Forwarded from Odaa Electronics
β€οΈJaalalaβ€οΈ
Telegram irratti
Maloota haasaa
Seenaawwan jaalalaa
Jechoota jinjanaa
Furmaata jaalalaa
Walaloowwan guyyaa guyyaadhaan argachuufi
πππππππ
https://t.me/joinchat/AAAAAFQ9UP7LQ3Tmip5mJQ
πππππ

Ψ§ΩΨ¬ΩΨ© ΨͺΨΨͺ ΩΨ―Ω
Ω Ψ§Ω
Ω
jananani hirpha hadha jala jirti sanifu hadha tessan jabeyfadha ikhwani
https://telegram.me/httpsHamzamohammed

βββββββββ
Chaneloota Afaan oromoo member 10000 ol qaban guyyaa guyyaatti qophii adda addaatiin isin bohaarsan ββββΊJOIN βΊβββ godhaa
ππππππππππ

Forwarded from Suheyb shek Amin
Β€Gabarticha tokko fardi isaa jalaa dhukkubsannaan mana yaalaa Dhaqe....Doctorris "Fardi Kheysan Khun guyyaa 3 kheysatti bakka ciisurraa yoo hin kha'in Qalamuu qaba" Ja'ee gabartichaaf hime!
βοΈYeroo khana Hoolaan tokko waan ja'ame cufa dhagahee fiigaa gama fardaa dhaquudhaan " Ol kha'i lafaa" ja'een Fardis Ajaja Hoolaa Osoo hin dhagahin bakkuma jiru ciisuu filate.
Guyyaa lammaffaatis hoolaan Dubbii Qabu khun farda bira dhaqee "ol kha'i lafaa" ja'een fardis ol kha'uu dideetuma bakkuma jiru san ciise.
Guyyaa sadaffaa hoolaan dubbii qabu sun babbatachaa gama fardaa dhufee " ol kha'i lafaa...! Yoo ol hin kha'in si qaluuf murteysanii jiran!" Ja'een fardi yeroo jecha khana Dhagahu baaragaa fii sodaan guutamee dafee lafaa ol kha'ee dhaabbate! Gabartichi (abbaan fardaa) yeroo fardi isaa Fayyee Miilaan dhaabbachuu argu gammadee Akkana ja'e ..." Fardi khiyya naaf fayyee jira, Anis gammachuuf Diggisii takka qopheysuuf Murteyseetin jira Tanaafuu Hoolaa khiyya Khana Qalaa..!" (Hoolaa Dubbii qabu san) π
π΅waan sin neyne kheysa yoo seente Atis Akka Hoolaa saniitti Halaakumuun khee Hafan qabu!
Maddi seenaa: kitaaba ' Uncover your Potential'
ja'u irraa khanin dubbise.

ππMahadanuurππ
βββββββββ
Mahadanuur jachun
Bar madrasa haqaa
Walala dukkanaa
Isaa nurra haqaa
Galanni saa gudda
Galee hin rawatuu
Isan fayadamnee
Barataa barattu
ββββββ
Halaali fi haram
Addan nubarsisee
Tohidaa barsisee
Shirkii dhabamsisee
Barattoni isaa
Heduun doctorotaa
Jannatan badhasii
Kenya ustazotaa
πβHadisa Qur'anaaβπ
Kani ittin buluu
Kandin hin baratiin
Jirenyi saa toluu
πππβπJannatan badhasii πππ
πππππKenya ustazotaaπ πππ
ππ Amiiiiiiiiiiinππ
πI love you my schoolπ
βββββββββ
Mahadanuur jachun
Bar madrasa haqaa
Walala dukkanaa
Isaa nurra haqaa
Galanni saa gudda
Galee hin rawatuu
Isan fayadamnee
Barataa barattu
ββββββ
Halaali fi haram
Addan nubarsisee
Tohidaa barsisee
Shirkii dhabamsisee
Barattoni isaa
Heduun doctorotaa
Jannatan badhasii
Kenya ustazotaa
πβHadisa Qur'anaaβπ
Kani ittin buluu
Kandin hin baratiin
Jirenyi saa toluu
πππβπJannatan badhasii πππ
πππππKenya ustazotaaπ πππ
ππ Amiiiiiiiiiiinππ
πI love you my schoolπ