Hamza mohammed๐Ÿ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daุนwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana ๐ŸŒดjoin ๐ŸŒด godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
#Oduu_Aammee ๐Ÿค”๐Ÿค”๐Ÿค”

Dammaqi dammaqi " jecha kana yeroo hedduun itti deddeebi.aa jira

Akkuma suuraa Armaan gadii irratti argitanitti itti aanaan kaantiibaa finfinnee enjiner takkala uumaan

Manni amanataa betakiristiyaanni 15n akka ijaaramuuf dachii kaarre meetira kuma 325 kannee jira isaaniif gammachuun haala kanaan badhaasaniiru .

Nuti Asii masjiida keenya gubaa beetakiristiyaana 15 yeroo tokko ijaaruun maal jachuudha ???

Masjiidni akka ijaaramuuf dachii kaarre meetira kuma 3 gumaachee bahati tokko boodaa ijarraa ni regalia ja.ae ijaarsi eegalamees hin jiru dura bu.aan majlisa federaalaa xalayaa itti erguu dhageettii hin arganne

Yaa Rabbi silaa simalee maal qabnaa miti isaan Amantii islaama dhabamsiisuudha kaayyoon isaanii atummaan nuuf dirmadhu

Share Share godhaa waliin gahaa
Channel name was changed to ยซHamza mohammed๐Ÿ‘‰officalยป
Dalagaan Ilma Nama Guyyaa Kamisaa Gara Samii Ol Fuudhamti Rabbiin Galmee keeyrii Irraati Isiin Haa Galmeessu Ergamaa Rabbii ๏ทบ Irratti Salawata Buusa {S.A.W }
"Ergamaan Rabbii ๏ทบ Akkii Jedhee
Salawataa Narrati Heeddummeesa Halkaan Kamisaa fi Guyyaa Jumu'aa Namnii Salawataa Takka Irrati Buusee Rabbii Rahamata Kudhii Isinii Irraati Buusaa"
โœุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุตูŽู„ู‘ู ูˆูŽ ุณูŽู„ู‘ูู…ู’ ูˆูŽุจูŽุงุฑููƒู’ ุนูŽู„ูŽู‰ ู†ูŽุจููŠู‘ูู†ูŽุง ู…ูุญูŽู…ู‘ูŽุฏู ๏ทบโค
Forwarded from Mr. Geme ๐Ÿ”…
Asoosama ajaayibaa SI-MALEE kutaa 1ffaa.

Asoosama seenaa namatti toluuf nama hawwatu qabudha daawwadhaa hamma dhumaatti hordofaa.
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/P7z6OxtA-1s
๐ŸŒณ. Adduniya Tana fi wontti isii keessa jirtu Cuftii isiitu Abaaramtudha Nama 2 malee Je'an Ergamaan Rabbii ๏ทบ Isaan Aalima fi muta'allim
( Muslim Gabaase)
Anaafi Attii kam keessa jirra Aalima. Muta'allim mo worra Abaarame san keeysa jirra ofumaaf of haa gaafnu???.

. Abaarama Hin tayiin
dandeettu Aalima tayi
Dadhabdu Barata Aalimaa tayi
Dhabdu sahiba Aalima tayi
Dhabdu Aalima jaaladhu Hin jibbiin.

๐Ÿ”น. Ergamaan Rabbii ๏ทบ‎ Akkana jedhan namni Aalima Biyya isaa keessa jiru kan diini Rabbii isa Barsiisu tokko jaalate kabaje Akka nama Na Agree na kabajee na jaalateetti je'an.

Rabbiin nama Aalima isaa jaalatee jaalala Ergamaa Rabbii ๏ทบ‎ Argattu isiin haa Taasisu

Jaalala Sahaabotaf kenne jidduu
Muslima Nuuf Haa kaayu
Worra Abaarama san keessas mitti
Worra Aalima fi muta'allim irraa nu Haa Taasisu Rabbiin.
Forwarded from Mr. Geme ๐Ÿ”…
Namni maalif jaalalaan qabamaa? sababoota gurguddoo namni jaalalaan qabamuuf beektonni saayikooloojii maal kaa'u
Viidiyoo kanarraa ilaalaa:
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
https://youtu.be/0byeX0bePLs