๐ณ. Adduniya Tana fi wontti isii keessa jirtu Cuftii isiitu Abaaramtudha Nama 2 malee Je'an Ergamaan Rabbii ๏ทบ Isaan Aalima fi muta'allim
( Muslim Gabaase)
Anaafi Attii kam keessa jirra Aalima. Muta'allim mo worra Abaarame san keeysa jirra ofumaaf of haa gaafnu???.
. Abaarama Hin tayiin
dandeettu Aalima tayi
Dadhabdu Barata Aalimaa tayi
Dhabdu sahiba Aalima tayi
Dhabdu Aalima jaaladhu Hin jibbiin.
๐น. Ergamaan Rabbii ๏ทบ Akkana jedhan namni Aalima Biyya isaa keessa jiru kan diini Rabbii isa Barsiisu tokko jaalate kabaje Akka nama Na Agree na kabajee na jaalateetti je'an.
Rabbiin nama Aalima isaa jaalatee jaalala Ergamaa Rabbii ๏ทบ Argattu isiin haa Taasisu
Jaalala Sahaabotaf kenne jidduu
Muslima Nuuf Haa kaayu
Worra Abaarama san keessas mitti
Worra Aalima fi muta'allim irraa nu Haa Taasisu Rabbiin.

Forwarded from Reality๐ง via @Hopeprobot
๐งฉViidiyoo daqiiqaa lamaa addunyaa boossise barumsa guddaa qabu kana ilaalaa
๐๐๐๐๐๐
๐ต ๐ฑ ๐ฆ ๐พ ๐ป ๐ฎ ๐ฉ ๐ช ๐ด
๐๐๐๐๐๐
๐ HUBANNOOLEE
โฃDurba durbummaa qabdu tokko utuu bira hin gahin maloota akka isheen durbummaa qabdu ibsan 7 dubbisuuf. Barreeffama kana Tuqi.
๐Dhiirota amanuun baayyee rakkisaadha kanaaf maloota dhiirri tokko dhugaadhaan nu jaallachuuf dhiisuu isaa afaan isaarraa gaafannee maloota ittiin adda baafannu 6 dubbisuuf.
๐Maloota dhukkuba suusii akka sigaaraa,caatii,alkoolii,Facebook,fi wantoota suusii ta'an hunda maloota ittiin ofirraa ittifnu 8 dubbisuuf.
๐Walaloowwan jaalalaa jechoota jaalala garaa nama qabbaneessaniifi nama amansiisan argachuuf.
๐Asoosamoota ajaayibsiisoo fi dinqisiisoo ,jechamoota jaalalaa ,saayikooloojii , hubannoofi kaka'umsaa๐บ

Forwarded from Mr. Geme ๐
Namni maalif jaalalaan qabamaa? sababoota gurguddoo namni jaalalaan qabamuuf beektonni saayikooloojii maal kaa'u
Viidiyoo kanarraa ilaalaa: ๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/0byeX0bePLs
Viidiyoo kanarraa ilaalaa: ๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/0byeX0bePLs
๐๐พโฅ๏ธ๐Dafaa tokko filadhaa! Filannoo keessan tuquun " join " jedhaa๐ฉโโ๏ธ๐
๐ โโHub: Tokko caalaa filachuun dhorkaa dha. Wal gahuu dhiisuu danda'a waan taโeefโฃ๐๐ฟ
๐ โโHub: Tokko caalaa filachuun dhorkaa dha. Wal gahuu dhiisuu danda'a waan taโeefโฃ๐๐ฟ
Forwarded from Mr. Geme ๐
Namni maalif jaalalaan qabamaa? sababoota gurguddoo namni jaalalaan qabamuuf beektonni saayikooloojii maal kaa'u
Viidiyoo kanarraa ilaalaa: ๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/0byeX0bePLs
Viidiyoo kanarraa ilaalaa: ๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/0byeX0bePLs
Forwarded from Odaa Electronics via @Hopeprobot
