Hamza mohammedπŸ‘‰offical
356 subscribers
388 photos
144 videos
18 files
613 links
Nashiidaa daعwalee walaalo fi videolee bashannansiiftuu gara garaalee argachuuf channel kana 🌴join 🌴 godhaa

@hamzeshin
Download Telegram
Irra calaan nyaata nyaata iimanaati
Irra calaan dawa dawa qura'anati
rabbin lamanu nuf haa khannu
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Hubadhu
🌷 Maallaqani siree bita male hirriba hin bitu
🌹Maallaqni sa'a bita male yeroo hin bitu
🍁Maallaqni dawaa bita male fayya hin bitu
🌾Maallaqni kitaaba amala gaari bita male amala hin bitu
πŸ€kan waan maallaqni namaaf hin goone godhu allaha qofa isuman gargarsifadhu yerouma cuufawu
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Forwarded from Odaa Electronics
❀️Jaalala❀️

Telegram irratti
Maloota haasaa
Seenaawwan jaalalaa
Jechoota jinjanaa
Furmaata jaalalaa
Walaloowwan guyyaa guyyaadhaan argachuufi
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://t.me/joinchat/AAAAAFQ9UP7LQ3Tmip5mJQ
πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†πŸ‘†
Ψ§Ω„Ψ¬Ω†Ψ© ΨͺΨ­Ψͺ Ω‚Ψ―Ω…ΩŠ Ψ§Ω…ΩŠ
jananani hirpha hadha jala jirti sanifu hadha tessan jabeyfadha ikhwani
https://telegram.me/httpsHamzamohammed
Mashallah heddu nama gammachisaπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
Forwarded from Suheyb shek Amin
Β€Gabarticha tokko fardi isaa jalaa dhukkubsannaan mana yaalaa Dhaqe....Doctorris "Fardi Kheysan Khun guyyaa 3 kheysatti bakka ciisurraa yoo hin kha'in Qalamuu qaba" Ja'ee gabartichaaf hime!

βœ”οΈYeroo khana Hoolaan tokko waan ja'ame cufa dhagahee fiigaa gama fardaa dhaquudhaan " Ol kha'i lafaa" ja'een Fardis Ajaja Hoolaa Osoo hin dhagahin bakkuma jiru ciisuu filate.

Guyyaa lammaffaatis hoolaan Dubbii Qabu khun farda bira dhaqee "ol kha'i lafaa" ja'een fardis ol kha'uu dideetuma bakkuma jiru san ciise.

Guyyaa sadaffaa hoolaan dubbii qabu sun babbatachaa gama fardaa dhufee " ol kha'i lafaa...! Yoo ol hin kha'in si qaluuf murteysanii jiran!" Ja'een fardi yeroo jecha khana Dhagahu baaragaa fii sodaan guutamee dafee lafaa ol kha'ee dhaabbate! Gabartichi (abbaan fardaa) yeroo fardi isaa Fayyee Miilaan dhaabbachuu argu gammadee Akkana ja'e ..." Fardi khiyya naaf fayyee jira, Anis gammachuuf Diggisii takka qopheysuuf Murteyseetin jira Tanaafuu Hoolaa khiyya Khana Qalaa..!" (Hoolaa Dubbii qabu san) 😊

πŸ”΅waan sin neyne kheysa yoo seente Atis Akka Hoolaa saniitti Halaakumuun khee Hafan qabu!

Maddi seenaa: kitaaba ' Uncover your Potential'
ja'u irraa khanin dubbise.
Nama ni jaladha jai male na jalata hin jain sababni isas kessa wan hin beynef

@httpsHamzamohammed