Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Ψ§Ω„Ψ¬Ω†Ψ© ΨͺΨ­Ψͺ Ω‚Ψ―Ω…ΩŠ Ψ§Ω…ΩŠ
jananani hirpha hadha jala jirti sanifu hadha tessan jabeyfadha ikhwani
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Mashallah heddu nama gammachisaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Forwarded from Suheyb shek Amin
Β€Gabarticha tokko fardi isaa jalaa dhukkubsannaan mana yaalaa Dhaqe....Doctorris "Fardi Kheysan Khun guyyaa 3 kheysatti bakka ciisurraa yoo hin kha'in Qalamuu qaba" Ja'ee gabartichaaf hime!

βœ”οΈYeroo khana Hoolaan tokko waan ja'ame cufa dhagahee fiigaa gama fardaa dhaquudhaan " Ol kha'i lafaa" ja'een Fardis Ajaja Hoolaa Osoo hin dhagahin bakkuma jiru ciisuu filate.

Guyyaa lammaffaatis hoolaan Dubbii Qabu khun farda bira dhaqee "ol kha'i lafaa" ja'een fardis ol kha'uu dideetuma bakkuma jiru san ciise.

Guyyaa sadaffaa hoolaan dubbii qabu sun babbatachaa gama fardaa dhufee " ol kha'i lafaa...! Yoo ol hin kha'in si qaluuf murteysanii jiran!" Ja'een fardi yeroo jecha khana Dhagahu baaragaa fii sodaan guutamee dafee lafaa ol kha'ee dhaabbate! Gabartichi (abbaan fardaa) yeroo fardi isaa Fayyee Miilaan dhaabbachuu argu gammadee Akkana ja'e ..." Fardi khiyya naaf fayyee jira, Anis gammachuuf Diggisii takka qopheysuuf Murteyseetin jira Tanaafuu Hoolaa khiyya Khana Qalaa..!" (Hoolaa Dubbii qabu san) 😊

πŸ”΅waan sin neyne kheysa yoo seente Atis Akka Hoolaa saniitti Halaakumuun khee Hafan qabu!

Maddi seenaa: kitaaba ' Uncover your Potential'
ja'u irraa khanin dubbise.
Nama ni jaladha jai male na jalata hin jain sababni isas kessa wan hin beynef

@httpsHamzamohammed
πŸ‘‰πŸ’“MahadanuurπŸ’“πŸ‘ˆ
⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘⚘

Mahadanuur jachun
Bar madrasa haqaa
Walala dukkanaa
Isaa nurra haqaa
Galanni saa gudda
Galee hin rawatuu
Isan fayadamnee
Barataa barattu
⚘⚘⚘⚘⚘⚘
Halaali fi haram
Addan nubarsisee
Tohidaa barsisee
Shirkii dhabamsisee
Barattoni isaa
Heduun doctorotaa
Jannatan badhasii
Kenya ustazotaa
πŸ‘‰βš˜Hadisa Qur'anaaβš˜πŸ‘ˆ
Kani ittin buluu
Kandin hin baratiin
Jirenyi saa toluu

πŸ’žπŸ’žπŸ’“βš˜πŸ‘‰Jannatan badhasii πŸ’žπŸ’“πŸ’“
πŸ’“πŸ’žπŸ’žπŸ’žπŸ‘‰Kenya ustazotaaπŸ‘ˆ πŸ’žπŸ’“πŸ’ž
πŸ’žπŸ’“ AmiiiiiiiiiiinπŸ’žπŸ’“
πŸ‘‰I love you my schoolπŸ’›
Dubbisaa
Namni Rabbiin Laaffiseef Irratti Hirmaadhaa Jzk Kheyran Rabbii Bira Kaayyadha

Ibsaa Aliyyii Ibsaa Aliyyii Galatoomii Gargaarsa Miidiyaa Keenyaaf Godhuu Keetiif Rabbiin Warra Isaaf Ja.ee Khannate Sihaa Godhu Akhi Qaalii Jjannata Keeysatti Ollaa Nabiyyii Keenyaa Sihaa Godhu Wallahi Hedduu Takka Si Galatoomfanna Maqaa Rabbiitiin !