™₯
Kanaaf obbolleeyyan khiyyaa Addunyaan tun Nutif mana Hidhaa waan taatef Akka mana hidhaa jirrutti beeynee kheeyirrii Carraqachuu nu qabdi
☞☜☞☜☞☜☞☜☞☜☞☜☞
Rabbiin warraa Addunyarratti toltu dalagattee Aakhiratti milkaahu nuhaa godhu...Aammiiiiin Allahummaa Aammiiin
Watch "Diraamaa Islama Haarawa Afaan oromootiin " Fuudhi New Islamic short film አጭር αŠ’αˆ΅αˆ‹αˆ›α‹Š ፊልም " αˆˆαˆαŠ• αŠ α‰³αŒˆα‰£αˆ" on YouTube
https://youtu.be/JmqtPjYRu0Q
Forwarded from Mr. Geme πŸ”…
Foolii afaan keenyaa maaltu ajaawu godha, ykn maaltu nutti fida
Furmaanni saahoo maali
Viidiyoo kanarraa ilaalaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/CxrULJ4A5_s
Watch "Diraamaa Islaamaa Gabaabaa Afaan Oromootiin kijiba hin kijiba" on YouTube
https://youtu.be/y4SCgdUEhuQ
β™‘β™‘ HABIIBII β™‘β™‘

Yaa abbaa jaalalaa
Ifaa jiruu dunyaa
Maddi jaalalaatuu
Sihi lubbuu khiyya

Yaa rasuula rabbii
Yaa urjii aalamaa
Galanni nuuf oolte
Yoom waa wallaalama

Ergaa ati fiddeen
Dhibdeen wal'aanamaa
Sallallaahu 3aleyka
Habiib jaallatamaa.

Join for moreπŸ‘‡πŸ‘‡
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Hayyoonni islaamaa akki ja,an waa sadi deeminsaan tolani waa sadi teessumaan tolan kanneen deeminsaan tola n

1 aalimaπŸ‘³
2 hayyuuπŸ‘¨β€πŸ”¬
3 bishaan. 🌊

πŸ‘‰Kanneen teesumaan tolanπŸ‘ˆ

1 wallaalaaπŸ€¦β€β™‚
2 goowwaaπŸ™†β€β™‚
3 ibidda!!!!!πŸ”₯

Kanaafu obbleeyyan Kenya nama waa sadeen duraa San arkate nu haagodhu'

🌺Birahmatika ya mowlana


Nashiida daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garalee arkachuuf channel kana🌴join🌴godhaa jzk kheyranπŸ€

@httpsHamzamohammed
Nashiida daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garalee arkachuuf channel kana🌴join🌴godhaa jzk kheyranπŸ€

@httpsHamzamohammed
Ψ§Ω† Ψ§Ω„Ω„Ω‡ ΩŠΨ±Ψ²Ω‚ Ω…Ω† يشاؑ بغير Ψ­Ψ³Ψ§Ψ¨πŸ’žπŸ’•πŸ’žπŸ’•
Rabbiin bakkaa atii quba hinqabnerraa Siharazaqu🀲🀲🀲🀲
αŠ αˆ‹αˆ… αŠ¨αˆ›α‰°α‹ˆα‰€α‹ ቦታ α‹­αˆ¨α‹α‰…αˆ…πŸ€²πŸ€²πŸ€²πŸ€²
Nashiida daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garalee arkachuuf channel kana🌴join🌴godhaa jzk kheyranπŸ€

@httpsHamzamohammed
Forwarded from Mr. Geme πŸ”…
Foolii afaan keenyaa maaltu akka ajaawu godha, ykn maaltu nutti fida
Furmaanni isaahoo maali
Viidiyoo kanarraa ilaalaa
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/CxrULJ4A5_s
Ethiopian gutuun qoy fb keessa jiranisa datan cal nu godhe bar πŸ™πŸ™πŸ™galata gudda nu bira qabda ethio telecom kiyya😁😁
Dooniin hundinuu xiqqaatus guddatus bishaan irra deemuu ni danda'a.

Sa'aatiin hundinuu xiqqaatus guddatus yeroo lakkaa'uu ni danda'a.

Atiis xiqqaattus guddattus Ofitti amantii yoo qabaatte waan barbaadde ni argatta.

πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘
Nashiida daΨΉwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garalee arkachuuf channel kana🌴join🌴godhaa jzk kheyranπŸ€

@httpsHamzamohammed
Obaaleytiin tenya tun maqan isii maryam adegbite jedhamti lammi Nigeria olla Kenya UNIOSUN mana barumsa irra firii qormaata isii kan waliif galatiin qabxii walii galan xumurtee.
Mashaallah😍isiin rifeensa isii cuufatte male sammu isii hin cuufanne jachu barbaadetii..ijollen jimmatti dararama jiran sababa hijaba ufachuutif mana barnoota akka hin senne godhamuun waan barbaachisu miti sammutti hin uffanne kanuuma jachu barbadeeti hubaadha naf.
Mee dubbisi..!! Joollummaa yaadadhu.
Khubbaa ⚽️Ganda kheysaa..πŸ˜βš½οΈπŸ‘‡
πŸ‘‰#Daanyaa hin qabduπŸ˜‚

πŸ‘‰Taphni Erga namayyuu #Dadhabee ykn erga salaanni #maghriibaa azaanee halkanawe dhuma 😁

πŸ‘‰tapha kheysatti yoo xiqqaate Gooliin 20-30⚽️πŸ₯… ni galti

πŸ‘‰Taphataan "..wallaahi...wallaahi #Miila na cabsan." Ja'ee #Kakate Ligooreen/penalty'n ni kaayamtiif 😁

πŸ‘‰Taphataan #Furdaan Barranyaa tahaπŸ₯…πŸ˜Š

πŸ‘‰Taphataan Irree qabu hundaa ol kabajama,sodaatama πŸ˜ƒ

πŸ‘‰Abbaan Khubbaa⚽️ yoo Aare Khubbaa isaa fudhatee deema

πŸ‘‰yoo taphattoonni cufti irratti walii galaan Taphataa isaan #jeeqe #tumanii arihan😁

πŸ‘‰Gareen teetii fii tan taphataa humna πŸ’ͺqabuu #takka yoo taate ati #milkooyte.πŸ˜‚πŸ˜πŸ˜

πŸ‘‰yoo ligooreen/penalty'n kannamte Barranyaa wal jijjiiruun ni tahaπŸ˜€πŸ˜‚πŸ˜‚

πŸ‘‰Taphataan #Maallaqa fidatee dhufe hedduu kabajama ,jaalatama ....sababnis eega taphni dhumee booda waan #Bishaan namaaf #bituufπŸ˜πŸ˜‚

#Hubadhu:- Jiruu tee kheysatti #guyyoota akkanaa #dabarsitee yoo jiraatte ati dhugumaan #Goota!πŸ˜‚

https://telegram.me/httpsHamzamohammed