VIIDIYOOLEE DINQISIISOO ARMAAN GADII ILAALAA:
โNamni maalif jaalalaan qabamaa? Sababoota gurguddoo namni jaalalaan qabamuuf beekuuf barreeffama kana cuqasuun viidiyoodhaan daawwadhaaโ
โจ๏ธAsoosama gabaabaa SI-MALEE kutaa 1ffaa - asoosama ajaayibaaf seenaa hawwataa qabu barreeffama kana cuqasuun daawwadhaaโจ๏ธ
๐Akkamitti user name fb keessanii akka jijjiirtaniifii akkamitti akka fb keessanitti liinkii gootan barreeffama kana cuqasuun viidiyoo kanarraa ilaalaa๐
๐ฒFace book fi telegramiin keessan akka hack tae yookiin hatame maaliin beektu? Yoo hatameera t'emmoo maaliin ofirraa kaaftu? Akkamittimmoo akka isin jalaa hin hatamne ykn hack isin jalaa hin taane gootu? Barreeffama kana cuqasuun ilaalaa๐ฒ
โ๏ธAkkamittiin application (moosaajii) moobaayila android fayyadamnee create akka goonu ykn akkamitti akka uumnu barreeffama kana cuqasuun viidiyoo kanarraa deemaatii ilaalaaโณ
โถ๏ธDHUGUMAAN VIIDIYOON KUN BARSIISAADHA ERGA ILAALTANII YAADA NUUF KENNAAโถ๏ธ

Ni yaadatta garuu gaafa duranii gaffiin nuti dubartii gaafannu Dubrummaa ni qabda dha ture........garuu Yeroo ammaa kallittiidha gaffiin keenya gara........ Ilma ni qabdatti cehee jira.
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
@Orosarcasm
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
@Orosarcasm
Watch "Haasawa Jawar Mohamed Dirree Dhawaa irraatti godhe Guutuu isaa" on YouTube
https://youtu.be/PsKLciPovwU
https://youtu.be/PsKLciPovwU
YouTube
Haasawa Jawar Mohamed Dirree Dhawaa irraatti godhe Guutuu isaa
Warren channel keenyaaf Haaraya taatan Subscribe godhuu hin dagatinaa
Forwarded from Deleted Account
๐คNashida afan oromo group tami barbaddu ๐ง
Filladha caqasa
๐ง๐ง๐ง๐ง๐ง๐ง๐ง๐ง๐ง
Filladha caqasa
๐ง๐ง๐ง๐ง๐ง๐ง๐ง๐ง๐ง
Forwarded from Mr. Geme ๐
Namni maalif jaalalaan qabamaa? sababoota gurguddoo namni jaalalaan qabamuuf beektonni saayikooloojii maal kaa'u
Viidiyoo kanarraa ilaalaa: ๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/0byeX0bePLs
Viidiyoo kanarraa ilaalaa: ๐๐๐๐๐๐๐
https://youtu.be/0byeX0bePLs
Qiyaamaan Dhufuun Haqa
๏ฟผ
โ(1)-Wal duraa duubaan [bubbeewwan] ergamaniin; (2)-Humnaan bubbisuu bubbisaniin; (3)-Faffacaastota faffacaasaniin nan kakadha; (4)-Adda baastota adda baasaniin, (5)-Yaadannoo darbitootaan nan kakadha, (6)- sababa dhabamsiisuuf yookiin akeekachisaaf. (7)- Dhugumatti wanti isin waadaa galamtan ni argama.โ Suuratu Al-Mursalaat 77:1-7
Jecha โmursalaatโ jedhu ilaalchise hayyoonni hiikota beekkamo lama kennanii jiru. Isaanis, bubbee fi malaykoota. Garuu harki caalaan hayyootaa, โbubbeeโ jedhanii jiru.[1] Kanaafu, nutis gara Afaan Oromootti yommuu deebisnu bubbee jechuun fayyadamne jirra.
โWal duraa duubaan [bubbeewwan] ergamaniinโ Kana jechuun bubbee wal duraa duubaan qananii fi rahmataan ergamaniin Nan kakadha. Bubbeen tuni rooba rahmata Rabbii taโeen nama gammachiisti. Rabbiin subhaanahu wa taโaalaa ni jedha:โInni bubbee gammachiisa taasisee rahmata Isaa dura Kan erguudha.โ Suuratu Al-Aโaraaf 7:57 (Asitti rahmanni Isaa rooba)
โHumnaan bubbisuu bubbisaniinโ Ammas bubbee humnaan bubbistuun Nan kakadhaa. Aayaata keessatti jecha heddumminna agarsiisu waan fayyadameef akkuma jiruutti gara Afaan Oromootti deebise. Garuu ibsa keessatti akka namaaf galuuf jecha tokke (singular) fayyadame. Bubbeen humnaan bubbistu tuni wanta dachi irra jiru fuutee bakka tokko irraa bakka biraatti geessun hojii adda addaa hojjatti. Hojii kana keessaa namoota kan fayyadu jira, ammas isaaniif qormaata kan taโuu fi isaan adabuufis kan taโu jira. Bubbeen humnaan bubbistu tan adabbii fiddu akka aadaa fi seeraa Rabbiitti bubbee rahmataa fi qananiin ergamtu booda dhufti.
โFaffacaastota faffacaasaniin nan kakadhaโ Kana jechuun bubbee faffacaastu taaten nan kakadha. Bubbeen tuni hurka bishaani ni faffacaasti. Hurka kanarraayis duumessi ni uumama. Akkasumas, bubbeen tuni sanyii biqiltootaa fi daakuu habaaboo bakka tokko irraa bakka biraatti faffaacasun biqiltoonni akka bilchaatanii fi wal horan gahee taphatti. Ammas, bubbeen tuni gaazi fi wantoota nama ukkaamsan ni faffaasti.[2] Rabbiin subhaanahu wa taโaalaa haqa guddaa gara fuunduraatti dhufu tokko mirkaneessuf bubbeewwan faayda guddaa fi baayโee qaban tanniinin kakate.
โAdda baastota adda baasaniinโ Kana jechuun Malaaykota wanta dhugaa fi soba addaan baasu fidaniin nan kakadha.[3]
โYaadannoo darbitootaan nan kakadhaโ Kana jechuun Malaykoota ergaa fi beeksisa (wahyii) Rabbii gara Ergamtootatti geessaniin kakadha.[4] Wahyiin (ergaa fi beeksisni) Rabbiin irraa gabrootatti dhufu isaaniif yaadannoo taโa. Wahyi kana keessatti faayda isaanii isaan yaadachiisa.
โsababa dhabamsiisuuf yookiin akeekachisuuf.โ Ergaa fi beeksisni Rabbiin irraa gara namootaa dhufe kuni wantoota sodaachisoo gara fuunduraatti isaanitti dhufu akeekachiisu, ammas, sababa isaan dhiyeefatan dhabamsiisu. Kanaafu, Rabbiin biratti ragaa ittiin mormatan hin qaban.[5] Guyyaa Qiyaamaa, โRabbiin irraa ergaan nutti hin dhufneโ jechuun akka sababa hin dhiyeefanneef Rabbiin subhaanahu kitaabban ni buuse, ergamtoota ni erge. Keeyyattoonni Rabbii erga isaaf ibsamanii booda namni kafaruun adabbiif of saaxile, sababa dhiyeefatu hin qabu. Mataa ofii malee eenyullee hin komatu.
Rabbiin subhaanahu wa taโaalaa wantoota armaan oliitin kan kakatuuf haqa shakkiin keessa hin jirre namootaaf mirkaneessu fi isaan amansiisuufi. Haqa kanas akkana jechuun ibse: โDhugumatti wanti isin waadaa galamtan ni argama.โ Kana jechuun โGuyyaa Qiyaamaa xurunbaan ni afuufama, qaamonni duโan ni kaafamu, namoota jalqaba irraa kaasee hanga dhumaa jiran dirree tokko irratti walitti qaba, hunda isaanitiifu jazaa Nan kafalaโ jechuun waadaan Ani isiniif gale ni argama. โni argamaโ kana jechuun wanti waadaa galame kuni dirqamaan ni taโa, shakkii hin qabu.